cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Maaddii Entertainment

Cuunfe kuusee si'iif laataa Irraa dhugde dheebu baata Maaddi haqaa gaafa qabdu.. Hiixatteetu waa hin dhabdu

Show more
The country is not specifiedJavanese1 137Music71 223
Advertising posts
211
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Barattoota Mana Barumsaa Sadarkaa lammaffaa Abbaa Joobir Guumaaf
Show all...
๐Ÿค 2
1.41 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Ani gara keen laaalaa, Ati kaan ilaaltaa Jaalala ko dhiifte, Kaniif of dhamaafta Anis abdii hin kutu Barbaacha kee hin dhiisu Atis beekte hin dhuftu Ana gammachiisuu Dhaba keef hiraareen Yaadan qalbii caba Ani bari ammallee Of keessan sii qaba Yoo dhufte naaf kottu Anaaf jiisii qalbii Yoo diddes ajjeesi Boollatti na darbii โœ๏ธ @Zayid_Aagaa
Show all...
Kan ittiin of dhaadu Hiree jabaa argadhe Sanyii keessan ta'ee Baguman dhaladhee Baayyee na boonsitan Hojjattaanii seenaa Boriif isinirraa Kana caalaa eegnaa Ijoollee Abbaa Joobir Sanyii warra mootii Bakka guddaa qabdu Keessaa onnee kooti Galma keessan geessa Eeyyeeni karaan koo Isiniin dagachuu Hin yaadu garaan koo Maqaa keessan waameen Isiniin dhaadadhaa Suuraa keesssan harraa Boriifan ol keewwadha! Hiriyoota koo fii Barsiisota koo! โœ๏ธ @Zayid_Aagaa
Show all...
โค 1๐Ÿ™ 1
Barattoota Mana Barumsaa Sadarkaa lammaffaa Abbaa Joobir Guumaa! Wayyoo bareedina isaanii................ Lafa irra ijjatan bareechani, Dhugummattu sanyii bilillee ta'u ragaa bahan!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
'Halkan guyyaa ijarraa nan badduu Ciisee ka'u waanuma kee yaadaa Hacee koo kan waliiin dabarsinee Seenaa kee yaadadheetan gaddaa' Haqni kee haqaaqamee Dhabne achii buutee Utuu siif gaddinuuu Waggaa afur guutee Jirraa maqaaf malee Nu dhugaan hin jirru Yoomu si yaadanna Sirra garaa hin hirru. ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜ฐ๐Ÿ˜ฐ๐Ÿ˜ฐ๐Ÿ˜ฐ๐Ÿ˜ฐ๐Ÿ˜ฅ Zayid Aagaa๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Show all...
Abichuu hojii keemo!? Yeroo bade jedhan kan durii caalte dhufta, Yeroo balleesse jedhan akka duraan argamee hin beeknetti bareechita. Ati nuuf guca keenya siin ifa agarra!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Hojii kee
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Kolfi kolfi naan jedhaa.. Akka waan ati fuutee Boo'i boo'iis naan jedhaa... Si dhabee achi buutee Kormee koo Qaxalee koo Dhukaatu akka qawwee Qajeelchituu karaa koo Sagalee kee sanan hawwee Oolee bulus sin yaadaa Sirra hin hirre garaa koo Ammayyu sin barbaada Eessaa jirta waadaa koo? Barreessan โœ๏ธ Zayid Aagaa Yaada yaadonnooo............. Sagalee Waadaa Getaachoof
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.