en
Feedback
Farfaannaa/መዝሙር

Farfaannaa/መዝሙር

Open in Telegram

🗣እኛስ የተሰቀለውን ክርስቶስን እንሰብከዋለን! ትክክለኛ የሆኑ የወንጌል አስተምህሮዎችን መሰረት ያደረጉ፦ ዝማሬዎች፣ ትምህርቶች፣  ስብከቶች፣ ምስክርነቶች፣ የሪቫይቫል ታሪኮች፣ መንፈሳዊ ዜናዎች፣ እንዲሁም መንፈሳዊነታቸውን የያዙ ፕሮግራሞች ይቀርባሉ! Kayyon channel Kenya farfannawan haara Fi dudduri sin biran gahudha @tolidereje1234

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Farfaannaa/መዝሙር

Channel Farfaannaa/መዝሙር (@abdifarfannaa1) is an active participant. Currently, the community unites 23 697 subscribers, ranking 3 036 in the Music category and 1 454 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 23 697 subscribers.

According to the latest data from 06 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -201 over the last 30 days and by -4 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 5.75%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.41% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 1 363 views. Within the first day, a publication typically gains 334 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 14.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
🗣እኛስ የተሰቀለውን ክርስቶስን እንሰብከዋለን! ትክክለኛ የሆኑ የወንጌል አስተምህሮዎችን መሰረት ያደረጉ፦ ዝማሬዎች፣ ትምህርቶች፣  ስብከቶች፣ ምስክርነቶች፣ የሪቫይቫል ታሪኮች፣ መንፈሳዊ ዜናዎች፣ እንዲሁም መንፈሳዊነታቸውን የያዙ ፕሮግራሞች ይቀርባሉ! Kayyon channel Kenya farfannawan haara Fi dudduri sin biran gahudha @tolidereje1234

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 07 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Music category.

23 697
Subscribers
-424 hours
-187 days
-20130 days
Posts Archive
🎬 Warra Galataa : Daniel Fikadu | Hana Takle | Lachisa Giduma (happy new year) @burqaafarfannaa

Hin Deemu #Coming-Soon Bikila Kebede @burqaafarfannaa
Hin Deemu #Coming-Soon Bikila Kebede @burqaafarfannaa

🎧 🍿 KAN ATI QABDE |Teferi Mekonen PHawulos (New Afaan Oromo Gospel Song) Official Music Vidio [2026] @burqaafarfannaa

🎧🍿 ኢየሱስ Eyesus Singer Zerfie Kebede ዘማሪት ዘርፌ ከበደ New Protestant Mezmur || September 3 2026 @burqaafarfannaa

DANIEL FIKADU (WAAMARAKOO) MARARAAKOO.m4a6.25 MB

🎬 🍿 SELAM DESTA ሳበኝ "SABEGN" New Ethiopian Gospel Song 2024 @cfw_worship_ministry

🎬 🍿 GEESSUMA | BILISUMA WAJI | New Afaan Oromo Gospel Song ( Official Music Video ) 2016/2018 @burqaafarfannaa

ETHIOPIA NEW YEAR SONG. DANIEL FIKADUU. @burqaafarfannaa

+1
Gaaddisakoo_Atoomaa_Faantaahun_New_Oromo_Gospel_Song_2026_E.mp313.12 MB

🎬 🍿 አድራሻዬ | Mintesnot Gemechu | Created For Worship | Adrashaye | Org. Song By Tamirat Haile @burqaafarfannaa

CJfDE6ayW7ip5h7byQOS+2ZnzpmKOFVc.m4a8.07 MB

Hojii baredadha kana hojjedha ammati kan bua qaba jedhame namoni million 1 ol hojjecha Jira airdrop kana sins ammuma jalqaba Yero linkicha tuqxani kessa sentan wallet kessan wajjin dirqama connect gochu qabdu yo hin godhin haftan Isa sin hojjetan sin Jala Badu dandaha telegram wallet ykn toonkeeper irrati connect godhadha Jalqabuf link kanan gadi xuqun hojjedha👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=6544420478

+1
MESKEREM GETU IYESUS....||| @burqaafarfannaa

Namooni video editing barachu barbadan akkasumas video kessan edit gochisfachu kan barbadan haala baredaf qulqulina qabun asin nu dubbisa👇👇👇👇👇 @Waverchs

Far. 18 ¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Yaa Waaqayyo aangoo ko, ani sonaan sin jaalladha; ² Waaqayyo kattaa koo, masaraa koo, oolchaa koo tis; Waaq
Far. 18 ¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Yaa Waaqayyo aangoo ko, ani sonaan sin jaalladha; ² Waaqayyo kattaa koo, masaraa koo, oolchaa koo tis; Waaqayyo koo da'oo dhagaa isa ani kooluu itti galuu dha; gaachana koo, isa akka gaanfaa fayyina koof faccisu, iddoo dhokannaa koo isa ol jedhaa dhas. Psalm 18(NIV): ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ 1 I love you, Lord, my strength. 2 The Lord is my rock, my fortress and my deliverer; my God is my rock, in whom I take refuge, my shield and the horn of my salvation, my stronghold.

#update #Grade_12 ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiifameera jedhanii odeeffannoo sobaa kennuun barattoota dhiphisaafi burjaajii keessa galchaa kan Jiran chaanaalota sobaa irraa of eeggadhaa!! 📢 Qabxiin kan gadhiifamu har’a galgala sa’aatii 5:30 ykn boru ganama gadhiifama jedhameera.

Like gochuun nu jajjabeessa 🥰

Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e! Ministirri Barnootaa Piroofees
Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e! Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru. Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru. Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru. 👇👇👇👇👇 https://omg10.com/4/9489700 https://omg10.com/4/9489700 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA

Qormani Kuta 12 ffaa hara ni ifooma jecha jiru Ammaf wanti mirkanae hin jiru dhuguma isaa adda bafne sin beksisna wanti haaran yo jiraate sin beksisna