en
Feedback
Qataletech

Qataletech

Open in Telegram

Join our Telegram channel for Job vacancy , Scholarship and News https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk website :https://qatale.com

Show more
The country is not specifiedCareer7 219
3 975
Subscribers
-424 hours
-297 days
-12830 days
Posts Archive
😎 Channel Gurgurtaa😎 Namni Channel Bituu Barbaaddan Gatii Madaalawaadhaan bitadhaa Subscribers 20k+ ✅ Subscribers 11k+ ✅ Subscribers 10k+✅ Monitization kan ta'eedhaa hundinuu⚠️ Namoonni Group Old Qabdanus Keessaan Na Dubbisaa⚠️ 😎 Na qunnamuuf 😎 ┏━━━━━━━━━━┓     𝐂𝐎𝐍𝐓𝐀𝐂𝐓 𝐈𝐍𝐅𝐎 ┗━━━━━━━━━━┛ 𝑼𝒔𝒆𝒓𝒏𝒂𝒎𝒆 𝑻 - @Rafiqul_Islaam 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 - @Rafiqul_Islam_Promotion 𝑬𝒎𝒂𝒊𝒍 - Furkanawel440@gmail.com

Oduu Ammee Maariyaa Koorinaa Makaadoo badhaasa Noobelii Nagaa 2025 mo'atte. Badhaasa kana Doonaald Tiraamp mo'ata jedhamee eegamaa ture. Maariyaan eenyu? Gabaasa kallattii kanaan nu argattu. 👉👉 https://bbc.in/48VVGfa

Hayyoota Oromoo Keessaa Eenyutu Akkas Jedhee❓ “ Gabrummaa dandeenyu hiddaan buqqifnaa, dadhabnu ilmaan itti guddifna. ” “ Oromoof duullee Oromoof duune. ”

𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍�
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇👇 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧: 👇👇 https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0

Hayyoota Oromoo Keessaa Eenyutu Akkas Jedhee❓ “ Gabrummaa dandeenyu hiddaan buqqifnaa, dadhabnu ilmaan itti guddifna. ” “ Oromoof duullee Oromoof duune. ”

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: ☑️ @Rafiiqul_Islaam2 ✅ Ads: 👇👇👇👇 https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

𝐒𝐚𝐡𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚𝐧 "𝐌𝐢𝐢𝐥𝐥𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐔𝐥𝐟𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐔𝐡𝐮𝐮𝐝 𝐂𝐚𝐚𝐥𝐚" 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐮𝐮𝐧 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐮 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮?

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮 Oduu Gammachiisaa 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ Barnoota Amantii Lamaanii Irraa Maal Argachuu Barbaadduu❓

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 Promotion: @Rafiqul_Islam_Promotion 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Namni Channel Bituu Barbaaddan Gatii Madaalawaadhaan bitadhaa. Monitization kan ta'eedhaa hundinuu. Subscribers 20.5k+ Subscribers 11.6k+ Subscribers 10.9k+ ✔️ @Rafiqul_Islaam ✅ Namoonni Channel Keessan Folder Bilisaa irratti dabalamuu barbaaddan keessaan na qunnamaa!! ✅ @Rafiqul_Islaam ✅ 3k Above 5k Above 10k Above 15k Above 20k Above 25k Above 30k+ . . . ✈️𝑼𝒔𝒆𝒓𝒏𝒂𝒎𝒆 𝑻 - @Rafiqul_Islaam 🌙 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 @Rafiqul_Islam_Promotion ❤️ 𝑬𝒎𝒂𝒊𝒍 - Furkanawel440@gmail.com ✅

Oduu Gammachiisaa!! Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣ ❏ Faayidaa guddina dhuunfaa 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam Hope Promotion:👇👇 @Rafiqul_Islam_Promotion

#AASTU #ASTU Bara 2017 qormaata Kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsa %50 ol fiddanii yuunivarsitii Saayinsii fi teeknoolojii Adaamaa fi Finfinnee seenuu barbaaddan qormaata seensaaf guyyaan galmee ifoomeera. Guyyaan galmee:- Fulbaana 13-18/2018 yoo ta'u, Hanga Fulbaana 18 halkan Sa'aatii 6:00tti Onlaayiniin galmaaha👇 https://stuexam.astu.edu.et/ Guyyaan qormaanni itti kennamu galmeen yoo xumurame ni beeksifama. Iddoon qormaanni itti kennamu yeroo galmee yunivarsiitii isin filattanitti qaamaan dhiyaachuudhaan ta'a. Galmee fi Qormaataafis kaffaltiin tokkos hin jiru. Iyyattoonni qormaataaf gosa barnootaa Baayoloojii, Kemistirii, Fiiziksii, Herregaa fi Ingiliffaa (Kutaa 9-12) irratti akka qophooftan jedhameera. Yunivarsiitiin saayinsii fi Teknooloojii lamaan muummeewwan Injinariingii fi saayinsii Appilaayidii jala jiran akka kennan kan beekkamuudha. Share 👉 @qataletech

Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Bulchaa Baankii Biyyaalessaa ta’uun muudaman Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fulbaana 9, 2018 irraa eegaluun hoggantoota lamaaf muudama kennaniiru. Haaluma kanaan:- 1.Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Bulchaa Baankii Biyyaalessaa fi 2.Aadde Innaataaleem Mallas Sadarkaa Ministiraatti Hoggantuu Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa ta’uun muudamaniiru. @qataletech

Qormaata kutaa 12ffaa barattoota qoraman keessaa dhibbeentaan 8.4% qabxii 50% ol fiduun darbaniiru. @qataletech

Qabxiin qormaataa barattoota kutaa 12 kan bara 2017 boru ifooma Ministeerri Barnootaa qabxiin qormaata barattoota bara 2017 qormaata xumuraa kan kutaa 12 fudhatan boru, Fulbaana 14, 2025 akka gadhiifamu ibse. Kanuma ilaalchisuun boruu waaree booda saatii kudhanitti ibsi akka kennamus Waajjirri Ministiraa kun ifoomseera. Qormaanni barattoota kutaa 12 kan bara 2017 Waxabajjii 23 haga Adoolessa 08tti kan kennamee ture yoo tahu, walii galaan barattoonni kuma 600 fi kuma 80 fi 742 qoramuuf galmaa’anii isaan keessa barattoonni kuma 500 fi kuma 80 fi 905 qormaata kana fudhatanii turan. Kana keessaa barattoonni kuma 100 fi kuma 34 fi 828 karaa interneetiin yoo qoraman kan hafan waraqaatiin qormaaticha fudhataniiru. Qormaatni kutaa 12 kun, naannolee biyyattii hundatti bakkeewwan Ministeerri Barnootaa filee qindeesse 216 keessatti gaggeeffamuu yaadachiisuun Faanaan gabaaseera.

#Ammee Guyyaa boruu eebba hidha Guddicha Abbayyaa #GERD sababeeffachuun guyyaa boruu #Interneetii bilisaan maammiltoonni isaa akka fayyadaman #Ethiotelecom beeksisee jira. Boru namuu osoo data hin qabuuf hin yaaddofne bilisaan intarneetii banattanii eebba hidhichaa hordofuu dandeessu. Share @qataletech