en
Feedback
Qorii Hambaa

Qorii Hambaa

Open in Telegram

Gaaffiwwan OROMOO FI OROMIYAA, ✅ Seenawwan Gootota Oromoo ✅ Mammaksa ✅Hibboo ✅ Gaaffiwwan xiinxalli Gaafatan. ❤️KOOTTAA Seenaa GOOTOTAA fi Seerluga AFAAN OROMOO Wal yaa barsiifnu! https://t.me/Qoriihambaa

Show more
The country is not specifiedEducation146 400
671
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Gaaffi CIIGOO Afaan Oromoo 💡👇🫵 Bishaan bara kanaa tabbatti ol yaa'a Falleemu yeroo fe'u miilli sammuu ta'a Sookoon cigoo kanaa maal ta'a?
Anonymous voting

Gaaffi CIIGOO Afaan Oromoo 💡👇🫵 Bishaan bara kanaa tabbatti ol yaa'a Falleemu yeroo fe'u miilli sammuu ta'a Sookoon cigoo kanaa maal ta'a? A. Yeroo Affeelamu B. namni hojjetu Sammuun isaa qaroomu C. Namni taahu Sammuun isaa hadoodu D. Miilli Akka sammuutti yaaduu Gaaffiwwan akkanaa Argachuuf Qoriihambaa join godhaa ✌️💡💯

Barsiisaa👨‍🏫 tokkottu osoo waa'ee asidii barsiisaa jiru "Barattoota🧑‍🎓 amma warqee kan asidii keessan ka'a asidichi akka warqee  balessu fi hin baleessine laalla, saniin dura asidiichi warqee akka balleessuufi hin balleessine namni nati himu ni jiraa?" ja'e gaafate bartaan tokko "hin ballesuu" jadheen barsiisaan "maalif" jennaan Bartaan "osoo balleessee atu asidii keessa hin keessu" jedheen jedhamaa 😂😂😂😂😂😂 Baacoowwan akkanaa Argachuu yoo barbaaddan join godhaa 🫵👇👇👇👇👇👇 @Qorii hambaa

GAAFFI WALIIGALAA⁉️🫵💡 Bineensotaa keessaa kan umuriisaa Guutuu hin rafne eenyu ⁉️
Anonymous voting

Gaaffi waliigalla 🫵🎁💡 #Kanneen Armaan gadii keessaa kan ijan dhagahuu kami⁉️
Anonymous voting

💥 Halkan tokko abbaa manaafi haati manaa rafanii utuu jiranii halkan walakkaa hattoonni mana isaaniitti seenani Meeshaa isaanii guurrachuu eegalan 💥 Haati manaa abbaa mana hirribaa dammaqsitee rakkoo guddaan akka Uumame itti himte Ka'ee hattoota kana akka hari'uufis gaafatte 💥Inni garuu baay'ee sodaachuu irra kan ka'e ni callise 💥 Meeshaa guurratanii yommuu isaan ba'anii deemsa  jalqaban firaashii irra ciisaa turan fudhatee booddeedhaan hordofe abbaan Mana sun 💥 Hattoonni kunis dheekkamanii Maal barbaacha dhufte? Si ajjeesna   yokaan nu biraa deebi'i ittin jedhan 💥 Namichis deebiseefi "Maal  mana jijjiirrachaa jirra mitii? Maaliif na ajjeeftu?" Jedheen 😃

🎁 English Grammar 🤫🥰👇

Mammaksa mammaksan hiiki⁉️✅ Cidha jaleessaa jaldeessatu dhaqa:
Anonymous voting

Repost from Vision 😎
Isin Beting irratti hagamidha? AVACOIN 🪙 COIN inni isiniif kennun Beeting taphachuun AVACOIN keessan guddifadhaa : Hubadhaa
Isin Beting irratti hagamidha? AVACOIN 🪙 COIN inni isiniif kennun Beeting taphachuun AVACOIN keessan guddifadhaa : Hubadhaa ✨🧐 AVACOIN MEMBER BAAYYIFACHUUF DOLLAR 💵 BAAYYEE Betingiif gadhiiseera: wow 😳😳 namatti tola MAARREE isiniis taphachuun AVACOIN sassaabbadhaa!!! Warri hin eegalin eegalaa ✨👍👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/avagoldcoin_bot?start=a329c8a6d69807a2e15b

Deebi keessan comment jalatti yaada keessan waliin nuuf qoodaa!

Gaaffi xiinxalli Gaafatuu🎁✅ 10.   Boru Roobiis Kamisas miti. Kaleessi Jimaatas Sanbatas miti. Har'i Kamisas Dilbatas Wiixatas miti. Guyyaan har'aa maali? Deebi keessan comment section jalatti ibsa waliin nuuf qoodaa
Anonymous voting

GAAFFII CIIGOO✅💡 Naqamteekaatee shaggar yoo deemtu Manaa baateesiree bultee hin beektu. Sookoon cigoo kanaa:
Anonymous voting

Airdrop really gara gara qarshiitti jijjiramu fi directly gara wallet keessanitti transfer gootan isini argadheen Jira!! Firs
Airdrop really gara gara qarshiitti jijjiramu fi directly gara wallet keessanitti transfer gootan isini argadheen Jira!! First Fisher jedhama Maarree isinis join gochuun dollar 💰💰 hojjeedhaaa!! FTN idhaan isiniif laata!! Hubadhaa smart mobile baattanii Qarshii hin hojjeetan taanan Isinumatu jireenya ofitti mi'eessee nama biraa miti Link isaa 1,Task keessa galuun channel isaani join gochuun fish 5 claim godhaa W 2, garaagarummaa saatii tokko tokkootin seenati claim kan jedhu tuqaa 👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/FirstFisher_bot/firstfisher?startapp=5531928685

Airdrop really gara gara qarshiitti jijjiramu fi directly gara wallet keessanitti transfer gootan isini argadheen Jira!! Firs
Airdrop really gara gara qarshiitti jijjiramu fi directly gara wallet keessanitti transfer gootan isini argadheen Jira!! First Fisher jedhama Maarree isinis join gochuun dollar 💰💰 hojjeedhaaa!! FTN idhaan isiniif laata!! Hubadhaa smart mobile baattanii Qarshii hin hojjeetan taanan Isinumatu jireenya ofitti mi'eessee nama biraa miti Link isaa 👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/FirstFisher_bot/firstfisher?startapp=5531928685

Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnam

Gaaffi xiinxallii Gaafatu✅👌 # Yeroon Ani umurii koo 8 Umuriin obboleetti koo walakkaa Umurii koo ture,  Yeroon Ani umurii koo 30 ta'u kan obboleetti koo meeqa ta'a??🤔
Anonymous voting