en
Feedback
Ethio News Official

Ethio News Official

Open in Telegram

Chaanaali kanaan jechootaa gaggaarii isin biraan geenya Sabaskiraayibii godhaa 👈🫶🙏

Show more
193
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-830 days
Posts Archive
Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal Finfinnee, Fulbaana 5, 2017–Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Galchii
Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal Finfinnee, Fulbaana 5, 2017–Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64′ irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera

Buna dhuguun yeroo ulfaa miidhaa qaba moo hin qabu? Qorannoowwaan hedduun akka ibsanitti dhugaatiiwwaan si’eessituu kan caffe
Buna dhuguun yeroo ulfaa miidhaa qaba moo hin qabu? Qorannoowwaan hedduun akka ibsanitti dhugaatiiwwaan si’eessituu kan caffeine jedhamu of keessaa qaban kan akka coka kollaa fi buna guyyaatti miligraama 200f( qaruraa 2 ykn siinii 2) isaa ol dhuguun wayita ulfaa daa’imaa irratti miidhaa akka qaban heeru. Kanarratti hundaa’uudhaan dhabbanni fayyaa addunyaa haati tokko wayita ulfaa buna siinii 2f isaa ol akka hin dhugne hubachiisu. Egaa nuttis wal haa hubachiifnu.

Siif maraadhee lachuu dhabee Siif gufadhee kichuu cabee Maraattuu sirnaa tahee Namummaa keessaa bahee Siif marmaaree lafa hun
Siif maraadhee lachuu dhabee Siif gufadhee kichuu cabee Maraattuu sirnaa tahee Namummaa keessaa bahee Siif marmaaree lafa hundaa Siif abaaree nama guddaa Ati naaf hin hubanne💔 Onneen koo siif gaggabuu Lafeen koo siif caccabuu Siif okkolee, siif meelachuu Siif dhukkaa'ee, siif eelachuu Xiyyaara yaadan siif imaluu Ati hin beekne siif hin galu Gad hin ciisne takkaa dirraan Si jaaladha keessaf irraan...... Jaalala koo naaf hubadhuu Na yaali mee na fudhadhuu https://t.me/ethionewesofficial

🚨🚨 Hoogganaa sochii Ansaarallah: Hoogganaan Ansaarallah Abdulmalik Badruddiin Al-Huutii ibsa kaleessa kenne keessatti "Diin
🚨🚨 Hoogganaa sochii Ansaarallah: Hoogganaan Ansaarallah Abdulmalik Badruddiin Al-Huutii ibsa kaleessa kenne keessatti "Diinonni keenya yeroo nuti Doonii Galaana irra imalu barbadeessinu dinqisiifachaa turan! Garba irrattis haala asiin dura mul'atee hin beekneen yeroo nuti sochii Teekinolojii taasisnu arguuf jiru!!" Jechoota Gaggaarii Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Guyyoottan kurnan itti aanan Roobni cimaan waan jiraatuuf of eeggannoon akka taasiifamu Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleens
Guyyoottan kurnan itti aanan Roobni cimaan waan jiraatuuf of eeggannoon akka taasiifamu Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa hubachiise. Tv Hamiltan:Hagayya 27/2016 Finfinnee! Guyyoottan kurnan itti aanan keessa Roobni cimaan idileen olii waan jiraatuuf naannawaan balaa lolaaf saaxilamoo ta’an of eeggannoo akka taasiisan Inistiitiyuutiin Raagaa Haala Qilleensaa Itoophiyaa hubachiise. Kutaalee Giddugaleessaa, Lixaa, Kibba Lixaafi naannawaa Kaaba Lixaatti Roobni cimaan idileen olii kan jiraatu ta’uu hime. Sababa kanaan naannawaan balaa lolaaf saaxilamoo ta’an of eeggannoo cimaa akka taasiisan Inistiityuutichi hubachiise. #Hamilta_Hamilee_Ummataa

በዚ ሰአት ከBlum የተሻለ ኤርድሮፕ የለም እኔ በግሌ ዶግስ እና ብሉም ነው እስካሁን የሰራውት በተለያየ በብዙ አካውንት ስሩት ፤ በእርግጠኝነት ብዙ ነው የምታተርፉበት 😊 Blum ላልጀመራቹ 👇�
በዚ ሰአት ከBlum የተሻለ ኤርድሮፕ የለም እኔ በግሌ ዶግስ እና ብሉም ነው እስካሁን የሰራውት በተለያየ በብዙ አካውንት ስሩት ፤ በእርግጠኝነት ብዙ ነው የምታተርፉበት 😊 Blum ላልጀመራቹ 👇👇👇 https://t.me/blum/app?startapp=ref_UPG1zF4RDA https://t.me/blum/app?startapp=ref_UPG1zF4RDA

🚨🚨 YAMAN: Yamanoonni magaalaa guddittii isaanii Sana'aatti aantummaa Falasxiinotaaf qaban Miiliyoonaan hiriiranii mul'isani
🚨🚨 YAMAN: Yamanoonni magaalaa guddittii isaanii Sana'aatti aantummaa Falasxiinotaaf qaban Miiliyoonaan hiriiranii mul'isanii jiru! Yamanoonni Torbanootaaf walitti fufuun deeggarsa Gazzaa fi Al-Aqsaa f qaban dhageessisaa kan jiran yoo ta'u kanas akka dirqamaatti fudhachuun qabsoo Falasxiinotaa roga maraan akka deeggaran beeksisanii jiru. Yaman mallattoo dhugaa, Yaman mallattoo gootummaa, Yaman fakkii iimaanaa dha. Jechoota Gaggaarii Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa. https://www.facebook.com/share/r/WAReZeARtevGnSan/?mibextid=D5vuiz

Hidha laga mormora haalaa kanarra gahee jiraa baay'ee nanatti tola
+6
Hidha laga mormora haalaa kanarra gahee jiraa baay'ee nanatti tola

Hagayya 19/2016 Finfinnee Kitaabni Seenaa Gooticha Daawaa,Hayyuu Namaa Sh/Amiin Ibiroo "Abbaa Hawaasaa" jedhu guyyaa hardha F
+9
Hagayya 19/2016 Finfinnee Kitaabni Seenaa Gooticha Daawaa,Hayyuu Namaa Sh/Amiin Ibiroo "Abbaa Hawaasaa" jedhu guyyaa hardha Finfinnee galma Aadaa Oromootti eebbifameera. Kitaabni "Abbaa Hawaasaa" jedhu kun Ustaaz Ammaar Sh/Amiiniin kan barreeffame Iddoo hoggantoonni mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Perezdaantii mana marechaa Sh/Hajjii Ibraahiim dabalatee Ustaazonni, Hayyoonni hedduun argamanitti eebbafameera. Kitaabni bu'aa ba'ii daawaa islaamaa fi adeemsa jireenya isaanii kan habuure yoo ta'u,gara fuulduraattis namoota daandii daawaa irra jiraniif fakkeenya guddaadhas jedhameera. https://www.facebook.com/fuadabdulhakim4?mibextid=ZbWKwL

Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaan argame Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaa
Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaan argame Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaa ta’e Bootsiwaanaatti argamuun dhaga’ame. Daayimandiin addunyaarraa guddinaan 1ffaa ta’e bara 1905 Afrikaa Kibbaatti kan argame yoo ta’u, Kaaraatii kuma 3 fi 106 ta’uu BBC’n gabaaseera. Daayimandiin Bootisiwaanaatti amma argames kaaraatii kuma 2 fi 492 ta’uun ibsameera. Albuudi kun bakka Karowee jedhamu Magaalaa guddoo Botisiwaanaa, Gaaborooniirra fageenya… https://www.facebook.com/fuadabdulhakim4?mibextid=ZbWKwL

💸😃😗😳😔 ትንሽ ሰዓት ብቻ ነው የቀረው.. 🔥በዚህ Bot በደቂቃወች ውስጥ ከ 1500ብር በላይ ሰርተናል የሚከፍል Ethiopian bot ነው! ✅እንዳያመልጣችሁ viral ከወጣ ወይ መክፈሉን ያቆማል ወይ ምትሰሩት ታጣላችሁ አዳር ጠብጥባቹት እደሩ ፍጠኑ 👇👇👇👇 https://t.me/BirrReferBot?start=r0298749002

በጉጉት የሚታየው ዮአዳን ፊልም ቀጣይ ክፍል ተለቋል Join ሚለውን በመጫን ይመልከቱ😍
በጉጉት የሚታየው ዮአዳን ፊልም ቀጣይ ክፍል ተለቋል Join ሚለውን በመጫን ይመልከቱ😍

ቴሌግራም ልክ እንደ ቲክቶክ ብዙዎችን ባለሀብት እያደረገ ነው 🤩 ቴሌግራም የቲክቶክን ፈለግ በመከተል አዲስ Telegram Stars የተሰኘ Gift Coin አምጥቷል። ቴሌግራምም ይህንን ነገር ለማስ
ቴሌግራም ልክ እንደ ቲክቶክ ብዙዎችን ባለሀብት እያደረገ ነው 🤩 ቴሌግራም የቲክቶክን ፈለግ በመከተል አዲስ Telegram Stars የተሰኘ Gift Coin አምጥቷል። ቴሌግራምም ይህንን ነገር ለማስተዋወቅ Major በተሰኘ Airdrop መሰል ነገር መጥቷል ይህም ሰው invite በማድረግ በቀላሉ የቴሌግራም Star Coin መስራት እንድችሉ ያደርጋል። 1 ሰው invite ስታደርጉ 15 star ታገኛላቹ ⭐️⭐️ ስራውን ለመጀመር ከስር ያለውን ሊንክ በመጫን ስታርት በሉት አሁኑኑ ጀምሩ👇 https://t.me/major/start?startapp=391856983 https://t.me/major/start?startapp=391856983

#ShawaaBahaa Caaseffama diinagdee dam-daneessa ijaaruudhaan wabii midhaan nyaataatiin of danda’uurra dabarree al-ergii keenya
+3
#ShawaaBahaa Caaseffama diinagdee dam-daneessa ijaaruudhaan wabii midhaan nyaataatiin of danda’uurra dabarree al-ergii keenya guddisuuf galmaatti qabanne gochaan muldhisaa jirra. Godina Shawaa Bahaatti oomishni Aatoo Boonsituu baay’inaa fi qulqullinaan misoomaa jira. Hirkattummaa irraa gara oomishtummaatti cehuudhaan badhaadhina sadarkaa maatiitti dhugoomsuuf sochiin eegalame milkaahinoota abdachiisoodhaan faayamee fuula duratti qajeelaa jira. https://t.me/ethionewesofficial

በ#አረንጓዴዓሻራ ልማት ንቅናቄ የፍራፍሬ ተክሎች የማልማት ሥራ ከፍተኛ ለውጥ እና ውጤት እያስመዘገበ ይገኛል። በዚህ ስኬታማ ሥራ ላይ ተመርኩዘን የበለጠ ውጤት ለማግኘት አሠራራችንን ማጎልበት፣ ዘዴዎ
+7
በ#አረንጓዴዓሻራ ልማት ንቅናቄ የፍራፍሬ ተክሎች የማልማት ሥራ ከፍተኛ ለውጥ እና ውጤት እያስመዘገበ ይገኛል። በዚህ ስኬታማ ሥራ ላይ ተመርኩዘን የበለጠ ውጤት ለማግኘት አሠራራችንን ማጎልበት፣ ዘዴዎቻችንን በሚያዘምኑ ፈጠራዎች ላይ መስራት ብሎም የአካባቢ ጥበቃ እና የግብርና ሥራዎቻችንን ለማላቅ ማኅበረሰባችንን ማሳተፍ መቀጠል ይኖርብናል። Fruit cultivation through our #GreenLegacy efforts is yielding impressive results, demonstrating significant progress. To build on this success, it is essential that we continue to enhance our practices, invest in innovative techniques, and engage with our community to further advance our environmental and agricultural objectives. https://t.me/ethionewesofficial

Siifan Hasan gootittii Olompikii Paaris...!! Biyyi Faransaay Atileetonni Olompikii irratti Hijaaba akka hin uffanne dhorgaa k
Siifan Hasan gootittii Olompikii Paaris...!! Biyyi Faransaay Atileetonni Olompikii irratti Hijaaba akka hin uffanne dhorgaa keessus intalti Oromoo Medaaliyaa 3 goonfachuun addunyaa ajab jechisiiste Siifan Hasan Hijaaba isheen faayamtee Medaaliyaa ishee fannifachuun ergaa jabaa Mootummaa Faransaayiif dabarsitee jirti. Gochi Siifoo kun sadarkaa idil-addunyaa tti Muslimoota maraan faarfamaa kan jiru yoo ta'u gammachuu injifannoo ishee hedduun isaanii qooddachaa jiru! Dorgommiin Olompikii Paaris jalqaba irraa wantoota jibbisiisoon kan dabaalame yoo ta'u Siifan Hasan garuu Hijaab isheen faayamtee goolabuun taatee namoota hedduu gammachiise ta'ee jira. Jechoota Gaggaarii Odeeffannoo keenya hordofaa Share gochuun hiriyyoota keessaniif qoodaa https://t.me/ethionewesofficial

የኢትዮጵያ የኦሎምፒክ ልዑካን ቡድን በፓሪስ ኦሎምፒክ የመዝጊያ ሥነሥርዓት *** 329 ውድድሮችን ለ16 ቀናት ያስተናገደው የፓሪስ 2024 ኦሎምፒክ የመዝጊያ ስነሥርዓት በስታድ ደ ፍራንስ ስታዲየም
+6
የኢትዮጵያ የኦሎምፒክ ልዑካን ቡድን በፓሪስ ኦሎምፒክ የመዝጊያ ሥነሥርዓት *** 329 ውድድሮችን ለ16 ቀናት ያስተናገደው የፓሪስ 2024 ኦሎምፒክ የመዝጊያ ስነሥርዓት በስታድ ደ ፍራንስ ስታዲየም እየተካሄደ ነው። በመዝጊያ ሥነሥርዓቱ የኢትዮጵያ የኦሎምፒክ ልዑካን ቡድን የሀገሪቱን ሰንደቅ ዓላማ ባነገቡ ጀግኖች አትሌቶቻችን ታምራት ቶላ እና ትዕግሥት አሰፋ እየተመራ በታዳሚዎች ፊት አልፏል። ቡድኑ ነገ ከሰዓት በፓሪስ በሚገኘው የኢትዮጵያ ኤምባሲ አሸኛኘት እንደሚደረግለት፣ ከነገ በስቲያ ማለዳ አዲስ አበባ እንደሚገባ እና ደማቅ አቀባበል እንደሚደረግለት ይጠበቃል። https://t.me/ethionewesofficial

የፓሪስ ኦሊምፒክ የመዝጊያ ሥነ- ሥርዓት ማምሻውን ይካሄዳል ***** ከሐምሌ 19 ቀን 2016 ዓ.ም ጀምሮ ሲካሄድ የቆየው 33ኛው የፓሪስ ኦሊምፒክ ጨዋታዎች ማምሻውን ይጠናቀቃል። 80 ሺህ ተመልካች
የፓሪስ ኦሊምፒክ የመዝጊያ ሥነ- ሥርዓት ማምሻውን ይካሄዳል ***** ከሐምሌ 19 ቀን 2016 ዓ.ም ጀምሮ ሲካሄድ የቆየው 33ኛው የፓሪስ ኦሊምፒክ ጨዋታዎች ማምሻውን ይጠናቀቃል። 80 ሺህ ተመልካች በሚያስተናግደው ስታድ ደ ፍራንስ ስታዲየም በሚካሄደው የመዝጊያ ሥነ-ሥርአት ላይ አትሌቶች በመሮጫ መሙ ላይ በማለፍ ስንብት ያደርጋሉ። በመዝጊያ ሥነ-ሥርአቱ ላይ ከ100 በላይ ዳንሰኞች፣ ትርዒት አቅራቢዎች እና የሰርከስ ባለሙያዎች ሥራዎቻቸውን ያቀርባሉ። የዓለማችን ታዋቂ ድምጻዊያንም ለሥነ-ስርዓቱ ድምቀት የሚሰጡ ሙዚቃዎችን ያቀርባሉ፡፡ መዝጊያው የፈረንሳይን ታሪክ እና ባህል በሚሳዩ ዝግጅቶች እንደሚዋብም ይጠበቃል፡፡ ከቀትር በፊት በሴቶች ማራቶን ፍጻሜ ከአንድ እስከ ሦስት ለወጡት አትሌቶችም የሜዳሊያ አሰጣጥ ሥነ-ስርዓትም ይደረጋል። አትሌት ትዕግስት ዛሬ በተካሄደው የማራቶን ውድድር የብር ሜዳሊያ ማግኘቷ ይታወቃል። የመዝጊያው ሥነ-ሥርአት ከምሽቱ 4 ሰዓት ጀምሮ የሚከናወን ይሆናል፡፡ https://t.me/ethionewesofficial