en
Feedback
Beeksisa Hojii - Vacancy

Beeksisa Hojii - Vacancy

Open in Telegram

Chaanalii kana jallatti hojiiwwan adda addaa gosa kamiin iyyuu:- Afaan Oromoon Afaan Ingliffaan Afaan Amaariffaan ni maxxansina!

Show more
The country is not specifiedCareer13 832
Buy Ad
587
Subscribers
+124 hours
+107 days
+4130 days
Posts Archive
Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame! BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu. Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et #Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a.

East Africa Land Border Security Program - Ethiopia Driver – YABELLO – East Africa Land Border Security Program (EALBSP) Job Category : Operations, Procurement, Logistics Requisition Number : 2ETSK007043 Apply now Posting Details Posted: September 1, 2026 Full-Time On-site Location: Yabello, Oromia Region, Ethiopia Position Status: Full-time, Regular This position is contingent upon confirmation of program funding. Salary Level: Based on the relevant Mercy Corps Ethiopia salary scale Risk Level: Level 2 The Program / Department / Team 👇👇👇👇👇👇👇 https://palmjobs.et/jobs/12e5e00c-f927-446e-8d4f-544be8d766fa?utm

Medecins Sans Frontières (MSF) Switzerland — Midwife Salary: Attractive Employment Type: Full time Job Level: Junior Level(1-3 years) Begi, Oromia, Deadline Sep 15, 2026 Candidates are encouraged to apply early, as applications may be screened prior to the vacancy deadline. Skills (mandatory): Teamwork, Flexability, Strong customer service orientation, Result and Quality orientation, Integrity in commitment Languages: A Oromo, Engilish Work experience: 1-3 years Midwifery qualification/BSc Midwifery 👇👇👇👇👇👇 https://ethio-jobs.net.et/vacancy-detail.php?id=48508&utm

Hibret Bank for fresh graduates under Dire Dawa Online application via this email 👇👇 RDireDawa_IntVacc@hibretbank.com.et
Hibret Bank for fresh graduates under Dire Dawa Online application via this email 👇👇 RDireDawa_IntVacc@hibretbank.com.et

#Barsiisonni_Itti_Fayyadamaa University Wollega Kaampaasii Shaanbuutti M/B/K Barsiisota Waldorgomsiisee qacaruu barbaada. Guy
#Barsiisonni_Itti_Fayyadamaa University Wollega Kaampaasii Shaanbuutti M/B/K Barsiisota Waldorgomsiisee qacaruu barbaada. Guyyaan Galmee: 27/12/2018 - 5/13/2018 Sadr. Barnootaa Digr. 2ffaa Gosa Barnootaa : English, Civics, Economics, History, Physics. Qabxii : Dhi. 3.25 Dub. 3.00 Sadr. Barnootaa: Digr. 1ffaa Ingiliffaan Qabxii: Dhi: 3.00 Dub. 2.75

የዩኒቨርሲቲ እና የትምህርት መስክ ምርጫ ያድርጉ!   በ2018 ዓ.ም የ2ኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በመደበኛው የትምህርት መርሐግብር የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት ያስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ የዩኒቨርሲቲ እና የትምህርት መስክ ምርጫ እንድታደርጉ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል፡፡   የዩኒቨርሲቲ እና የትምህርት መስክ ምርጫ ማድረጊያ ጊዜ 👇 ከነሐሴ 28/2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜን 05/2018 ዓ.ም   የዩኒቨርሲቲ እና የትምህርት መስክ ምርጫ የሚያደርጉበት ሊንክ 👇 https://student.ethernet.edu.et/   የሕክምና፣ የአካል ጉዳተኝነት፣ ተመሳሳይ ጾታ ያላቸው መንትያዎች እና ከስድስት ወር በታች ህጻን የሚያጠቡ እናቶች አስፈላጊውን ሕጋዊ ማስረጃ ማያያዝ ይኖርባችኋል ተብሏል።   @solomondebele

Filannoo Yuunivarsiitii fi Damee Barnootaa Keessan Guutaa! Barattoonni bara 2018 E.C. qormaata biyyaalessaa xumura barnoota sadarkaa lammaffaa fudhattan, akkasumas sagantaa barnootaa idileetiin qabxii seensa yuunivarsiitii galmeessitan hundi, filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa akka guuttan Ministeerri Barnootaa beeksiseera. 📅 Yeroo Filannoo Yuunivarsiitii fi Damee Barnootaa Hagayya 28/2018 E.C. irraa hanga Pagume 05/2018 E.C. 🔗 Linkii Filannoo Yuunivarsiitii fi Damee Barnootaa https://student.ethernet.edu.et/ Barattoonni damee fayyaa, qaama miidhamtootaa, lakkuu (twins) saala wal fakkaataa qaban, akkasumas haadholiin daa’ima ji’a 6 gadi harma hoosisan, ragaa seera qabeessa barbaachisaa ta’e waliin galchuu/makeeessuu akka qaban ibsameera.

Barattoonni Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Addaa Federaalaa (Federal Special Boarding Secondary School) keessatti galmoofta
Barattoonni Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Addaa Federaalaa (Federal Special Boarding Secondary School) keessatti galmooftanii qormaataaf filatamtan, qormaanni yaalii (Mock/Trial Exam) boru Hagayya 28/2018 E.C., ganama sa’aatii 3:00 irraa eegalee kan kennamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Kanaaf, barattoonni hundi sa’aatii 2:30 ganamaatti gara giddugala qormaataa isinitti dhiyaatu deemuun qormaata yaalii akka fudhattan hubachiifamtaniittu. Username fi Password Username fi Password keessan yeroo gara giddugala qormaataa geessanitti, qindeessitoota buufata qormaataa achitti ramadaman irraa akka argattan ibsameera.

Bu’aan Qormaata Hayyama Ogummaa Fayyaa Ba’eera Hojjettoonni ogummaa fayyaa Hagayya 2018 E.C. keessa qormaata hayyama ogummaa fayyaa Ministeera Fayyaatiin kennametti hirmaattan, bu’aan qormaata keessanii gadhiifameera. Namoonni qormaata madaallii gahumsa ogummaa fayyaa Hagayya 2018 E.C. keessa fudhattan, har’a Hagayya 27/2018 E.C. irraa eegalee marsariitii armaan gadii seenuun, Lakkoofsa Addaa Biyyaalessaa (FAN) fi Password keessan galchuun bu’aa qormaata keessanii ilaalu dandeessu: Bu’aa Qormaata Hayyama Ogummaa Fayyaa Komii ykn Gaaffii Bu’aa Qormaataa Namoonni bu’aa qormaata isaanii irratti komii ykn gaaffii qabdan, Hagayya 27/2018 E.C. irraa eegalee guyyoota hojii walitti aanan 10 keessatti, yeroo hojii lakkoofsa bilbilaa 952 irratti bilbiluun gaaffii keessan dhiyeessuu dandeessu. Yeroo bilbiltan: Maqaa guutuu keessanii Damee/Department keessan Maqaa dhaabbata barnootaa itti barattan ibsuu qabdu. Domain Analysis Marsaa qormaata kana irraa eegalee, namoonni qormaata fudhatan yeroo jalqabaaf xiinxala bu’aa qormaataa damee-dameedhaan (Domain Analysis) addaan addaan ilaalu akka dandeessan ibsameera. Kunis hanqina keessan adda baasuun of fooyyessuu fi gahumsa keessan daran guddisuuf kan gargaaru ta’uu ibsameera. Hayyama Ogummaa Baafachuu Namoonni qormaata hayyama ogummaa fayyaa darbaniif, maqaan isaanii Wiixata, Pagume 02/2018 E.C. irraa eegalee gara naannoleetti kan ergamu ta’a. Kanaaf, hayyama ogummaa keessan naannoo kutaa 12ffaa itti barattan keessatti baafachuu akka dandeessan Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Position : Expat Captain B737 Location : via Email Expatrecruitment@ethiopianairlines.com Registration Date : Open Registration Date : Open Position: Expat Captain B737 Location: Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com) Registration Date: Open Closing Date: Open Ethiopian Airlines Group would like to invite international qualified candidates in the capacity of Expat Captain B737 position.  Position: Expat Captain B737  Location : Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com)  Registration date: Open  Qualification Requirement Age: Not more than 60 years old Qualifications:  Must hold a current and valid JAA/FAA or ICAO ATPL  A current B737 type rating  Valid Class 1 medical certificate  ICAO English level 4 or above Minimum Flight time  3500 hours jet time  2500 hours Pilot in command on jet aircraft  Command time in excess of 500 hours on B737NG/Max Why you should apply; • Competitive salary plus flying, per diem and overtime allowances • Housing allowance • Free Transportation   • Long term contract    • Attractive rest period (Day-offs). • Paid Annual Leave • Medical & Personal Accident Insurance • Annual bonus  • Business Class ticket benefits. Screening Details • Screening is held every week, Monday to Friday in Addis Abeba • You only need two days for the assessment. • Travel on Ethiopian Airlines network, 5-star hotel accommodations and ground transportation are provided • Immediate assessment dates are available. Documents:    Applicants are required to send their CV along with scanned copy of their substantial documents including but not limited to valid Medical Certificate, valid ATPL, logbook copy that can show total flight hours, license authentication letter from the respective country’s Civil Aviation Authority  Applicants must be current and qualified i.e., within three months of their last proficiency check. They must have two years valid passport, current and valid medical, no history of accidents or incidents and must have excellent standard of English language. Those candidates who fulfil the above requirement shall send their CV, all credentials and filled application form (attached below) to Expatrecruitment@ethiopianairlines.com  stating the subject position. Join us and take your career to the next level !!                                                                                     To Apply Click here

Position : Expat Captain B777/787 Location : via Email Expatrecruitment@ethiopianairlines.com Registration Date : Open Registration Date : Open Position: Expat Captain B777/787 Location: Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com) Registration Date: Open Closing Date: Open Ethiopian Airlines Group would like to invite international qualified candidates in the capacity of Expat Captain B777/787 position.  Position: Expat Captain B777/787  Location : Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com)  Registration date: Open  Qualification Requirement   Age: Not more than 60 years old Qualifications:  Must hold a current and valid JAA/FAA or ICAO ATPL  A current B777/787 type rating  Valid Class 1 medical certificate  ICAO English level 4 or above Minimum Flight time  3500 hours jet time  2500 hours Pilot in command on jet aircraft  Command time in excess of 500 hours on B777/787 Why you should apply; • Competitive salary plus flying, per diem and overtime allowances • Housing allowance • Free Transportation   • Long term contract    • Attractive rest period (Day-offs). • Paid Annual Leave • Medical & Personal Accident Insurance • Annual bonus  • Business Class ticket benefits.   Screening Details • Screening is held every week, Monday to Friday in Addis Abeba • You only need two days for the assessment. • Travel on Ethiopian Airlines network, 5-star hotel accommodations and ground transportation are provided • Immediate assessment dates are available. Documents:    Applicants are required to send their CV along with scanned copy of their substantial documents including but not limited to valid Medical Certificate, valid ATPL, logbook copy that can show total flight hours, license authentication letter from the respective country’s Civil Aviation Authority  Applicants must be current and qualified i.e., within three months of their last proficiency check. They must have two years valid passport, current and valid medical, no history of accidents or incidents and must have excellent standard of English language. Those candidates who fulfil the above requirement shall send their CV, all credentials and filled application form (attached below) to Expatrecruitment@ethiopianairlines.com  stating the subject position. Join us and take your career to the next level!!                                            To Apply Click here

Position : Expat Captain A350 Location : via Email Expatrecruitment@ethiopianairlines.com Registration Date : Open Registration Date : Open Position: Expat Captain A350 Location: Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com) Registration Date: Open Closing Date: Open Ethiopian Airlines Group would like to invite international qualified candidates in the capacity of Expat Captain A350 position.  Position: Expat Captain A350  Location : Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com)  Registration date: Open  Qualification Requirement   Age: Not more than 60 years old Qualifications:  Must hold a current and valid JAA/FAA or ICAO ATPL  A current A350 type rating  Valid Class 1 medical certificate  ICAO English level 4 or above Minimum Flight time  3500 hours jet time  2500 hours Pilot in command on jet aircraft  Command time in excess of 500 hours on A350 Why you should apply; • Competitive salary plus flying, per diem and overtime allowances • Housing allowance • Free Transportation   • Long term contract    • Attractive rest period (Day-offs). • Paid Annual Leave • Medical & Personal Accident Insurance • Annual bonus  • Business Class ticket benefits.     Screening Details • Screening is held every week, Monday to Friday in Addis Abeba • You only need two days for the assessment. • Travel on Ethiopian Airlines network, 5-star hotel accommodations and ground transportation are provided • Immediate assessment dates are available.   Documents:    Applicants are required to send their CV along with scanned copy of their substantial documents including but not limited to valid Medical Certificate, valid ATPL, logbook copy that can show total flight hours, license authentication letter from the respective country’s Civil Aviation Authority  Applicants must be current and qualified i.e., within three months of their last proficiency check. They must have two years valid passport, current and valid medical, no history of accidents or incidents and must have excellent standard of English language. Those candidates who fulfil the above requirement shall send their CV, all credentials and filled application form (attached below) to Expatrecruitment@ethiopianairlines.com  stating the subject position. Join us and take your career to the next level!!                                     To Apply Click here

Position : Expat Captain B767 Location : Send to Expatrecruitment@ethiopianairlines.com Registration Date : Open Registration Date : Open Position: Expat Captain B767 Location: Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com) Registration Date: Open Closing Date: Open Ethiopian Airlines Group would like to invite international qualified candidates in the capacity of Expat Captain B767 position. Position: Expat Captain B767 Location : Email (Expatrecruitment@ethiopianairlines.com) Registration date: Open Qualification Requirement   Age: Not more than 60 years old Qualifications: Must hold a current and valid JAA/FAA or ICAO ATPL A current B767 type rating Valid Class 1 medical certificate ICAO English level 4 or above Minimum Flight time 3500 hours jet time 2500 hours Pilot in command on jet aircraft Command time in excess of 500 hours on B767 Documents:   Applicants are required to send their CV along with scanned copy of their substantial documents including but not limited to valid Medical Certificate, valid ATPL, logbook copy that can show total flight hours, license authentication letter from the respective country’s Civil Aviation Authority Applicants must be current and qualified i.e., within three months of their last proficiency check. They must have two years valid passport, current and valid medical, no history of accidents or incidents and must have excellent standard of English language. Those candidates who fulfil the above requirement shall send their CV, all credentials and filled application form (attached below) to Expatrecruitment@ethiopianairlines.com  stating the subject position. NB: If anyone found to apply or join Ethiopian Airlines Group with false information will lead to subsequent termination from the process or employment upon discovery of the fact. To Apply Click here

Position : Security Supervisor Location : Ethiopian Skylight Hotel Human Resources Office Registration Date : on or before September 07, 2026 Closing Date : September 07, 2026 EXTERNAL JOB OPENING ANNOUNCEMENT   POSITION TITLE: Security Supervisor   EMPLOYMENT MODALITY: Permanent | Full Time   QUALIFICATION REQUIREMENT:     EDUCATION & EXPERIENCE: BA/BSc Degree in any fields of studies from a recognized  TVET/College  / university with  a minimum of 6 years relevant experience                              OR A Minimum of College Diploma/ 10+3/Level III Certificate in any fields of studies from a recognized  TVET/College  / university with  a minimum of  8 years relevant experience          N.B.Please bring your 8th grade or Birth certificate and 1 photo when you come to apply CONTACT/APPLICATION INFORMATION: If you’re interested, please submit your application to Ethiopian Skylight Hotel Human Resources Office on or before September 07, 2026. Thank you for your interest, and we look forward to hearing from you. 👇👇👇👇👇👇 https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies#collapsetwo_0

ክፍት የስራ መደብ ማስታወቂያ የኢ.ፌ.ዲ.ሪ ውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ከዚህ በታች በተጠቀሱት ክፍት የስራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ በቋሚነት መቅጠር ይፈልጋል፡፡ የምዝገባ ቦታ፡- በወጭ ጉዳይ ሚ
+1
ክፍት የስራ መደብ ማስታወቂያ የኢ.ፌ.ዲ.ሪ ውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ከዚህ በታች በተጠቀሱት ክፍት የስራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ በቋሚነት መቅጠር ይፈልጋል፡፡ የምዝገባ ቦታ፡- በወጭ ጉዳይ ሚኒስቴር አዲሱ ህንጻ 4ኛ ፎቅ ቢሮ ቁጥር 401 በአካል በመቅረብ ወይም ከዚህ በታች በተቀመጠው የመመዝገቢያ ሊንክ በመጠቀም መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን፤ https://forms.gle/R7PmwCNeqEE3EQBN6 የኢ.ፌ.ዲ.ሪ የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ነሐሴ 27 ቀን 2018 ዓ.ም

Wolkite University
+6
Wolkite University

Grade: NOA  Vacancy no.: DC/ADDIS ABABA/NO/2026/08 Publication date: 05 August 2026 Application deadline (midnight local time): 04 September 2026 Job ID: 13756  Department: RO-Africa  Organization Unit: CO-Addis Ababa  Location: Addis Ababa    Contract type: Short Term  Education An internationally recognized university degree in human resource management, OSH, industrial engineering, manufacturing or production engineering, business administration, international development, economics, labour relations, law, adult education, organizational development, enterprise development, or another relevant field. Experience At least two years of professional experience in enterprise development, social dialogue and industrial relations, labour standards compliance, productivity improvement, capacity building in the private sector, adult education, industrial or manufacturing engineering, human resource management, responsible business conduct, occupational safety and health, sustainable enterprise development, or related fields. Experience working with enterprises in the manufacturing sector, particularly in the garment, textile, leather, coffee, or horticulture value chains, would be an advantage.   Technical requirements: Experience in enterprise advisory services, workplace cooperation, productivity improvement, industrial relations, or labour standards compliance is highly desirable. Languages Excellent command of English and a good knowledge of the language of the duty station. International Labour Organization (ILO) — Enterprise Advisor 📅 Deadline: 4 September 2026 👇👇👇👇👇👇 https://jobs.ilo.org/

QABXIIN SEENSAA REMEDIAL GAD DHIIFAMERAA ✔️ MAARRE KANAAFIS BAKKA  CHECK RESULT JEDHU TUQUN START KAN JEDHU TUQAA ILAALAA. 👇👇👇👇👇👇

የአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ልዩ የስኮላርሺፕ ዕድል ለመምህራን ትምህርት አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ በ2019 የትምህርት ዘመን ልዩ የስኮላርሺፕ ዕድል ለ500 የቅድመ-ምረቃ ተማሪዎች #በመምህራን_ትምህርት መስኮች አዘጋጅቷል። የስኮላርሺፑ ተጠቃሚ ሁሉንም መመዘኛ ያሟሉ እና ዩኒቨርሲቲው ያዘጋጀውን የመግቢያ ፈተና በብቃት አልፈው አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲን የተቀላቀሉ መሆን ይጠበቅባቸዋል። የዚህ ስኮላርሺፕ ዕድል ተጠቃሚዎች በተፈጥሮ እና ኮምፕዩቴሽናል ሳይንስ የትምህርት መስክ (በፊዚክስ፣ በኬምስትሪ፣ በባዮሎጂ እና በሂሳብ) እንዲሁም በማኅበራዊ ሳይንስ የትምህርት መስክ (በእንግሊዘኛ፣ በኢኮኖሚክስ፣ በታሪክ እና በጂኦግራፊ የመምህርነት ትምህርት) የሚከታተሉ ይሆናሉ። የስኮላርሽፕ ተጠቃሚዎች ሙሉ ነፃ የትምህርት ዕድል፣ መጠነኛ የኪስ ገንዘብ እና ከአጋር ተቋማት ጋር በሚኖር ትብብር ተጨማሪ የስልጠና ዕድሎችን እንደሚያገኙ ተገልጿል። የዚህ ልዩ ዕድል ተጠቃሚ መሆን የምትፈልጉና ከስልጠና በኋላ በመምህርነት ለማገልገል የምትሹ ሁሉ ከቅበላ በኋላ ውል ፈርማችሁ ትምህርታችሁን መከታተል የምትችሉ መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል። የአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ የቅድመ-ምረቃ ፕሮግራሞች የ2019 ዓ.ም ምዝገባ እስከ ነሐሴ 29/2018 ዓ.ም እንደሚከናወን መገለፁ ይታወቃል፡፡ ለተጨማሪ መረጃ 👇 https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements

CARAA BARNOOTAA ADDaa YUUNIVARSIITII FINFINNEE BARNOOTA LEENJII BARSISAA (TEACHER EDUCATION) Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa **2019 A.L.I.**tti barattoota digrii jalqabaa 500f dameewwan Barnoota Barsiisummaa (Teacher Education) irratti carraa scholarship addaa qopheesseera. Fayyadamtoonni scholarship kanaa ulaagaalee barbaachisan hunda guutuu, akkasumas qormaata seensaa Yuunivarsiitichi qopheessu bu’aa gaariin darbanii Yuunivarsiitii Addis Ababaa kan seenan ta’uu qabu. Fayyadamtoonni scholarship kanaa dameewwan Saayinsii Uumamaa fi Komputeshinii keessatti: Fiiziksii (Physics) Keemistirii (Chemistry) Baayooloojii (Biology) Herrega (Mathematics) akkasumas damee Saayinsii Hawaasaa keessatti: Afaan Ingilizii (English) Diinagdee (Economics) Seenaa (History) Ji’ograafii (Geography) barnoota barsiisummaa hordofu. Fayyadamtoonni scholarship kanaa: Barnoota guutummaatti bilisaa, Maallaqa baasii dhuunfaa (Pocket Money) muraasa, fi Dhaabbilee michuu waliin tumsa Yuunivarsiitichi qabuun carraa leenjii dabalataa akka argatan ibsameera. Namoonni carraa addaa kana irraa fayyadamuu barbaaddanii, barnoota isaanii erga xumuranii booda barsiisaa ta’uun tajaajiluu barbaadan, erga fudhatamanii booda waliigaltee (contract) mallatteessanii barnoota isaanii hordofuu akka danda’an Yuunivarsiitichi beeksiseera. Yuunivarsiitiin Addis Ababaa galmee sagantaalee barnoota digrii jalqabaa (Undergraduate) bara 2019 A.L.I. hanga **Hagayya 29/2018 A.L.I.**tti akka gaggeeffamu beeksiseera. Odeeffannoo dabalataaf: AAU Undergraduate Announcements