en
Feedback
AGAPE FILMS-SDA VOICE

AGAPE FILMS-SDA VOICE

Open in Telegram

Barsiisa macaafa qulqulluu fi kitaaboota raajii akkasuma Beeksisa mana keenya Adventist asirraa argattu kanaaf Join godhaa maatii ta'a Yaada kenuufπŸ‘‡ @jaalala_gubaaa YouTube nu hordofuuf https://www.youtube.com/@Agape_films Contact usπŸ‘‰ @JoshuaSMRT

Show more
1 044
Subscribers
+624 hours
+117 days
+3130 days
Posts Archive
HIN DAGATU GARAAN KOO Faar. TARIKE BEKUMA seenaa daawwadhaa itiiin eebbifamaa. Link kananπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/pLI7cWiu
HIN DAGATU GARAAN KOO Faar. TARIKE BEKUMA seenaa daawwadhaa itiiin eebbifamaa. Link kananπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/pLI7cWiuY5s?si=W_r_XBE6KjGiVO2X

Happy Sabbath
Happy Sabbath

#ODUU_GAMMACHIISAA Qopheessitoota faarfannaa Maraaf! 🎡 ​Tajaajili faarfannaa keessan sagalee qofa utuu hin taane, bifa suura
#ODUU_GAMMACHIISAA Qopheessitoota faarfannaa Maraaf! 🎡 ​Tajaajili faarfannaa keessan sagalee qofa utuu hin taane, bifa suuraa fi viidiyootiin baay'ee miidhagee uummata biraa akka gahuu danda'uuf hojiilee armaan gadii amanamummaan isiniif hojjedha . β€‹πŸ“Œ 1. Lyrics Video : Sirni barreeffama sagalee waliin deemu, kan namni baay'ee itti eebbifamuufi ilaaluu jaallatu. πŸ“Œ 2. YouTube & Social Media Thumbnails: Faarfannaan keessan YouTube irratti baay'inaan akka ilaalamu (Views akka argatu) suuraa fuula duraa kan baay'ee hawwatu. βœ…β€‹Tajaajila faarfannaa keessaniif bakka guddaa kennee qulqullina olaanaadhaan yeroo gabaabaa keessatti isiniif xumura. Sagalee faarfannaa keessan haala miidhagaa ta'een haa tamsaafnu! Joshua graphics πŸ‘ˆ filannoo keessan godhadhaa. β€‹πŸ“² Hojii keessaniif ammuma Inbox na qunnamaa ykn Lakkoofsa WhatsApp/Telegram kanaan na dubbisaa Ykn NAAF BILBILAA! 0936029843 YKN @JoshuaSMRT dhan na qunnamaa ​#GospelMusic #LyricVideo #OromoGospel #YouTubeThumbnail

Happy sabbath
Happy sabbath

Coming soon..... Wait me Dear friends

Obboleessa Koo , Obboleettiikoo Mee Kottu ga'ee kee ba'adhu ! YouTube kana deemaa #subscribe godhaa. #Ati yeroo kee irra #Daq
Obboleessa Koo , Obboleettiikoo Mee Kottu ga'ee kee ba'adhu ! YouTube kana deemaa #subscribe godhaa. #Ati yeroo kee irra #Daqiiqaa_2 nuuf laatte #subscribe goota. #nuf ammoo jajjabina nuuf ta'a. Mee Ga'ee kee ba'adhu nu agarsiisi! Link gadii kana tuqun deema #subscribe nuuf godhaa! πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.youtube.com/@Agape_films https://www.youtube.com/@Agape_films

Singer: TARIKE BEKUMA Title: DHADHABINNIKOO SIN DHOKATU Seenaa Dawwadhaa ittin Ebbifamaa! πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://yo
Singer: TARIKE BEKUMA Title: DHADHABINNIKOO SIN DHOKATU Seenaa Dawwadhaa ittin Ebbifamaa! πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/3FbNIP_CBwQ?si=WSxxr6z2C8aS8k1R

"WAANAN QABU GARUU SIIFAN KENNA! Dubbatanaa Malkamu Leta! Koottaa wolii wojjiin haa barannuu m/D ajaa'ibaatii! https://t.me/FedhaanHojjaattootawongeela777

photo content

Singer: KAKU GUDETA. Title: UTUU HIN ERGAMIIN! Seenaa Dawwadhaa ittin Ebbifamaa! https://youtu.be/7Y8ix1kkNOU?si=y5yU4DJmvho1
Singer: KAKU GUDETA. Title: UTUU HIN ERGAMIIN! Seenaa Dawwadhaa ittin Ebbifamaa! https://youtu.be/7Y8ix1kkNOU?si=y5yU4DJmvho1Wxnb

Repost from VOICE OF HOPE
Singer : Dinka Gindaba DIINAAN UTUUN LOLAME Gadhiifameera πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/cq2Ly-tx0Ys?si=PLu1-jT9cUgQNnZn
Singer : Dinka Gindaba DIINAAN UTUUN LOLAME Gadhiifameera πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/cq2Ly-tx0Ys?si=PLu1-jT9cUgQNnZn

πŸ“£ #ODUU_GAMMACHIISAA ==========//=========== πŸ‘¨β€πŸŽ€ Lubni Jaallatamoo #LAMMAA_HAAYILUU haala rakkisaa fi ulfaataa keessa taa'
πŸ“£ #ODUU_GAMMACHIISAA ==========//=========== πŸ‘¨β€πŸŽ€ Lubni Jaallatamoo #LAMMAA_HAAYILUU haala rakkisaa fi ulfaataa keessa taa'anii kitaaba mata dureen isaa #TAJAAJILA_HAFUURA_HAMAA_BAASUU_FI_SOCHII_KAARIZMAATIKII_HAR'AA jedhu qabatanii dhufaa jiru. πŸ™Œ kitaabni dadhabbii jechaan ibsamuu hin dandeenye keessa ta'uun barreeffame kun πŸ—“ waxabajjii 21/10/2018, galgala ⏳️saatii 1:30 irraa eegalee ni eebbifama. πŸ‘¨β€πŸ‘©β€πŸ‘¦Namoonni bakkuma jirtan teessanii Eebba kana irratti argamuuf yaaddoo utuu hin qabaatiin karaa fuula telegraamii πŸ‘₯#DORKAS_CHARITY jedhuun balbala telegraamii keessanii saaqxanii akka hirmattaniif haalli mijatee jira. πŸ‘‰πŸΎHirmattootni karaa seensiftuu (Link) armaan gadiinπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/DorkasCharity dursitanii seentanii teessoo πŸ’Ί qabattanii akka nu eegdan jechaa  jaallattoonnii fi dinqifattoonni Luba keenya Jaallatamoo Lammaa Haayiluu, biyya keessaaf alaa jiraattan affeeramtanii jirtu. #Koree_Eebba_Kitaabichaa_irraa!! Eebbifamaa !! @DORKAS_CHARITY @DORKAS_CHARITY

Hordoftoota group kanaa kan taatan hunduma keessaniif Nagaan isiniif haa ta'uπŸ™ Group kanarratti hardha galgala sa'aa 2:00_3:00 siminaarri addaa kan itti fufee torbaan guutuuf geggeeffamu waan ta'eef Koottaa dhngaa gaarii kana wojjiin haa qooddamnuu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/FedhaanHojjaattootawongeela777 Keessummoonni Lammii USA Kan ta'an asirratti argamuun Waaqayyo akka meeshaatti irraan ta'ee nu barsiisu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ 1/Pr. Bill 2/Maxwel Isaan wojjiin Eebba kana haa qooddannuu Linki kana cuqasaatii seenaa ammaayyuu Eegaleeraa!

πŸŽ™Singer: DINKA GINDABA πŸ“Title: DIINAAN UTUUN LOLAME SILAA NAN BAADHAN TURE COMING SOON β³βŒ›οΈ
πŸŽ™Singer: DINKA GINDABA πŸ“Title: DIINAAN UTUUN LOLAME SILAA NAN BAADHAN TURE COMING SOON β³βŒ›οΈ

Jiraattoota magaalaa gimbiif naannoo isheetti argamtan maraatiif Namoonnii Faarfannaa suur-sagalee warabsifachuu Barbaaddan M
Jiraattoota magaalaa gimbiif naannoo isheetti argamtan maraatiif Namoonnii Faarfannaa suur-sagalee warabsifachuu Barbaaddan Maraaf. βœ…#Agape films Faaruu suur-sagalee waraabuuf qophee hunda xumuree Jira! Kanaafiyyuu namoonnii magaalaa gimbii fi naannoo isheetti argamtan martinu . Waraabbii suur-sagalee Kannneen Akka isiinif warabamuu barbaaddan nu qunnamuun Nu waliin hojjedhaa isiinin Jenna. Nu qunnamuuf lakkofsa bilbila Kana gadiin nu bilbila. 0936029843 0948693703 Haloo nun jechuun Nu waliin hojjedhaa. Share gochuun na bukkee dhaabbadhaa!

KUTAA 2FFAA SABABOOTA PORNOGIRAAFII ILAALUUF NAMA KAKAASAN:- 1. #Gammachuu_Barbaaduuf Gaaffii kanaaf deebii jalqabaa ifa kan ta'e, namoonni fiilmii gosa kamiyyuu ofii isaanii bashannansiisuuf akka ilaalan, pornogiraafiiniis kan isaan kakaasuu fi wanta isaan gammachiisu argachuuf kan ilaalan ta'uu isaati. Fedhii namootaa keessaa inni tokko saal-qunnamtii akka ta'e, kanas immoo karaa sirrii taβ€Ÿeen yookiin bifa sirrii hin taaneen guutuuf ilaalanii keessatti hirmaachuuf pornogiraafii ilaalu. 2. #Jeequmsa(Dhiphina) Yeroo baayβ€Ÿee namoonni dhiphina keessa jiran araada pornogiraafiif saaxila akka bahan qorannooleen ni mulβ€Ÿisu. Baayβ€Ÿinaan pornogiraafii qofa utuu hin taane araada kanneen biroo irra deddeebiβ€Ÿanii akka raawwatan kan isaan taasisan gammachuu saal-qunnamtii argachuu qofa utuu hin taane, fedhii keessa isaaniitti dhaga'amu jechuunis jeequmsa, gadda, sodaa, kophummaa fi saalfii jalaa bahuufi dha. Kanaafuu Jireenya isaanii keessatti dhiphina ulfaataa kanneen qaban dhiphina hin furamne kana kan qaban dhiphina isaanii kana irraanfachuu fi gammachuu yeroo argachuuf ni fayyadamu. 3. #Kophummaa Yeroo baayβ€Ÿee kophummaan kan dhufu sababoota adda addaan namootaa wajjin tokkummaa uumuu namoonni hin dandeenye araada kanaan qabamuu akka danda'an qarannooleen ni mulβ€Ÿisu. 4. #Dhiibbaa_Hiriyyummaa Ol adeemaa fi dargaggoonni baay'een maalummaa saal-qunnamtii baruudhaaf hawwii qaban irraa ka'uun gara pornogiraafiitti harkifamuu dandaβ€Ÿu. Ol-adeemtonnii fi dargaggoonnis dhiibbaa hiriyyoota isaaniitiin gara jireenya kanaatti harkifamuu danda'u. Waggaa 10f araada pornogiraafii keessa kan jirtu obboleettiin tokko akkas jechuun yaada ishee ibsatti β€œBarattuu Yuunivarsiitii yeroon turetti dormii keessatti hiriyyoonni koo walitti qabamanii porni ilaaluu turani. Ani garuu yeroo hundumaa gocha isaanii kana nan morman ture. Yeroo taβ€Ÿe booddee garuu utuu hin yaadiin isaanitti dabalamuun jalqabe. Kana booda isaan caalaatti nama porni ilaalun taβ€Ÿe.” 5. #Araada Namoonni tokko tokko pornogiraafii sababa adda addaatiif yeroo tokko yookiin isaa ol erga ilaalanii booddee araadichi isaan dhuunfata. Araada jechuun erga jaalannee itti gallee booddee, kan jibbinu yoo ta'e illee wanta raawwannu jechuudha. Araadni kamiyyuu fedhiidhaan kan itti seenamu ta'ee kan itti fufu garuu fedhii malee ta'uu danda'a. Pornogiraafiinis akkuma araada kamiyyuu namoota garasitti harkisuuf dandeettii olaanaa qaba. Yeroo tokko waa'ee araada pornogiraafii irratti doktorri biyya keenyaa Siyyum waan dubbatan: οƒ˜ β€œBaayβ€Ÿeen pornogiraafii utuu hin ilaaliin rafuu kan hin dandeenye jiru Namni tokko yommuu pornogiraafii ilaalu keemikaalli dhiiga keessa faca'an ni jiru. Keemikaalonni kunniin namni tokko kokeenii fi heerowinii kanneen jedhaman fayyadamuun kan dhiiga keessatti gadhiifamanii dha. Keemikaalota kana yommuu fudhannu hormooniin dhiiga keessatti dhangalan pornogiraafii wayita ilaallu waan ta'eef pornogiraafiin araada miti jechuu hin dandeenyu. qoricha hadoochu baay'ee qaba. Namni pornogiraafii ilaalu qoricha hadoochu baay'ee isaa yeroo tokkotti akka fudhateetti lakkaa'ama. Saayintistiin narvii (neuroscientist) tokko pornogiraafiin tuqamuudhaaf turtii yeroo akka dubbatanitti suuraa tokko sekondii walakkaaf erga ilaallee booda daqiiqaa itti fufan 5 fi 10 keessatti sammuu keenya keessatti jijjiiramni akka (nerve restriction) ni uumama. Jijjiiramni akka kanaa namni tokko balaan isa irra gahu kan uumamu gosa jijjiirama bifaa ti. Pornogiraafiidhaan tuqamuudhaaf sekondii 1/3ffaan ni gaha akka jechuuti. Hubattaniirtu yoo ta'e suura pornogiraafii sekondii tokkoof ilaalle turtii waggootaaf sammuu keessaa hin badu. Maaliif yoo jettan β€žepimerphineβ€Ÿ hormoonii jedhamuun akka hin badne ta'ee waraabameera. Kana irraa kan ka'e waggootaaf illee hin irraanfatamu. Kana irraa kan hubannu salphaadhumatti wanti jalqabamu gara araada guddaatti akka guddachuu danda'uu dha. #kutaa_3_ffaa......✍✍✍ #SHARE #JOIN Dhaloota_baraaruuf_dirqama_qabna Wal wajjin deemsi itti fufa

Heertuu Yaadannoo. "Amantiin waan abdatan Dhuguma in ta'a jedhanii fudhachuu dha; waan ijaan hin argines akka waan arganiitti Jira jedhanii lakkaa'uu dha" (Ibroota 11:1).