VOICE OF HOPE
Open in Telegram
Sagaleen abdii sagalee jireenya kennuudha! Yaada kennuuf @Sagalee_abdii Youtube keenya subscribe gochuun nu hordofaa! πππππ https://youtube.com/@voice_ofhope?si=tAE8jWwZZv1dujLI Nu quunnamuu ππ https://t.me/yisihak17
Show more1 323
Subscribers
No data24 hours
+47 days
+2930 days
Posts Archive
1 323
Kabajamoo fi jaallatamoo hordoftoota keenyaa, nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu!
Baga Nagaan torban jala bultii bara 2019 geessani jenna.
Dhaabbanni keenya #Haftuu_Production waggoota waggoota dheeraaf walitti fufinsaan sagantaa gara garaa qopheessuun isin tajaajilaa turuun keenya ni beekama.
U
Jaalala Waaqayyoo ta'ee ammas, 'Tajaajila Wangeelaa Soogiddaa' (#Soogidda_Ministry) waliin ta'uun Torban Qaammee keessa sagantaa addaa mata dureen isaa "Jaalala Kiristoos" jedhu isiniif qopheessinee jirra.
Sagantaan kun guyyoota shanan(5) Qaammee dhufaa jiran mara galgala galgala yeroo hundumaa sa'a 02:00-3:30(LT) bifa adda ta'een tajaajiltoota isin hedduu jaalattaniin kan isin bira gahu yommuu ta'u, isinis sa'aatii keessan mijeeffattanii eebba Waaqayyo nuuf qopheesse akka nu waliin qooddattaniif kabajaan isin affeerra.
@haftuuproduction
1 323
#HIREE_DHUGAA!
π By: Gobena Jaleta
π² Presented by: Voice Of Hope
π¬ Lyrics Video by: Hope Graphics
πΉ Music arrangement: Dave Studio
https://youtu.be/66CzbV_ME1E?si=d4WIso6F0GnZY81y
#like, #subsribe akkasumas #share gochuun jajjabeessuu ga'ee keenya haa ta'u!
https://youtu.be/66CzbV_ME1E?si=d4WIso6F0GnZY81y
1 323
#SAMII YAADAAN SI WAAQESSA
π By: Bikila Eliyas
π² Presented by: Voice Of Hope
π¬ Lyrics Video by: Yisiak Graphics
πΉ Music arrangement: Dave
https://youtu.be/pRnFvJRKIwE?si=uAFs_wdEI68dd5j7
#likee, #subsribe akkasumas #share gochuun jajjabeessuu hin dagatinaa!
https://youtu.be/pRnFvJRKIwE?si=uAFs_wdEI68dd5j7
1 323
UFFEE
WARRA JIRRUU BACHOO πππππ
HUMNAAF JABINA KOOπππππhttps://youtu.be/g2-RQ2OvQ7U?si=P89OZVFYYpDfpDec
1 323
Singer : Dinka Gindaba
DIINAAN UTUUN LOLAME
Gadhiifameera
πππ
https://youtu.be/cq2Ly-tx0Ys?si=PLu1-jT9cUgQNnZn
1 323
GADHIIFAMEERA!!!! π π
AN NAMA MAALIITII....Ittiin eebbifamaa π π π π FAR AMANUEL YISIHAK https://youtu.be/jl1WdpS0Oh0?si=dsD_Py0D53m48giI
1 323
COMING SOON π₯
#ICCITIIDHA!π€
Obboleessi keenya Girmaayeen ammas Faaruuwwan isaa dhangaawwan mimi'aawuun kuulamaniin #Albeema #6ffaan qabatee as ba'aa jiraachuu isaa yeroo isin beeksifnu gammachuu guddani!
Yeroo dhiyootti #youtube_channel isaa gubbaan eeggadhaa!β‘οΈ
Namoota haga ammaa maatii hin ta'in jirtaniif #Seensiftuun kunootiππΎhttps://youtube.com/@girmayebayisaofficial?si=eEP1NZ33t9ZMR9Ks
@haftuuproduction
