en
Feedback
Crypto wolf

Crypto wolf

Open in Telegram

"Crypto Wolf" is your ultimate guide to the cryptocurrency market. Join us for expert analysis, timely updates, and valuable insights to help you navigate the ever-evolving crypto landscape. Howl with us!

Show more
4 545
Subscribers
No data24 hours
-147 days
-6230 days
Posts Archive
Waan Ajaa'ibaa βœ… Gurbaa kana yoo ilaaltan Sadio mane ykn obboleessa isaa isinitti fakkaachuu danda'a garuu gurbaan asuma biyy
Waan Ajaa'ibaa βœ… Gurbaa kana yoo ilaaltan Sadio mane ykn obboleessa isaa isinitti fakkaachuu danda'a garuu gurbaan asuma biyyattii kana Itoophiyaa keessatti gurbaa argamuudha. Maal Kun πŸ₯ΉπŸ₯Ή

Bakka bu'aan Yoan Garsiyaa jijjiirraa kana xumuruuf har'a gara Baarseloonaatti ni qajeela. Baarseloonaan goolii eegaa Gaarshi
Bakka bu'aan Yoan Garsiyaa jijjiirraa kana xumuruuf har'a gara Baarseloonaatti ni qajeela. Baarseloonaan goolii eegaa Gaarshiyaaf Yuuroo miiliyoona 25 akka gadhiifamu ni kaffala. Faabriiziyoo Roomaanoo

HERE WE GO! Marcus Betinilli gara Man City FABRIZIO ROMANO
HERE WE GO!
Marcus Betinilli gara Man City FABRIZIO ROMANO

Good morning family 🌞🌞 Olmaa Gaarii qabadhaa bakkaa nagaa oolaa πŸ₯°

Good night family πŸ˜šπŸ’€

Hamma Ud*uun kee dafqutti kolfuu nii barbaadda? ✍️ Deebiin kee "Eeyyee" taanan kottugaa Dambalii kolfaa irratti barbaadamtaa!
Hamma Ud*uun kee dafqutti kolfuu nii barbaadda? ✍️ Deebiin kee "Eeyyee" taanan kottugaa Dambalii kolfaa irratti barbaadamtaa! 🫑 Joinβžͺ @Dambalii_Kolfaa Joinβžͺ @Dambalii_Kolfaa

Hamma Ud*uun kee dafqutti kolfuu nii barbaadda? ✍️ Deebiin kee "Eeyyee" taanan kottugaa Dambalii kolfaa irratti barbaadamtaa!
Hamma Ud*uun kee dafqutti kolfuu nii barbaadda? ✍️ Deebiin kee "Eeyyee" taanan kottugaa Dambalii kolfaa irratti barbaadamtaa! 🫑 Joinβžͺ @Dambalii_Kolfaa Joinβžͺ @Dambalii_Kolfaa

GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡

😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! πŸ‘‡πŸ‘‡

Seekondii 20 booda nii haqama πŸ‘€ Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera πŸ‘Š Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫡

βœ…Maanchister Siitii fi Maan Yunaayitid goolii eegaa Liil Lukaas Cheevilayer fudhachuuf barbaadu. Degartonnii maal Jettuu ❓ En
βœ…Maanchister Siitii fi Maan Yunaayitid goolii eegaa Liil Lukaas Cheevilayer fudhachuuf barbaadu.
Degartonnii maal Jettuu ❓
Enyuu haa fudhatu? City πŸ‘ Unted πŸ‘ Laman isanii iyyuu fudhachuu hin qabanπŸ‘Ž

🚨#ππ‘π„π€πŠπˆππ† Abdullaahi Awuzaan Ayaaks irraa gara Riyaal Maadriid HERE WE GO!πŸ”₯ πŸ“°[Fabrizio Romano]πŸŽ– β€οΈπŸ‘πŸ‘β€οΈπŸ‘β€οΈπŸ˜β€οΈ
🚨#ππ‘π„π€πŠπˆππ† Abdullaahi Awuzaan Ayaaks irraa gara Riyaal Maadriid HERE WE GO!πŸ”₯ πŸ“°[Fabrizio Romano]πŸŽ– β€οΈπŸ‘πŸ‘β€οΈπŸ‘β€οΈπŸ˜β€οΈπŸ‘πŸ‘πŸ‘β€οΈπŸ‘πŸ‘β€οΈπŸ‘β€οΈπŸ‘

Biraayitan taphataa sarara ittisaa Giddugaleessaa Veeroonaa Diyeegoo Kooppoolaa fudhachuuf mariirra jira. β˜† -Fabriiziyoo Room
Biraayitan taphataa sarara ittisaa Giddugaleessaa Veeroonaa Diyeegoo Kooppoolaa fudhachuuf mariirra jira. β˜† -Fabriiziyoo Roomaanoo

Gareen Biyyooleessa Poorchugaal gita isaa Garee Biyyooleessa Ispeen peenaalityin injifachuun Shaamiyoonaa Neshiin Liigii bara
Gareen Biyyooleessa Poorchugaal gita isaa Garee Biyyooleessa Ispeen peenaalityin injifachuun Shaamiyoonaa Neshiin Liigii bara kanaa ta'uun xumuraniiru. Poorchugaal πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘Congratulations πŸŽ‰

πŸ‡ͺπŸ‡Έ Spain Vs Portugal πŸ‡΅πŸ‡Ή Tamsaasa kallatiin tapha kana hordofuuf chaanala keenyatti dabalama! πŸ‘‡πŸ‘‡

Oduu jijjiirraa taphatoota hedduutu jira....πŸ”₯πŸ”₯ Marree channel kanaa gadii join gochuun odeeffanno ispoorti akkasumas jijjii
Oduu jijjiirraa taphatoota hedduutu jira....πŸ”₯πŸ”₯ Marree channel kanaa gadii join gochuun odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessa....πŸ‘‡πŸ‘‡ Joinβžͺ @Dambalii_Ispoortii_1 Joinβžͺ @Dambalii_Ispoortii_1

Cr7 or yamal 19 Cr7 πŸ‘ Yamal ❀️ Ani ❀️ ATI 🫡 hoo??
Cr7 or yamal 19
Cr7 πŸ‘ Yamal ❀️
Ani ❀️
ATI 🫡 hoo??

βœ…Cheelsiin Yuroo Miliyoona 18in Maayik Maagnaan fudhachuuf waliigalteerra gaheera. Degartonnii maal Jettuu ❓ Haa dhufuu Eyyee
βœ…Cheelsiin Yuroo Miliyoona 18in Maayik Maagnaan fudhachuuf waliigalteerra gaheera.
Degartonnii maal Jettuu ❓
Haa dhufuu Eyyeeβ€οΈπŸ‘πŸ‘ Lakkii πŸ‘Ž

BREAKING: Boorushiyaa Doortimuundiin jalqaba Cheelsiin €35mf dhiyeesse erga kuffisee booda Jamie Gittens fudhachuuf €50-60m b
BREAKING: Boorushiyaa Doortimuundiin jalqaba Cheelsiin €35mf dhiyeesse erga kuffisee booda Jamie Gittens fudhachuuf €50-60m barbaada. Mariin itti fufee kan jiru yoo ta'u, yeroo dhiyootti dhiyeessiin haaraan Cheelsiin ni dhiyaata jedhamee eegama. Taphataan Kun ammallee jijjiirraa kana barbaada. (Madda: Filooriyaan Pleetinbarg)