Internet Tech
Chanell kana jalatti #Oduu_Ammee #news #Iraan #america #ODUU_AMMEE Goin Godha bilisaan waan feetan ilaaltan itti argattan waan taheef join gochuun fayyadamaa
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel Internet Tech
Channel Internet Tech (@freeinternet3210) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 12 664 subscribers, ranking 9 672 in the Technologies & Applications category and 2 686 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 664 subscribers.
According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -16 over the last 30 days and by -4 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 14.30%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 3.36% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 1 812 views. Within the first day, a publication typically gains 426 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 16.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Chanell kana jalatti
#Oduu_Ammee
#news
#Iraan
#america
#ODUU_AMMEE
Goin Godha
bilisaan waan feetan ilaaltan itti argattan waan taheef join gochuun fayyadamaa”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | +1 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | +1 | |||
| 02 September | +1 | |||
| 01 September | +2 |
| 2 | #Iyyaafannoo
Nuuf barbaadaa,
*
Mucaan isin armaan gaditti argitan Kun maqaan ishee Asmaa A/Jijhaad jedhamti bakki dhalootaa Aanaa manchoo Ganda Didibboo barooddoo yoo taatu Gaafa guyyaa 28/12/2018 manaa baatee osoo hin deebi'in hafte Maatiin ishee barbaadaanullee hanga yoonaatti argachuu hin dandeenye. kanaaf maaloo namni mucaa kana argitan lakkoofsa bilbilaa armaan gadii kana irratti Nuuf bilbiluudhaan yoo nubeeksiftan gatii dadhabbii keessanii isiniif kafalla.Namoonni hunduu sher gochuun nugargaaraa
0917769721 | 444 |
| 3 | Faannoo Guddaan tokko Maarshaat jedhamu harka kennuu isaa dhaga’ame!
Waggoota darban keessatti humnoota Faannoo Naannoo Amaaraa keessatti qabsoo hidhannoo gaggeessaa turan keessaa tokko kan ta’e Faannoo Maarshaat Tsahaayuu, Raayyaa Ittisa Biyyaatiif harka kennuun gara Finfinneetti imalaa akka jiru maddoonni nuuf himaniiru.
Finfinnee yeroo ga’u, Maaserashaa Seexee fi Koloneel Faantaahuun Muhaabaa dabalatee, namoonni dursee harka kennan isa simachuuf akka qophaa’anis ni eegama jedhameera.
Yaada keessan nuuf qoodaa! Nagaan haa jiraatu ummata keenyaaf! | 1 277 |
| 4 | Maallaqa keessan eegaa; seeraan qofa ergaa!
**** .
Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa ummata, diyaaspooraa fi fayyadamtoota faayinaansii hundaaf akeekkachiisa cimaa kenne.
Baankichi neetworkii hawaala seeraan alaa fi ergamtoota dabarsoo maallaqaa hayyama hin qabne fayyadamuun balaa maallaqaa fi seeraa guddaa fiduu akka danda’u akeekkachiiseera.
Maallaqni keessan nagaa ta'uun isaaf mala! Maallaqa seeraan ala erguun ykn fudhachuun kasaaraa maallaqaa, harkifannaa kaffaltii, daangaa herregaa fi tarkaanfii seeraa fiduu danda’a.
Keessattuu yeroo kanatti heddummina jijjiirraa maallaqaa dabalaa dhufuun maamiltoonni, miseensonni diyaaspooraa Itiyoophiyaa fi ummanni bal’aan yeroo maallaqa ergu ykn fudhatu filannoowwan jijjiirraa maallaqaa seera qabeessa Baankii Biyyaalessaatiin hayyamame qofa akka fayyadaman dhaamameera.
Malli jijjiirraa maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaan hayyama hin qabne kanneen armaan gadiiti:
1. Dabarsa Maallaqa Adulis (ADZ) .
2. Amaal Eekspress
3. Amaal USA
4. Amana Ekspress
5. Avaantii jedhamuun beekama
6. Awaash Kallatti
7. Dabarsa Maallaqa Bakaal
8. Jubbaa Eekspress
9. Raasmii Pay
10. Ramad Pay / Ramada Pay (Kaah) .
11. Jijjiirraa Maallaqa Shgey
12. Tajaajila Finfinnee Taaj
13. Tasa Pay
14. Tajaajila Maallaqa Tawakaal
15. USwyre jedhamuun beekama
16. Walitti Hidhamiinsa Kallatti Addunyaa
17. Zolaa.
Osoo hin ergin dura ilaalaa! Dhaabbanni jijjiirraa maallaqaa filattan hayyama Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaatiin ta’uu isaa ilaaluuf tarree hayyama ofiisaa ilaalaa.
Mala seeraa filachuu; qarshii keessan eegaa! | 1 499 |
| 5 | Maallaqa keessan eegaa; seeraan qofa ergaa!
**** .
Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa ummata, diyaaspooraa fi fayyadamtoota faayinaansii hundaaf akeekkachiisa cimaa kenne.
Baankichi neetworkii hawaala seeraan alaa fi ergamtoota dabarsoo maallaqaa hayyama hin qabne fayyadamuun balaa maallaqaa fi seeraa guddaa fiduu akka danda’u akeekkachiiseera.
Maallaqni keessan nagaa ta'uun isaaf mala! Maallaqa seeraan ala erguun ykn fudhachuun kasaaraa maallaqaa, harkifannaa kaffaltii, daangaa herregaa fi tarkaanfii seeraa fiduu danda’a.
Keessattuu yeroo kanatti heddummina jijjiirraa maallaqaa dabalaa dhufuun maamiltoonni, miseensonni diyaaspooraa Itiyoophiyaa fi ummanni bal’aan yeroo maallaqa ergu ykn fudhatu filannoowwan jijjiirraa maallaqaa seera qabeessa Baankii Biyyaalessaatiin hayyamame qofa akka fayyadaman dhaamameera.
Malli jijjiirraa maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaan hayyama hin qabne kanneen armaan gadiiti: | 1 165 |
| 6 | thiopian Grade 12 Exam Results Released as Pass Rate Rises to 12.8%
Ethiopian Grade 12 exam results show that 70,544 of 550,210 candidates passed the national examination, raising the national pass rate to 12.8%
Ethiopia has released the Ethiopian Grade 12 exam results for the 2018 Ethiopian calendar academic year, with 70,544 students scoring 50 percent or higher in the national examination.
Education Minister Professor Berhanu Nega announced the results on August 22, saying 563,960 students registered for the national exam and 550,210 eventually sat for it. Of those who took the examination, 12.8 percent achieved the required 50 percent mark.
The latest Ethiopian Grade 12 exam results show a significant improvement compared with recent years. According to figures presented by the Ministry of Education, the pass rate stood at 3.2 percent when the current university-based examination system was introduced, fell to 2.9 | 1 472 |
| 7 | #Murteen_Dabreera: komishiniin marii biyyaalessaa Finfinneerratti murtee dabarse.
Finfinneen Magaalaa guddoo Federaalaa fi Naannoo Oromiyaa tahuun akka tajaajiltu, akkasumas qabeenyii fi galiin Magaalaa bulchiinsa Magaalaatiifi Naannoo Oromiyaa waliin tahuun akka bulchan raggaasifameera.
Mariin tun kaleessaarraa kaasee hirmaattotaa fi hooggantoota Naannoo Amaaraa fi Oromiyaa jidduutti falmii fi jeequmsa guddaa kaaseera. Haa tahuu malee Komishiniin kun bu'uura heera mootummaa federaalaa keewwata 49(5)'niin dhimma kana xumuruuf murteesseera.
Waan jijjirame:
keewwata heera mootummaa Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itiyoophiyaa 1991 keewwata 49(5) jalatti Magaalaa Finfinnee Magaalaa guddoo Naannoo Oromiyaa fi Federaalaa jedhu akkuma jirutti tahee, Faayidaa addaa Oromiyaan Finfinneerraa qabdu jedhu gara Faayidaa Waloo Saboonni Finfinneerraa qabanitti jijjirameera.
Haaluma kanaan saboonni Magaalaa Finfinnee keessa jiraatan Magaalaa tana bulchuuf mirga guutuu argataniiru. | 2 171 |
| 8 | Galatoomi 📄
Gochuu 📄
Hin ❌
Dagatiina 📄 | 2 018 |
| 9 | @freeinternet3210 | 2 004 |
| 10 | Bulguu Baga Rabbii isiin qabee kaa hafaniis Rabbii isaan haa qabu Dhiigiin ilmaa hiyyeessaa Rabbii lafa hin busiin | 2 300 |
| 11 | Bulguuwwan magaalaa gurguddoo Sa'uud Arabiyaa keessa mandheeffattee baadiyyaa biyyattii keessatti networkiidhaan ijoollee ficcisiisaa jirtu to'annoo seeraa jala oolchuun jalqabameera.
Isaan keessaa gurbaan Muzammil Muktaar jedhamu kun magaalaa Jiddaah keessa mandheeffatee ijoollee miskiina baadiyyaa keessatti bifa sukkanneessaa ta'een akka hoolaatti ciibsisee gorraasisaa ture jedhamee shakkame to’annoo seeraa jala ooleera jedhamaara.
Hunduu funaanamtee yakka gara jabinaa raawwatteefi raawwachiifteef gaafatamuu qabdi. Warri hojii kana jalqabdan itti nuuf jabaadhaa; ijoolleen keenyammoo eeruu kennuun gahee keessan bahadhaa. | 1 947 |
| 12 | Yunivarsiitiin Jijjigaa qorannoo bal'aa Jimaarratti taasisee jiraachuu ibse.
Yuunivarsiitiin Jijjigaa yunivarsiitiiwwan Itiyoophiyaa biroo fi Awurooppaa waliin ta’uun qorannoo balaa Jimaarratti taasifame gadhiisee jira.
Qorannoo Yunivarsiitii Jijjigaa gadhiiste tun Jimaan rakkoo fayyaa sammuu fiduu akka danda'u ibsa.
Qorannoon kun akka agarsiisutti, Jimaan dhiphina, yaaddoo fi balaawwan biroo fayyaarratti fiduu akka danda'u ibsa.
Haa tahuu malee Jimaan kutaalee biyyaa hedduutti madda galii sharafa biyya keessaa fi biyyaa alaa tahuun itti fufeera.
Qorannoo Yunivarsiitii tanaa hawaasa naannawa isaanii jiru irratti qorannoo qabatamaa taasisaniin Jimaan rakkoo Xiin-sammuus fiduu akja danda'u ibsite. | 2 342 |
| 13 | ⚠️Ergaa of Eeggannoo!
Bilbila dhuunfaa keessan irratti dogongoraan maallaqaa, kuufama ykn yeroo qilleensaa erginee turre jechuun odeeffannoo sobaa erganii, warreen isin gowwomsuun yaalii karaa teeleebirriin maallaqa akka ergitaniif gaafatan irraa of qusadhaa!
➡️Gochaawwan gowwomsuun wal qabatan yeroo isin mudatan, eeruu keessan ergaa barreeffama gabaabaadhaan 9090 irratti nuuf ergaa.
#CyberSecurity
#Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia | 2 568 |
| 14 | #Breaking_News‼️
Itoophiyaan gara Saayinsii fi Technology jijjiirama mullate argaa jirra!! Meeshaaleen waraana gurguddaan duraan gara Jabuutiin galaa ture!! Amma immoo biyyuma keessatti oomishamuu eegalee jira!
Biyyi tokko Birmadummaa ishee mirkaneessuuf Meeshaalee waraanaa biyya keessatti oomishuun akkaan isheef murteessaadha! Keessattuu biyyoonni hulaa galaana hin qabne...akka barbadanitti Meeshaalee waraanaa hidhachuuf biyya keessatti tolfachuun akkaan isaaniif murteessaadha!!
Amma yeroo jijjiiramni biyya keessatti Meeshaalee waraanaa oomishuun mullatu kanatti Garee finxaaleeyyii TPLF dhumate jachuudha....😎 🙌 🤷♂️
Kun waan gaariidha!! Gurra wal buusaa!! | 2 663 |
| 15 | Kana booda namni hundi baga Gammaddan👌
Dhaabbanni Facebooki, account dhugummaa isaa mirkaneeffachuuf ‘verify’ tolaa ✅ eegaluu isaa beeksise. Mallattoo kana argachuuf umuriin 18+ ta'uu qaba. Sana booda viidiyoo 🤳 galchuu qofa. Mallattoon kun kan warra qarshiin verify taasifateen wal adda. Ammaaf jalqabbirra jiraatus, dhihootti guutummaatti akka eegalu ifoomeera. | 2 790 |
| 16 | Naannoon Tigraay bara baajataa 2019 Birrii biiliyoona 65 fi miiliyoona 296 kuma 756 fi 634 raggaasifte.
Mana Maree Naannoo Tigraay Walgayii gaafa Adoolessa 6 fi 7/2018 taa'een baajata bara 2019 raggaasiseera
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baajata bara baajataa 2019 Birrii biiliyoona 65, miiliyoona 296, kuma 756, fi 634 raggaasisuun mirkanaa'e. | 2 581 |
| 17 | 🛑 #BREAKING #𝐎𝐝𝐮𝐮_𝐒𝐢𝐦𝐛𝐢𝐫𝐭𝐮
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2026 taate.
Ispeen tapha xumuraan Arjantiinaa 1 fi 0n injifachuun shaampiyoonaa taate.
#FIFAWorldCup #FIFAWorldCup2026 #amndigital #argentina #spain #FinalMatch #football #sports | 2 549 |
| 18 | Ispeen yeroo 2ffaaf Waancaa Addunyaa injifatte
AMN PLUS- Adoolessa 12/2018
Ispeen Arjantiinaa 1-0'n injifachuun Waggaa 16 booda Shaampiyoonaa Addunyaa taate.
Tapha daqiiqaa 120 fudhate kana irratti Feeraan Toorees daqiiqaa 106'ffaa irratti goolii lakkoofsiseen Ispeen Abbaa Waancaa taateetti.
Tapha kana Ispeen olaantummaa guutuu Arjentiinaa irratti fudhachuun injifannoo guddaa argatteetti.
Ispeen Waancaa Addunyaa 2010 Afriikaan Kibbaa qopheessite irratti Neezerlaandis waliin akkuma har'aa daqiiqaa 120 taphachuun goolii Andiriyees Ineestaa qofaan injifachuun ni yaadatama.
Arjentiinaan tapha har'aa irratti daqiiqaa 110'f yaalii takkallee hin taasisne.
Ispeen kubbaa 20 yaalte keessaa 11 kallattiisaanii kan eeggatan yoo ta'u Arjentiinaan lama yaaltee keessaa takkallee kallattii hin eegganne.
To'annaa kubbaa %68 Ispeen yoo to'attu, Arjentiinaan %32 qofaa qabatte. | 2 187 |
| 19 | #Na_Fuusisaa
Walaloo Ajaa'ibaati video buufadhaa | 2 238 |
| 20 | Itoopiyaan Gara miseensa bank BRICS New development bank tahuu isaanii Wixinee labsii kaayame, manni marii ministeerotaa raggaasisee Jira.
BRICS gurmuu diinagdee biyyoota guddina irra jiraniifii guddatanii waliin tahuun hariiroo diplomasii daldalaa irratti harka wal qabachuuf kan tolfameedha.
Itoopiyaa dabalatee miseensa caayaa fayinansii China, India, Arab Emirate fii kkf gurmuu kana keessa waloon kan jiraniifii dantaa diinagdee isaanii Akkaataa tiksuu dandahaniif gurmuu mijataa tahuu himan. Itoopiyaan ammoo jijjiirama diinagdee fiduuf Gurmuu BRICS keessatti miseensa tahuun manni marii biyyattii raggaasisee Jira. | 2 105 |
