en
Feedback
Orthodox Free Promotion

Orthodox Free Promotion

Open in Telegram

Warreen Chaanaalii /Group Qabiyyee Ortodoksii Qofa Dabarsu Qabdan Tola Beeksifachuu Dandeessu👇 @F_taa_Qananiisaa_Dabalee ykn http://t.me/DeebiiOrtodoksii_Bot

Show more
The country is not specifiedReligion & Spirituality116 771
278
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇

Kitaabolee Ortodoksii Kunneen Keessaa Kan Barbaaddan Filadhaa. Join Gochuunis Irraa Baradhaa. Raajii Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Macaafa Qulqulluu 81 Faaruuwwan Ortodoksii pdf fi Application dhaan Walaloo Ortodoksii Hunda Barumsa Ortodoksii Hunda

Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇 https://t.me/addlist/5fNu6gQKWLswMzBk

Kitaabilee Akkamii Barbaaddu? Macaafa Qulqulluu 81 Kan Walaloo Ortodoksii Kan Faarfannaa Ortodoksii Kan Lallaba Ortodoksii Qabiyyee Qulqullootaa Qabsuurota Qulqullaa'oo Barumsa Amantaa

Chaanaalii Fi Giruuppii Ortodoksii Kan Nu Biraa Dhabdan Hin Jiru Hundumaa Bakka Tokkotti Isiniif Dhiyeessineerra Koottaa Ammuma Join Godhaa Itti Makamaa. Youtube Dabalatee Itti Makamaa Tajaajila Hunda Achi Keessatti Argattu Kan Faaruu Kan Walaloo Kan Kitaabolee Ortodoksii Kan Faarfannaa Ortodoksii Barreeffamaan Kan Lallaba Ortodoksii Kan Barumsa Ortodoksii Yeroon Wal qabatan Kan Asoosama Ortodoksii Kan Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Akkasumas Tajaajiloota Biroo Gara Youtube argachuuf Fuula youtube daawwadhaa Nagaa ta'aa🙏

Faaruuwwan Cidhaa Walaloowwan Cidhaa Kitaabolee Amantaa Ortodoksii Macaafa Qulqulluu 81 Kitaabolee Hiikkaa (Andimtaa) Hunda Bakka Tokkotti Argachuuf Link Kanaa Gadiin Seenaa👇👇👇 👇👇👇

Maatiiwwan Kiristiyaanaa Hundi Keessanuu Chaanaalii Ortodoksii Kunneen Hundumaa, Youtube Dabalatee Barbaaduuf Hin Rakkatiinaa Bakka Tokkotti Isiniif Finneerra Join Godhadhaa. Waaqayyo Isin Haa Eebbisu🙏🏻

Gooftaan Keenya Fayyisaan Keenya Iyyesuus Kiristoos Sanbata Dilbatatti Bari'u Halkan Keessaa Sa'atii Meeqatti Ka'e?

Gooftaan Keenya Fayyisaan Keenya Iyyesuus Kiristoos Yeroo Fannifamu Yeroon (sa'atiin) Meeqa Ture?

​​Maatiin Kiristiyaanaa Hundumti Keessanuu Baga Guyyyaa Fannifamuu Gooftaa Keenyaa Fayyisaa Keenya Iyyesuus Kiristoos Nagaadhaan Geessan. Jechaa Waantota Ayyaanaaf Isin barbaachisan isiniif qabannee dhufneerra. Isinirraa kan eegamu. Join gootanii seentanii matadureen asii gaditti isiniif tarreesse kana argachuu dandeessu👇🏻👇🏻👇🏻 👉🏻Faaruu Ayyaana Du'aa Ka'umsaa 👉🏻Walaloo Ayyaana Du'aa Ka'umsaa 👉🏻Warabii Ayyaana Du'aa Ka'umsaa 👉🏻Qophii Ayyaana Du'aa Ka'umsaaf waantota barbaachisan. 👉🏻caqasoota Ayyana du'aa ka'umsaa 👉🏻Barumsa (lallaba) Ayyaana Du'aa Ka'umsaa. 👇🏻 👇🏻 Hunda bakka tokkotti argachuuf)

Wanti isin barbaaddan maali? Hunduu nu bira jira👇 Faaruu Kitaabolee Afuuraa Macaafa Qulqulluu 81 Andimtaa Macaafa Hiikkaa Walaloo Ayyaanaa Barumsa Ortodoksii Fi kan biraas hundumtuu nu bira jira filannoo armaan gadii fayyadamuun Baradhaa

Ijoolleen Kiristiyaanaa Hundi Baga Gammaddan 🙏 Filannoon Keessan Maali? Wanti Barbaaddanhoo Maali? Hunda Isiniif Qabannee Dhufneerra👇 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉[Gaaffii Keessaniif Deebii 👉Macaafa Qulqulluu 81 👉Gaaffii Shakkitootaaf Deebii 👉Andimtaa Macaafa Hiikkaa 👉Lallaba Wangeelaa 👉Faaruuwwan Ayyaanaa 👉Walaloo Ortodoksii -kan Qulqullootaa -Kan Eegamootaa -kan Du'aa Ka'umsaa Hundumaa Bakka Tokkotti Isiniif Qopheessineerra. Isinirraa Kan Eegamu Gad Tuqxanii seenuu Qofa 👇Hunda Bakka Tokkotti Argachuuf👇 https://t.me/addlist/5fNu6gQKWLswMzBk

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen. Waan Addaa Chaanaalii Ortodoksii qofa Ijoollee Ortodoksii Tewaahidoo Kan Taatan Qofa Ilaallata Kuun Keessan Darbaa. Filannoo Kanaa Gadii Fayyadamuun Chaanaalii Ortodoksii Hunda Keessa Jiraachuu Keessan Mirkaneeffadhaa Youtube Dabalatee. Wanti Dhabdan Yoo Jiraate Nu Gaafadhaa. Join Godhaa Ka'aatii. 👇👇👇👇🧊🧊🧊👇👇👇 Search gochuuf hin rakkatiinaa nuutuu walitti isiniif qabneerra kunoo itti makamaa

‘Telegram Channel’ Afaan Oromootiin, Seera, Dambii fi Barsiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo eegeen barumsa dabarsaa jiran, akkasumas Faaruu, Walaloo, Diraamaa Fi Seenaa Qulqullootaa, Fi kkf kanneen Qabiyyee mana Kiristiyaanaa Dabarsan beeksisuu fi guddisuuf, sagaleen Waaqayyoos uummata bal’aa bira akka qaqqabu taasisuuf baname. Kanaafuu, ‘Telegram Channel’ fi ‘YouTube Channel’ tajaajila Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidootiif oolan, kan Afaan Oromootiin tajaajilu, ‘Channel’ miseensota 300+ ol ykn Group 400 ol qabu yoo qabaattan “@Orthodox_Promotion1” irratti bilisaan akka isinii beeksifamuuf galmeeffachuu dandeessu! Akkasumas Youtube Barumsa Mana Kiristiyaanaa, Faaruu, Walaloo Fi kkf kan sirnaaf seera mana Kiristiyaanaa eegee Dabarsu yoo qabaattan @Orthodox_Promotion1 irratti Bilisaan akka isiniif beeksifamuuf Galmeeffachuu Dandeessu. Karaa Galmee User kanaa gadiin nu quunnamuu dandeessu. 👇 @F_taa_Qananiisaa_Dabalee Promotion Kan Hojjennu Torbee Keessatti Yeroo Lama Qofadha. Innis Jimaata Galgala 1:00 eegalee fi Dilbata Galgala 2:00 irraa eegaleeti. Yeroowwan kana keessatti Barumsas ta'ee Maxxansa kamuu maxxansuun hin danda'amu hanga promotion maxxanfamee sa'atii 2 ol turutti.