en
Feedback
Crypto wolf

Crypto wolf

Open in Telegram

"Crypto Wolf" is your ultimate guide to the cryptocurrency market. Join us for expert analysis, timely updates, and valuable insights to help you navigate the ever-evolving crypto landscape. Howl with us!

Show more
4 545
Subscribers
No data24 hours
-147 days
-6230 days
Posts Archive
Oduu jijjiirraa Haarawa wiixata galgalaa itti dhiyaadhaa dubbisaa βœ…Riyaal Maadriid ganna dhufu taphataa sarara ittisaa Liivarpuul Ibraahimaa Koonatee ganna 26 jijjiirraa bilisaatiin fudhachuuf abdii qaba, yeroo kontiraatni taphataa lammii Faransaay kun xunurame (Marca - afaan Ispeeniin), alaa βœ…Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Ispoortiin Siwiidin Viktor Gyokeres, 27 fi taphataa RB Leipzig Slovenia Benjamin Sesko keessaa eenyu akka mallatteesisu ammallee hin murteessine. (mirror). βœ…Arsenal jijjiirraan taphatoota lamanii yoo hin milkoofne taphataa sarara fuulduraa Aston Villa's England Ollie Watkins fudhachuuf ni yaala. (Record ) βœ…Taphataan sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid Raasmus Hojluund, ganna 22, garee Serie A Inter Miilaan waliin marii irra jira. (Gazzetta dello Sport - afaan Xaaliyaaniitiin). βœ…man utd taphataa sarara fuulduraa Nezerlaand Jooshuwaa Zirkzee gurguruu hin barbaadu.. (Corriere dello Sport - afaan Xaaliyaaniitiin).. βœ… Maanchistar Yunaayitid dhuma torbee kanaa bakka bu'oota taphataa sarara fuulduraa Faransaay Hugo Ekitike waliin wal arguun mari'ate. (Bild), βœ… Cheelsiin, Aston Viilaa fi Tootinaam hundi isaanii taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid Alejandro Garnacho, ganna 20 fudhachuuf marii irra jiru.. (Mail).. βœ… AC Milan taphataa sarara ittisaa Yukireen Ganners Oleksandr Zinchenko, 28 waliin marii irra jira. (Corriere dello Sport - afaan Xaaliyaaniitiin). βœ… Paaris Seent Jarmaniin taphataa sarara ittisaa Boornemaawuz Iiliyaa Zabarnyi ganna 22 waliin waliigaltee dhuunfaa irratti kan walii galte yoo ta'u, kilabii isaa waliin kaffaltii irratti mari'achaa jira. (Fabrizio Romano) βœ…Galatasaray goolii eegaa ganna 33 Baarseloonaa Maark-Andre ter Stegen fudhachuuf gaaffii dhiyeessee jira. (Ispoortii - afaan Ispeeniin) βœ… Filooriyaan Wiirtz qorannoo fayyaa liverpool jimaata dhufu ni taasisa. βœ…Filooriyaan Wiirtz Liivarpuul keessatti waggaatti naannoo Yuuroo Miliyoona 20 argachuuf jira, torbanitti yuuroo €380,000 ol ni argata.. βœ…Leenjisaan haaraan Baayer Leverkusen Erik ten Hag bakka bu’aa Filooriyaan Wiirtz gochuuf Jastiin Kiluivart mallatteessisuu barbaada. βœ…Cheelsiin taphataa sarara fuulduraa Nick Woltemade mallatteessisuuf Stuttgart waliin marii jalqabeera. βœ… Maanchistar Yunaayitid Antooniif gatii €50M kaa'eera. βœ… Man Utd Victor Osimhen ammallee mindaa waggaatti €12M gaafachaa jiru waliin marii jalqabaniiru. βœ…Galatasaray jijjiirraa Victor Osimhen xumuruu yoo dadhabe Jonathan David fudhachuuf jira.. βœ… Tootinaam Biraayyan Mbeumo waliin waliigaltee uumuu danda'u irratti Brentford waliin marii jalqabaa taasisaniiru. Ta'us taphatichi Man utd qofa barbaada. βœ… Heung-min Son ganna kana Tootinaam gadhiisuuf kan jiru yoo ta'u, FenerbahΓ§e irraa waggaatti €12mn dhiyaateefii jira. βœ…kilabiin Joozee Mooriinihoo Feenarbaacheen Neymaar kontiraata waggaa tokkoo dhiyeessuuf fedhii qaba. βœ… Kilabiin Sa'uudii Arabiyaa Al-Ahli bara dorgommii dhufuuf leenjisaa jijjiirraa yoo taasise Ange Postecoglou muuduuf fedhii qaba. Evertan taphataa sarara fuulduraa Viilaariyaal Tiernoo Baariif fedhii isaa cimseera. Keewwatni gadhiifamuu isaa Β£34m dha.. βœ… Luka ModriΔ‡ waancaa Kilaboota Addunyaa Riyaal Maadriid waliin taphachuuf jecha gara AC Milan deemuu isaa yeroo biraatti dabarsee jira.. βœ… Daarektarri ispoortii Baarseloonaa Deekoo ergamtoota Niikoo Wiiliyams waliin har'a Baarseloonaa keessatti wal arganii jiru. Taphataan sarara fuulduraa kun jijjiirraa Baarsaa kilaboota biroo caalaa filata. Baarseloonaan reefu Joan Garcia’f €25M akka gadhiifamu kaffaleera. βœ… Mariin Pool Poogbaa fi AS Monaco gidduu jiru ammallee haala gaariin deemaa jira..

photo content

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hang
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍 Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! πŸ‘‡πŸ‘‡

GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡

😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! πŸ‘‡πŸ‘‡

Seekondii 20 booda nii haqama πŸ‘€ Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera πŸ‘Š Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫡

Foddaan jijjiirraa taphatoota har'a ifatti banameera! Osoo bakka tokko illee hin deemin oduu jijjiirra taphatoota hunda bakka
Foddaan jijjiirraa taphatoota har'a ifatti banameera! Osoo bakka tokko illee hin deemin oduu jijjiirra taphatoota hunda bakka tokkotti hordofuuf Transfer news kan jedhu cuqaasuun join godhaa maatii ta'a! πŸ‘‡πŸ‘‡

πŸš€ Jijjiirraa taphatoota xumuraamuuf qarqara irra gahan Gazexeessitoota amanamoo irraa chaanala armaan gadii join gochuu hord
πŸš€ Jijjiirraa taphatoota xumuraamuuf qarqara irra gahan Gazexeessitoota amanamoo irraa chaanala armaan gadii join gochuu hordofaa! πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/+s2S2cwSY-Dg1M2Jk https://t.me/+s2S2cwSY-Dg1M2Jk

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hang
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍 Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! πŸ‘‡πŸ‘‡

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hang
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍 Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! πŸ‘‡πŸ‘‡

😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! πŸ‘‡πŸ‘‡

Seekondii 20 booda nii haqama πŸ‘€ Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera πŸ‘Š Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫡

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hang
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍 Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! πŸ‘‡πŸ‘‡

Liverpool Taphataa Newcastle united Iska barbadaa akkaa jiru ni DHAGA'AAMA! degartonnii maal jettuu Haa dhufuu Eyyee β€οΈπŸ‘πŸ‘ L
Liverpool Taphataa Newcastle united Iska barbadaa akkaa jiru ni DHAGA'AAMA! degartonnii maal jettuu Haa dhufuu Eyyee β€οΈπŸ‘πŸ‘ Lakkii πŸ‘Ž

GOOLII ZAYITII FI QULLUBIIN GALCHAAN CHANALA KEENYA IRRAA KAN HIN ILAALIIN JIRTAAN DEEMAA ILAALAA πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/c/2224855482/919

Biraayin Mubemoo yeroo ammaa haala inni keessa jiru.πŸ₯Ί Garam deemu qabaaaa?? Tootenhaam ❀️ Man unted πŸ‘
Biraayin Mubemoo yeroo ammaa haala inni keessa jiru.πŸ₯Ί Garam deemu qabaaaa?? Tootenhaam ❀️ Man unted πŸ‘