I'm happy to be me
Jiruun jiruu caaltu nama mu'uminaatif jiruu Aakhiraati🥰 yaadaf 👇 https://t.me/Anwartop123
Show more228
Subscribers
No data24 hours
+17 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Akkamitti jirtan Ramadaana wajji.
*|[ yerooleen Ramadaanaa Fiigaa jirti. Dhaabbatees ta'u teeysee,ciistee fii deemaa ,bakka hojiittiis ta'ee bakka boqonnaatti arrabni kee zikriileerraa hafuura hin fudhatin. Yeroo haalaa fii bakka mijataa argatte kamuu Qur'aana qara'uurraa of booda hin mil'atin. Irra guddaa wanta ati Ramadaana keessa itti ta'aabuu qabduutirraa Salaata kee tolchitee sirreeysitee khusuuaan salaatuudha. yerooleen duaaiin keessa qeebalamtu kan akka azaana fii iqaamaa jidduu ,sujuuda keessaa,halkan gara boodaa,yeroo suhuuraa,salaata boodarra osoo salaamtaa hin baaneen durattii fii guyyaa yeroo afaanii soomana qabdu kunneen akka dhuftee sirra hin dabarre. Qabeenyi kee Qabeenya ji'a kana irraa hin sadaqanne kan irraa namoota hin nyaachisne hin ta'in. ]|*.
Yaarrabi nuuf ta'i hunda keessatti.
❤ 2
Ramadàana gaarii isiniif hawwa
Baatii ibaadaan keessatti dachaa nuuf taatu
Baga nuun gahe
Ka nabeekuu fi ka na hin beeknees
🥰 4
🫵 4n kana furadhu!🌹
●Kanni garuu namni karaa maleen akka sitti hin fayyadamne eegadhu.
●jaaladhu garu namni jaalatte ka kolfaa akka si hin godhanne eegadhu.
●nama amani garu namni beekumsa hin qabne akka sirratti hin haqqifne eegadhu.
●nama dhagayi garu namni yaada Ofii akka sirratti hin feene eegdhu.
❤ 4
Sirrumatti!
jaalalli 👇👇👇
nama bareedaa jaalachuu miti
Nama guutuu ta'e barbaadus miti
Uuman ala namni guutun hin jiruuti.
Dureessa barbaadus miti
jaalalli qarshiidhan hin hojjatamu.
Jaalalli
nama si kabaju
nama siif yaadu
nama si hubatu
si jaalachuu isaatti/isheetti kan gammadu/ddu
Eenyummaa ati qabdu waliin kan si jaalatu
haala kam keessattuu nama si jaalatu argachuudha.💯🫡
👍 1
Of Eeggannoo barbaada!
😔Filannoowwaan Aariidhaan goonu jeereenya keenya balleessuu dandaya. 💔
👍 2🥰 1
Hubadhu isa kana.
🥀Eenyummaan namaa khan dhugaa gaafa wal dhabdan as baha.😌
Wal dhabdee irratti namni si qusate dhugaan bootaa guddaa sii qaba nama san jabeefadhu.❤
❤ 5👍 2
🥰Irra caalaan waan jannata nama naquu sodaa rabbiitii fi akhlaaqa toluudha.🥀 (S.A.W)
❤ 4
Jireenya
"Jiruu jireenyaan tuffatan du'aan sanuu dhaban" Jatte oromon.
Jireenyi kanuma jiraachaa jirtuutu jireenya kanaaf jireenya ke hin tuffatin gammadii jiraadhu addunyaa kana irra yeroo lama hin jiraattu yaadadhu.🥰
❤ 6
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.