en
Feedback
𝗜𝗯𝗻 𝗔𝗯𝗯𝗮𝘀 𝗔𝗰𝗮𝗱𝗲𝗺𝘆

𝗜𝗯𝗻 𝗔𝗯𝗯𝗮𝘀 𝗔𝗰𝗮𝗱𝗲𝗺𝘆

Open in Telegram

Gosoonni barnootaa waggaa lamaan kanatti barataman kanneen armaan gadiiti: **** 1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu, 2. Aqiidaa, 3. Usuul Attafsiir, 4. Fiqhii, 5. Hadiisa, 6. Tarbiyaa, 7. Siiraa fi 8. Lughaa hammata. Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kennama.

Show more
7 126
Subscribers
-224 hours
+667 days
+8230 days
Posts Archive
As wr wb 🙏 Yaadachiisa! Yoo Rabbiin jedhe marii keenya sa'aatii 12:00 am_ irratti jalqabna.

Assaalamu Alaykum warahmatullahi Wabarakaatuh Beeksisa Sanbata xiqqaa ganama yoo Rabbiin jedhe Barattoonni marsaa jalqabaa haala eebbaa fi qabxiilee tokko tokko irratti Mari'anna. Hundi keessan argamuu qabdu.

Barattoonni warri eebbifamtan gosa barumsaa hunda xumuruu keessan kallattii Gaalii A/Saambiitiin mirkaneeffadhaa.

Sa'aatiin barumsa ganama Salaata Subhii irraa kaasee hanga sa'aa 1:00 akkasumas galgala sa'aa 3:00-4:00 ta'a Inshaa Allaah

Galmee Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa Marsaa 4ffaa **** Ibn Abbaas Akkaadiimiin online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa marsaa sadii galmeessee barsiisaa ture. Barattoota warra marsaa duraa xumursiseera. Barnootichi waggaa lamatti xumurama. Ammas Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin marsaa 4ffaa barsiisuuf galmee jalqabeera. Kanaafuu namoonni Qur'aana Rabbii Tafsiira isaafi waan isatti rarra'u barachuu barbaaddan galmaa'aa. Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti: **** 1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu, 2. Aqiidaa, 3. Usuul Attafsiir, 4. Fiqhii, 5. Hadiisa, 6. Tarbiyaa, 7. Siiraa fi 8. Lughaa hammata. Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a. Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman: ** . Qur’aanaa Ilaalchaan qara’anii xumuruu, . Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu, . Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu, . Sagantaa barnootaa irratti argamuu danda’uu. Wantoota galmeef barbaachisan **** 1. Email mataa keessanii banachuu 2. Foormii guutuu 3. Kafaltii galmee birrii 1,000 fi kan baatii tokkoo birrii 1,000 kafaluu. Namni danda'e kan baatii sadii iddootti haa kafalu. Liinkii Unka Galmee (IAA) barattoota haaraa https://forms.gle/DduiH17Y5T6GFZtL6 Lakkoofsa baankii armaan gadii irratti galchaatii receipt ergaa. *  1000638101827  * CBE Fuad Muhamed Receipt teleg. lak. +251913819109, 0952418212 ergaa.

Bakka hin qoramin suuraa Ahzaab hanga Yaasinaa sirriitti qu'adjaa.

Qorumsa Tafsiiraatiif qophaa'uu hin dagatinaa. Beeksisa Qorumsa final marsaa 2ffaa Dilbata ta'a Inshaa Allaah. Suurat Ashu'aa hanga dhumaa Yaasiinitti ta'a Inshaa Allaah

Assaalamu Alaykum warahmatullahi Wabarakaatuh Qorumsa Tafsiiraa qoramaa https://forms.gle/mdEWEHtBjevrbQPT7

Har'a qu'adhaa ani qorumsan baasaa jira. Suuraa Yaasiin kanuma duraan qara'ame caqasuu dandeessu.

Beeksisa Qorumsi Tafsiiraa final kan marsaa duraa bor ganama suurat Alkahf irraa hanga dhuma Furqaanitti ta'a Inshaa Allaah

Amma darsii waraabee isiniif gadhiiseera. https://t.me/IAAtefsir/491

As wr wb Darsii networkiin naaf hin mijanne. Waraabeen gadhiisa Inshaa Allaah

As wr wb Bor ganama tafsiirri naaf hin mijatuu qu'adhaa

Beeksisa Qorumsa tafsiiraa final kutaa lamatti haa qoodnu. 1. Suurat Alkahf hanga dhuma suurat Al-Furqaan Khamisa qoramtu, 2. Suurat Ashu'araa'i hanga suurat Assaaffaat Dilbata torbii qoramtu Inshaa Allaah.

As wr wb Qorumsa Tafsiiraa torbii qoramtu Inshaa Allaah.