en
Feedback
Midwifery And Nurse Lectures

Midwifery And Nurse Lectures

Open in Telegram

||Barnoota fayyaa Narsii akkasumas waa’ee haadhoolii fi daa’immanii barumsaafii gaaffiiwwan Coc tiif isin qopheessan channel kana irraa ni argattu!🥰 Yaada yoo qabaattan karaa @fgbravaa na quunnamaa!🙏🏻

Show more
1 653
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-430 days
Posts Archive
📚🔥 FIRANS STUDY & EXAM HUB 🧑‍⚕️ Barattoota Nursing & Health Science hundaaf! Qormaataaf qopha'aa jirtaa? Course fayyaa baa
📚🔥 FIRANS STUDY & EXAM HUB 🧑‍⚕️ Barattoota Nursing & Health Science hundaaf! Qormaataaf qopha'aa jirtaa? Course fayyaa baay'ee hin hubatin jirtaa? Soft copy sirriitti qindaa'an barbaaddaa? Gaaffii Coc fi exit exam ibsa isaa duukaa ni barbaaddaa? Amma packagewwan adda addaa qabna: 🟢 BASIC — 200 ETB Summary Notes + Gaaffii Qormaataa 🔵 STANDARD — 300 ETB ⭐ Notes + Gaaffii qormaataa + Deebii & Ibsa isaa duukaa 🟠 PREMIUM — 400 ETB Notes + Gaaffii qormaataa + Barumsa gabaabaa + Ibsa isaa duukaa 🔴 COMPLETE — 500 ETB 🔥 Materials guutuu + Gaaffii + Revision + Barumsa qormaata irratti hundaa'e+ gargaarsa dabalataa 📩 Ajajachuuf: Maqaa kee + Department/Year kee nuuf ergi. 💳 Kaffaltii erga mirkanaa'ee booda material kee siif ergina. 🎯 Qophaa'i • Hubadhu • Milkaa'i Firans Getachew @

||Gadhiifameera. Seenaatii ilaalaa, Share, Like, Subscribe gochuu hin dagatiinaa! 👇👇 https://youtu.be/MQ8KyV8-kDQ?si=Dtb7Cuu8EyK79dbn

||Dhufaan jira..... SHARE @Midwiferyppt
||Dhufaan jira..... SHARE @Midwiferyppt

||Waan darbeef galata, waan jiruuf gammachuu, waan dhufuuf abdii.❤️🙏 @Midwiferyppt
+1
||Waan darbeef galata, waan jiruuf gammachuu, waan dhufuuf abdii.❤️🙏 @Midwiferyppt

Karaa toora facebook 👇👇 https://www.facebook.com/share/19NfAuzvra/

||''Operation dhaan deessa naan jedhani..." Haati tokko Operation (Surgery) dhaan akka deessuuf sababi maal fa'i? Afaan Meedikaalaatiin procedure'n hojjetamu Cesarean Section (CS) jedhama! Cesarean Section jechuun gadameessa baqaqsanii daa'ima fi ofkaltii (Placenta) karaa garaa haadhaa baasuu jechuudha. Sababootni Isaas [ ] Miixuun yoo akka eegametti deemuu dide. [ ] Daa'imarra balaan yoo ga'e (Fetal distress). [ ] Ofkaltiin bakka malee gara balbala gadameessaati yoo argame (Placenta previa) [ ] Ofkaltiin yeroo malee utuu mucaan hin dhalatin gadameessarraa yoo gadhiise.(Placental abruption) [ ] Ciisichi mucaa sirrii yoo ta'uudhaa baate (Udduun, addaan, fuulaan, gatiittiin...yoo dhufe) [ ] Hiddi handhuuraa adda mucaa dursee yoo gadi rarra'e (Cord prolapse) [ ] Daa'imni baay'ee guddachuu (Macrosomia) [ ] Buqqeen sammuu mucaa fi lafeen teessumaa haadhaa wal yoo hin simne (CPD). [ ] Kana dura yoo hojjatameeraaf ta'e (Previous CS) fi kkf dha. Faayidaan isaas: [ ] Inni guddaan Lubbuu haadhaa fi daa'imaa baraara. Rakkoolee inni haadhatti fiduu danda'u keessaa muraasni: [ ] Dhiigni baay'ee dhangala'uu.(till 1000ml) [ ] Infection. [ ] Rakkoo qoricha adoochaa duukaa wal qabatu (anesthesia related risk or side effect) [ ] Guyyoota muraasaaf hospitala turuu ( De'umsa normal duukaa gaafa wal bira qabnu) [ ] Dhukkubbii dugdaa (May result from Spinal or epidural anesthesia) [ ] Kana qofa miti akkasumallee madaa duukaa wal qabatee complication biraa fiduu ni danda'a. Firans Getachew Galatoomaa! SHARE @Midwiferyppt

||Karaa salphaa ta'een umurii daa'ima keessan gadameessa keessa jiru calculation kanaan baruu ni dandeessu! Daawwaadhaa! Irraa baradhaas! 👇👇 https://youtu.be/selH5esEdG0?si=zcFPdEAlfQ-VTzf_

||Mallattooleen yeroo Ulfaa (Garaatti baachuu) maal fa'i? Kun Damee Saayinsii fayyaa Obstetrics tiin bakka gurguddaa sadiitti qoodama: innis 1.Presumptive 2. Probable 3. Positive sign jedhamuun qoodama! Haa ta'uyyuu maleee Mallattooleen ulfaa dubartii hundaatti wal fakkaachuu baatanis, kanneen armaan gadii garuu baay'inaan ni mul'atu. 1. Laguun Hafuu Mallattoo jalqabaa fi beekamaa ulfa ta'uu keessaa isa guddaadha. Garuu laguutu hafe jechuun yeroo hundaa in ulfoofte or ulfooftetti jechuu ta'uu dhiisuu danda'a. Maaliif (Gyne case) baay'een waan jiraniif isa guyyaa biraan isiniif dhooba! 2. Ol ol jechuu fi darbee darbee xiqqoo ol guuruu barbaaduu (Morning sickness) Keessumaa ganama sirriitti mul'ata; yoo baay'ate hanga torbee 12 or ji'a sadii tura. 3. Harmi isaanii xiqqoo guddachuu Harmi isaanii size xiqqoo dabaluu akkasumas gurraachi fiixee harmaa irratti argamu (Areola) bal'achuu... 4. Miira dadhabbii (Fatigue) Hormoononni jijjiiramuu isaanii irraa kan ka'e haati garaatti baattu miirri dadhabbi itti dhaga'amuu danda'a. 5. Fincaan Baay'isuu (Frequent urination) Gadaamessi akkuma guddachaa deemuu afuuffee fincaanii (Bladder) irratti dhiibbaa uumuun kan dhufudha. 6. Fedhiin nyaataa xiqqoo jijjiiramuu Nyaata tokko tokko baay'ee barbaaduu ykn nyaata duraan jaallatan jibbuun ni danda'u. Akkasumas Pica kan jedhamu dhufuu danda'a. Pica jechuun waan hin malle kajeelsisuu jechuudha. Fknf kasala, dhoqqee sa'aa (dikee), biyyoo fi kkf 7. Foolii Jibbuu Foolii nyaataa, shittoo ykn waan biraa tokko tokko haati garaatti baattu jibbuu dandeessi. 8. Sochii Daa'imaa Dhaga'uu (Quickening) Baay'inaan ji'a 4 hanga 5ffaatti haadha ulfaatti sochiin daa'imaa jalqabaa itti dhaga'amuu ni danda'a. 9. Gogaa garaa isaanii irratti sararoonni (striae gravidarum fi Linea nigra) jedhaman mul'achuu danda'u. Kana qofaa osoo hin taane; Miilli xiqqoo dhiita'uu, Onneen saffisaan dhiiga raabsuu akkasumas Aarii xiqqoon dhufuu danda'a. Galatoomaa! Share gochuu hin dagatiinaa! Firans Getachew SHARE @Midwiferyppt

||Har'a barattoota turtan... Bor garuu narsoota beekumsaan guutuu taatanii dhaabbattu. Har'a maqaan keessan eebbifamtoota jed
+1
||Har'a barattoota turtan... Bor garuu narsoota beekumsaan guutuu taatanii dhaabbattu. Har'a maqaan keessan eebbifamtoota jedhu... Bor garuu maqaan keessan lubbuu baraartota jedhama. Imimmaan kaleessaa hin dagatinaa, dadhabbii kaleessaa hin irraanfatinaa, waan hundumaa keessaa Waaqayyo isin dabarse yaadadhaa. Yeroo harki keessan dhukkubsataa tuqu, jaalalaan haa tuqu. Yeroo dubbiin keessan nama dhiphate bira ga'u abdii haa ta'u. wanti hojjettan hundumaa beekumsaa fi naamusaan haa deeggaramu. Daandiin fuulduraa salphaa ta'uu baatus, isin keessa jabinni ni jira. Qormaanni ni dhufa, garuu mo'achuun keessan ittuma fufa. Baga eebbifamtan!,Baga gammaddan! 🎓👨‍⚕️👩‍⚕️Congratulations 👏 Firans Getachew Suuraan anuma🙈 Bara Barataa turree xumurre (Degree) @Midwiferyppt

B Is the answer. Between 16 and 20 weeks’ gestation. A pregnant woman usually can detect fetal movement (quickening) between 16 and 20 weeks’ gestation. Option A: Before 16 weeks, the fetus is not developed enough for the woman to detect movement. Option C: After 20 weeks, the fetus continues to gain weight steadily, the lungs start to produce surfactant, the brain is grossly formed, and myelination of the spinal cord begins. Option D: After 24 weeks, the fetus might be able to respond to familiar sounds such as its mother’s voice, with movement. It is spending most of its sleep time in rapid eye movement (REM).

The nurse is developing a teaching plan for a patient who is 8 weeks pregnant. The nurse should tell the patient that she can expect to feel the fetus move at which time?
Anonymous voting

A. Endometritis •Endometritis is an infection of the uterine lining and can occur after prolonged rupture of membranes. Symptoms include swelling of the abdomen, abnormal vaginal bleeding or discharge, fever, discomfort with bowel movement, and pain in the lower abdomen or pelvic region. Option B: Endometriosis does not occur after a strong labor and prolonged rupture of membranes. It is a painful disorder in which tissue similar to the tissue that normally lines the inside of the uterus grows outside of the uterus. Option C: Salpingitis is a tubal infection and could occur if endometritis is not treated. It is an inflammation of the fallopian tubes caused by bacterial infection. Option D: Pelvic thrombophlebitis involves a clot formation, but it is not a complication of prolonged rupture of membranes. It is an extremely rare condition that occurs after delivery when an infected blood clot, or thrombus, causes inflammation in the pelvic vein So The Answer is A (Endometritis)

1. A postpartum patient was in labor for 30 hours and had ruptured membranes for 24 hours. For which of the following would the nurse be alert?
Anonymous voting

Akkam Jirtu?

#update Firiin Exit exam gadhiifamuun barattootni baay'een kan ilaallatan yoo ta'u amma irratti garuu Website'ichi not found jechuu jalqabeera. Website'ichi deebi'ee hanga hojjetutti obsaan eegaa! https://result.ethernet.edu.et/usernamepage @Midwiferyppt

Maatiiwwan Channel kanaa Har'a Exit exam fudhattan hundumtuu baga nagaan xumurtan! Akkam ture qormaatichi?
Anonymous voting