Waldaa misooma Oromiya
501
Subscribers
+324 hours
+247 days
+8730 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
NAAF KAKACHIISAA!
Tarii jaalalakootu
Qabaatemoo xurii
Ishiitu jijjiirrate
Ilaalcha ishii durii?
Osoo anaan oodduu
Gabaatti haasofti
Waayee jiraachuukoo
Yoo yaaddu ni qaanofti
Ollaatti wacuudhaaf
Tasa yeroo hin dhabdu
Anatti hasaasuuf garuu
Sakoondii tokko hin qabdu
Ani osoon hin qabne
Badiin ishii hale
Waanuman jibbamuuf
Garuu nan wallaale
Badii ishiin agartee
Ittiin na jibbitu
Mee naaf gaafadhaa
Sinitti haa himtuu
Jedhaa naaf gaafadhaa
βMaali badiin isaa?β
Yoon badii qabaadhe
Jiraachuufaan dhiisa!
Waanta ishiin jettemmoo
Naaf kakachiisaa!
#Bilisummaa_Shibbiruuβπ»
Join @BarruuWalaabu
π 4β€ 1π₯° 1
12 Amala Namoota D
Dhugaan beekumsa Qabanii.
1. Hammam akka qaroo ta'an hin dubbatan. Sammuu isaanii guddisuu irratti bobba'anii jiraatu.
2. Waan hojjetan qoratanii yaaluun caalaatti baratu.
3. Ofii isaanii waan tokko adda baasuuf yaalu. Wantoota adda baasuuf yaalii fi mala rakkoo furuu baayβee fayyadamu.
4. Yeroo hunda beekumsa adamsaa jiraatu. Waan duraan beekan osoo hin taane waan beekuu barbaadan irratti xiyyeeffatu.
5. Waan beekaniin hin dhaadatan. Inumaayyuu beekumsa isaanii hojii irra oolchu.
6. Tuqaawwan walitti hidhu. Wantoota wal hin fakkaanne gidduutti walitti dhufeenya barbaadu, dirree fi gosa barumsaa hunda keessatti ni dubbisu.
7. Fedhii baruu guddaa waan qabaniif gaaffii ciccimoo hedduu gaafatu.
8. Muuxannoo isaanii irraa mudaa hin qaban.
9. Hibboo adda addaa hiikuu barbaadu.
10. Kufaatii irratti rakkoo hin qaban.
11. Hayyuu of fakkeessuuf hin yaalan.
12. Yeroo hunda jechoota gurguddaa hin fayyadaman. Jechoota sirrii taβan fayyadamu, yeroo barbaachisaa taβetti guddaas taβe salphaa garuu ifaafi salphaa taβuu irratti xiyyeeffatu.
π² Share godhaa!
βββββββββββ
ποΈ. https://t.me/Ambo_Ifa_Boru_New_2016 ποΈ
Waldaa misooma Oromiyahttps://t.me/Ambo_Students_Group_New_2016
π 4π₯° 2
Gaaffii Sammuuπ€
8. Yeroo hunda halluu dhaabbataa ta'e qaba garuu dheerina dhaabbataa hin qabu. Yeroo aduu ni argama garuu yeroo roobaa hin argamu. hin nyaatu hin dhugus, miidhaas hin qabu.
Wanti kun maal ta'uu danda'a?
π 3π₯° 2
π¦. Duumessa
π§. Samii
π¨. Gaaddidduu
π©. Fixeensa
πͺ. Deebii hin qabu
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.