en
Feedback
Crypto wolf

Crypto wolf

Open in Telegram

"Crypto Wolf" is your ultimate guide to the cryptocurrency market. Join us for expert analysis, timely updates, and valuable insights to help you navigate the ever-evolving crypto landscape. Howl with us!

Show more
4 545
Subscribers
No data24 hours
-147 days
-6230 days
Posts Archive
βœ…οΈMaanchistar Yunaayitid fedhiin Viktor Goykaresh mallatteessuuf qaban dabala dhufe jira . Ben Jacobs Degartonnii maal Jettuu
βœ…οΈMaanchistar Yunaayitid fedhiin Viktor Goykaresh mallatteessuuf qaban dabala dhufe jira . Ben Jacobs Degartonnii maal Jettuu Haa dhufu? Eyyeeβ€οΈπŸ‘ Lakkii πŸ‘Ž

🚨 Arsenaal Konstantinos Kareetsaas Geenkii irraa Yuuroo miiliyoona 45n fudhachuuf dhihaateera.
🚨 Arsenaal Konstantinos Kareetsaas Geenkii irraa Yuuroo miiliyoona 45n fudhachuuf dhihaateera.

Chanala wallpepera babareedo Addunyaa irraa argattaan kana join godhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/+F4MkLNDl21Q5YThk

GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡

😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫡πŸ’₯

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! πŸ‘‡πŸ‘‡

Seekondii 20 booda nii haqama πŸ‘€ Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera πŸ‘Š Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫡

Here We go: Tiijan Riijindersi gara Maan Siitii deemuuf waliigaltee irra gahameera.Deegartonni Maan Siitii maal jettu ok Now
Here We go: Tiijan Riijindersi gara Maan Siitii deemuuf waliigaltee irra gahameera.Deegartonni Maan Siitii maal jettu ok Now πŸ‘ πŸ‘ Not ok πŸ‘ŽπŸ‘Ž πŸ‘‰ Fabrizio Romaano

Family Chanala wallpaper ni barbadduu
Anonymous voting

Good morning family Olmaa Gaarii Fi midhagaa ta'ee qabadhaa bakkaa nagaa oolaa

Good night family 😴 Halkaan Gaarii qabadhaa 🌹

FIFA Kana booda Rukuttaa Penalty miilaa lamaan itti bu'amee yoo gales yoo hin galles irra deebiin akka rukutamu murtaa'ee jir
FIFA Kana booda Rukuttaa Penalty miilaa lamaan itti bu'amee yoo gales yoo hin galles irra deebiin akka rukutamu murtaa'ee jira.
Isiin maal Jettuu ❓
Bareedaa dha πŸ‘β€οΈβ€πŸ”₯πŸ‘ Lakkii ta'uu hin qabu πŸ‘Ž

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hang
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍 Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Ethio_telecom25 https://t.me/Ethio_telecom25

🚨 HERE_WE_GO Nama haaraa cityf
🚨 HERE_WE_GO
Nama haaraa cityf

βœ…Sagantaan Piriimeer Liigii Inglaand bara 2025/26 bor kan ramadamu ta'a. Kan Bara dhufuu enyuu Injifaataa jettanii yadduu? Li
βœ…Sagantaan Piriimeer Liigii Inglaand bara 2025/26 bor kan ramadamu ta'a.
Kan Bara dhufuu enyuu Injifaataa jettanii yadduu?
Liverpool ❀️ Manchester united πŸ‘ Manchester city πŸ‘ Arseenal 😍 Chelsea πŸ”₯ Nothingham 🀣

AC Miilaanii fi Al-Hilaal Tiyoo Hernaandeez naannoo Yuuroo miiliyoona 15tti walii galaniiru. Haalli dhuunfaa hanga ammaatti w
AC Miilaanii fi Al-Hilaal Tiyoo Hernaandeez naannoo Yuuroo miiliyoona 15tti walii galaniiru. Haalli dhuunfaa hanga ammaatti walii hin galle. (Madda: Foot Mercato)

Jobe Bellingham Borussia_Dortmund tti makamuuf dursa kenneera! Murtoon qajeelfamaan kennameera, akkuma BILD gabaase. Saandarl
Jobe Bellingham Borussia_Dortmund tti makamuuf dursa kenneera! Murtoon qajeelfamaan kennameera, akkuma BILD gabaase. Saandarlaandiin yeroo ammaa gatii keewwataa gadhiifamuu €40m gatii qabuun mari'achuuf yaada hin qaban.

Oduu Jijjiirraa guyyaa har'aa bahanii fi bahaa Jiran. 🚨 Manchester United ganna kana taphataa sarara fuulduraa Psg Gonkalo Ramos mallatteessifachuuf carraa argateera. Psgn taphataa kana ganna akka kilabicha gad dhiisu itti himee Jira. Innis kilaboota su'uudii fi Awurooppaatii wajjiin haasawaa Jira. 🚨 Newcastle yoo Anthonii Gordon Liverpool f gugure Manchester Siitii irraa Jack Grealish mallatteessifachuu barbaada. Source: Football Insider) 🚨 Cheelsiin jijjiirraa Liam Delap guyyaa har'aa qorannoo Fayyaa taasisuun taphaticha kan ofii taasifatee Jira. Jijjiirraa kana ifa gochuu qofaatu hafe. 🚨Kilabni Saa'udii Al-Hilaal Leenjisaa Inter miilaan Simoon Inzaagii waancaa kilaboota addunyaa dursee mallatteessifachuu akka barbaadu dhaga'ameera. Inter miilaanii fi Leenjisichi turtii isaanii gara fuulduraa irratti mari'achuuf boritti beellama qabu jedhameera. 🚨 Baarseloonaan bakka bu'aa Toomaas Paartee waliin marii jijjiirraa banee jira. Toomaas Paarteen kontoraanni Inni Arsenal wajjiin kana dhumatu yoo Arsenal gaafii hin dhiheessineef deemuuf qophii ta'uu dubbata. 🚨 Naappooliin Gaarnaachoo fudhachuuf kilaba dursaa jiru keessaa isa tokkoodha, Cheelsiinis taphaticha fudhachuuf fedhii qabu Maan Yuunaayitid taphaticharraa Paawondii miliyoona 40M barbaadaa jedhameera. 🚨 Al Nasr taphataa Sa'udii Abdulmalik Al Jaber mallatteessifatee Jira. 🚨 Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa Al-Hilaal Aleeksaandar Mitirooviich fudhachuuf fedhii qaba. Taphataan kun hanga paawundii miiliyoona 40 baasuu kan danda'u yoo ta'u, taphatichi jijjiirraan kun yoo milkaa'e mindaa hir'isuuf walii galeera. 🚨 Gooli Eegaan Liverpool FC Kelleher Liverpool gadi dhiiseera. Taphataa Bireentifoord haaraa ta'uun har'a mallatteesse. Qorannoon fayyaas xumurameera. 🚨 Benefikaan Jao Feelix fudhachuuf Cheelsii wajjiin haasawa gaarirra jiru.

🚨 Intar Miilaan Raasmus Hooyiluund liqiidhaan mallatteessisuuf dhihaateera akkasumaas filannoo bitachuu qaba jedhamee gabaaf
🚨 Intar Miilaan Raasmus Hooyiluund liqiidhaan mallatteessisuuf dhihaateera akkasumaas filannoo bitachuu qaba jedhamee gabaafameera.

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hang
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! πŸŽ‰πŸŽ‰ Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍 Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Ethio_telecom25 https://t.me/Ethio_telecom25