cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Tajir@tubeZiyd

لأ اله إلألله محمدرسولله

Show more
Finland3 664The language is not specifiedReligion & Spirituality136 568
Advertising posts
194
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

hordoftoota Amantaa Musliimaa Martuu Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan. Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina.
Show all...
Jecha Beektotaa ✔Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti,Hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti (Bilget) ✔Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa (Bilget) ✔Namoonni waan tokko hojjeechuuf yaalanii kufan,warra hoomaa utuu hin hojjetiin milkaa'an irra ni caalu (Looyid joonsi) ✔Muka ija qabutti dhagaan baay'ata (Shiikeeraa) ✔Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegaliin (Ingilizoota) ✔Nama hundumaaf gaarummaa yaadu, garuu hiriyyaa filaadhu (Giriikota) ✔Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuunsaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi (Araboota) ✔Beekumsi nyaata lubbuuti(Pilaatoo) ✔Amala nama tokko yoo baruu feete aangoo ykn taayitaa kenniif (Abrahaam liinkan) 👉Ijoolleen kessan gaafa guddatte akka dokteri fi sayintisti ta'an gorsu kessanin dura nama akka ta'an gorsaa.sababni isaas utuu nama in ta'in dokteri fi sayintistii warra ta'an baay'eetu jira waan ta'ef (Prof. Mihiretu Shaanqoo)
Show all...
"Waan agarre hunda hin dubbanuu." 🤔 jette Boolli Qayyaa Waan beekhanuu hunda hin dubbatan. Tan beekhan ta dubbatan sanuu bitaa mirga of laalanii dubbatan. “Erga dubbatanii itti yaaduurra osoo hin dubbatin dura itti yaaduutu feesisa.” Amma namni waan beekhu hunda dubbatee fixee tan hin beeyne yeroo itti dubbachaa jiru kheeysa jirra. "Hayyuun waan dubbatu beekha. Gowwaan waan beekhu dubbata." "Dubbachuun yoo Akka meetaa taate, callisuun Akka warqii Akka taate hin dagatin." “Awoo Ramadaanaa callisuun isinirratti haa jiraattu.” Abdurezaqtu barreesse
Show all...
Zeydii Ibnu Kahaxxaab ~~~~ Irra hedduun keenya Umar binu kahaxxaab qofa beeyna (rabbiin isaan lamaanuu irraa haa jaalatu)obboleessa umar binu kaxxaab zeydi ibnu kahaxxaab jedhama (RD)inni warra hijraa sahaboota wajji godaane irraahi Inni nama nabii rabbii saw wajji lola badrii lole irraahi gaafa lola uhuud obboleessi isaa sayyidinaa umar (RD)uffata sibiilaa isaaf kennuu kaanaan umariin akkana ja'een yaa umar aniis akkuma keetii bar shahiiduu numaan fedhaa ja'een Zeydi ibnu kahaxxaab (RD)warroottan goota ja'aman keessaa isa tokko ture Gaafa lola yamaamaa Alaabaa muhaajirtootaa qabatee gamaa gamanatti aduwwii rabbii ciraa oolee amiira(hooggantoota)waraana museeylamaa tul Al_kazzaab irraa nama hedduu murma isaanii irraa cire Sababaa inni alaabaa qabee juruuf aduwwiin itti heddummaattee rukutte hanga inni shahiidee waan barbaaduun wal ga'utti rabbiin jannataan isa haa qananiisu Akka zeydi shahiide oduun gara obboleessa isaa umar binu kaxxaab (RD) bira ga'e Umar akkana ja'e rabbiin rahamata isaaf haa godhu obboleessa kiyyaaf innii na'injifate dorgommii nadura inni nadura islaamawee nadura shahiide Umar akkaan jabeessee isa jaalata ture yeroo zeeydiin du'een booda umar akkana jedhe Naaf hin dhiifne mucaa dhiiraa kaniin irraa fuunfadhu afuura zeydii yoo dubiiftee fiixee salwataa busii Raasuula Irati 🌺!صلی اللہ علیہ وسلم 💙 Seenaa sahabotaa yoo jaalatte SHARE godhii Page like follow godhuu hin dagatin
Show all...
Maqaalee Sahaabotaa 313 kanneen lola Badrii irratti hirmaatan Baatii Ramadanaa keessaa guyyaa 17ffaa 1. Nabi Muhammad (S.A.W) 2. Abu Bakar as-Siddiq 3. Umar binu Khaxxaab 4. Usmaan binu Affaan 5. Aliyyi binu Abii xaalib 6. Xalhaa binu ‘Ubeydallah 7. Bilal binu Rabaah 8. Hamzaa binu Abdul Muxxalib 9. Abdullah binu Jahshii 10. Zubeyri binu Awwam 11. Mus’ab binu Umeyr binu Hashim 12. Abdurrahman binu ‘owfi 13. Abdullah binu Mas’ud 14. Sa’ad binu Abii Waqqaas 15. Abu Kabshaa al-Faarisii 16. Anasah al-Habashii 17. Zeydi binu Harisaa al-Kalbii 18. Marsad binu Abi Marsad al-Ghanawii 19. Abu Marsad al-Ghanawii 20. Al-Huseen binu al-Haris binu Abdul Muxxalib 21. ‘Ubeydaa binu al-Haaris binu Abdul Muxxalib 22. Xufeyli binu al-Haris binu Abdul Muxxalib 23. Misxaa binu Usasaa binu ‘Ubaad binu Abdul Muxxalib 24. Abu Huzeyfaa binu ‘Utbaa binu Rabi’aa 25. Subaih (kaadima Abii ‘Aasi binu Umayyaa) 26. Saalim (kaadima Abu Huzeyfaa) 27. Sinan binu Muhsin 28. ‘Ukaashaa binu Muhsin 29. Sinaan binu Abi Sinan 30. Abu Sinaan binu Muhsin 31. Shuja’ binu Wahab 32. ‘Utbaa binu Wahab 33. Yaziid binu Ruqeysi 34. Muhriz binu Nadhlaa 35. Rabii’aa binu Aksam 36. Thaqfu binu Aamir 37. Maalik binu Aamir 38. Mudlij binu Amir 39. Abu Makhshiyi Suweydi binu Makhshii al-xaa’iyyi 40. ‘Utbaa binu Ghazwaan 41. Kabbaab (kaadima ‘Utbaa binu Ghazwan) 42. Hasib binu Abi Balxa’aa al-Lakhmi 43. Sa’ad al-Kalbi (kaadima Hasib) 44. Suweybit binu Sa’ad binu Harmalah 45. Umeyri binu Abi Waqqas 46. Al-Miqdad bin ‘Amri 47. Mas’ud binu Rabi’aa 48. Zus Shimaleyni Amri binu Amri 49. Khabbab binu al-Arat al-Tamimii 50. Aamir bin Fuheyrah 51. Suheybi binu Sinan 52. Abu Salamah binu Abdul Asad 53. Syammas binu Usman 54. Al-Arqam binu Abi al-Arqam 55. Ammar bin Yaasir 56. Mu’attib binu ‘owfi al-Khuzaa’ii 57. Zeydi binu al-Khaxxaab 58. Amri binu Suraqah 59. Abdullah binu Suraqah 60. Sa’id binu Zeydi binu Amri 61. Mihja binu Akk (kaadima Umar binu Khaxxab) 62. Waqiid binu Abdulla
Show all...
👍 1
Biqiltuu xiqqoo tokkotu, muka guddaa tokko of cinatti argite. Argitee hin dhiifnee dafee dheeradhee muka guddaa kanaan qixxaachuun qaba jettee xiiqeffatte.Akkuma xiiqeffattes gootee daftee guddattee muka guddaa kanaan qixxaatte. Sana booda yaa muka nanaa ati guddatte ammana gahuuf yeroo agamii sitti fudhate jettee gaafatte.Achumaan waggaa 20 (digdama) deebii muka isa guddaati.Qisqisqisqis.... Jettee itti kofalteetu mukti xiqqoon ani siin qixxaachuuf torban digdama qofa natti fudhate jetteen. Mukni guddaan cal jedheetuma callisuun dhaabbate.Gidduma kanaan qilleensi ulfaataan tokko dhufee qilleensahuu jalqaba.Jalqabees hin dhiifne mukkeen waliin dhahee kaan buqqisee kaan kukuffisee huursuu itti fufe. Maarree mukti xiqqoon carraa kufuutu ishee ga'e waan ta'eef lafa ciifte. Yeroo qilleensi hamaan suni darbu muka guddaan muka xiqqoo lafa ciiftu lafatti ilaalaa qilleensa hamaa kana damdamatte yeroo ammamiif dhaabbatte jedheen.Daqiiqaa lama deebii  muka xiqqooti.Laal ani waggaa digdama balaa gara garaa damdamachaa qilleensaaf bubbee hamaan dhaanamaati kan guddadhe.Kanaaf iddi kiyya gad fagoodha kanaaf kufuu dhiifne jedheen. Namni beekumsa xiqqoo qabu amma raacha boolla bishaan xiqqoo qabu keessa jiraattuuti. Jireenyi nama qaroo hin qabnee amma uleen isaa dheeratuun daanga'a. Kanaaf namakoo haa bilchaannu.Sirriitti haa bilchaannu oduuf mee hin ariifatiinaa, hubannaa hubannaa, hubannaa, hubannaa. 👉Dubbisaa dubbisuun hanga du'aatti.
Show all...
👍 2
□□□ተውሂድ□□□ ተውሂድ ማለት አሏህን በብቸኝነት ማምለክና አምልኮን ለአሏህ ብቻ ማድረግ ነው፡፡ ተውሂድ የተፈጠርንለት አላማ ነው፡፡ “ጋኒኖችን እና የሰው ልጆችን እኔን ሊገዙኝ እንጅ አልፈጠርኳቸውም”  ይላል ሃያሉ ጌታችን፡፡ ተውሂድ በየስራችን መቆሚያ መሰረት ነው፡፡ ዛፍ ያለ ስር አይቆምም፡፡ ስራም (አምልኮ) ያለተውሂድ ቦታ የለውም፡፡ ለዚያ ነው አሏህ() ብታጋራ ስራህ ይታበስ ነበር  ማለቱ:: ዉድ ወንድሜ ሆይ እስቲዓናንም ኢስቲጋሳንም ከአላህ በመፈለግ፣ እርዱንም ስለቱንም ለአሏህ ብቻ በማድረግ፣ ሶላት በመስገድ እና ሶደቃ በመስጠት ረመዷንን ልናሳልፍ ይገባናል፡፡ ከምንም በላይ ተውሂዳችንን በመጠበቅ፣ አቂዳችንን በመንከባከብ ልንጠብቅ ይገባናል፡፡ አቂዳህ የእድለኝነትህ ወይም የእድለቢስነትህ መሰረት ነው፡፡ ንጹህ ውሃን ለማግኘት ወደ ምንጭ እንደምትሄደው ሁሉ አቂዳህንም ከንጹሁ ምንጭ(ቁርአንና ሃድስ) ቅዳ፡፡ እንዴት መቅዳት እንዳለብህ ደግሞ ከሰለፎችህ ተማር፡፡ እነሱ በተረዱት መልኩ ተረዳ፡፡ እነሱ በቆሙበት ላይ ቁም፡፡ እነሱ ባላስተማሩህ ነገር አትማር፡፡ ድንህን ከማን መማር እንዳለብህ እወቅ! “ድንህ ስጋህም ደምህም ነው”፡፡ እብኑ ኡመር ረዲየሏሁ አንሁ
Show all...
🌴 kana beektuu laata??!! 👌Qur'aanni jecha rabbii olAanaati karaa jibriilin ergamaa keenyaarratti buufame . 👉waggaa 23 keessatti buufamee dhumee 🌹waggaa 13 makkatti buufame 👉waggaa 10 madiinattii buufame 👉suuraan dura buufame"iqra'adha 👉Juuza 30 qaba 👉suuraa114 qaba 👉suuraa 86 makkatti yoo ta'u 28 immoo madiinatti 👉jechoota 77,439qaba 👉Aayata 6236 qaba 👉Harfii 321250 qaba hiriyoottan keetiif share gootu male akka bira hin dabarre  jzk kayiran
Show all...
👍 1
Hayyuun Islaamaa Ibn Alqayyim akkana jedhan: Jechoota sadii  beektoleen Islaamaa durii barreessanii waliif erganii wal yaadachiisu turan. Osoo namni hunduu qalbii isaa irratti barreeffatee hanga qilleensa fudhatuun isii qara'ee gaariidha. 1. Nama keessa isaa tolfate Rabbiin gubbaa isaa ni tolcha. ❶ من أصلح سريرته أصلح الله علانيته. 2. Nama waan jidduu isaatiifi jidduu Rabbii tolche Rabbiin waan jidduu isaatiifi namootaa jiru ni tolcha. ❷ ومن أصلح ما بينه وبين الله أصلح الله مابينه وبين الناس. 3. Nama aakhiraa isaatiif hojjate Rabbiin cinqaa addunyaa isaaf deedisa. ❸ ومن عمل لأخرته كفاه الله مؤونة دنياه. 📚#المصدر: الرسالـة التبوكيـة (ص٩٢).
Show all...
👍 1