cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oro Sky Blues ™

@OroSkymoon Channel kanaa irratti Waa'ee Odeeffannoo Maanchestar Siitii fi Seenaa Maanchestar Siitii ammaas Gaafiifii deebiiwwan seenaa fi Waa'ee Maanchestar Siitii wal qabatan irratti bartuu💙 Nu qunnamuuf @erli999 Guruuppii keenyaaf:

Show more
Finland1 583The language is not specifiedSports12 841
Advertising posts
3 369
Subscribers
+624 hours
+2557 days
+87530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🅿️ep Gaardiyoolaa 🗣️: “Deeggartoonni Maanchistar Siitii... Waadaa isiniif seena waancaa Piriimiyerliigii injifachuuf waan danda’amu hunda akka goonu.” 🏆 @oroskymoon @oroskymoon
Show all...
👏 2
Erling haalaand waa'ee isaa dhiheenyaa dubbachuun haalaand kan qeeqee Roy Keen jechaa isaa sanaaf gaazixeessaan haalaand gaafatee? Erling "Ani jechootaa namaaf iddoo hin qabu jechuun deebisee"
Show all...
🎙️ Erling Haaland: "Bara dorgommii keenyaaf tapha xumuraa afur nu hafeera, kanaafis ni deemna, akkasumas akka hin yaadne yaalna, Fuulhaam irrattis xiyyeeffanna..."
Show all...
🇸🇯😇 Erlig haaland maanchistar siitiidhaaf hatrikiiwwan 9 hojjateera siitiidhaaf __Taphataan seenaa kilaabicha keessatti hatrikiiwwan hedduu hojjate goota sergio kun Aguero hatrikiiwwan 16 hojjateera siitiidhaaf Amma haaland lakkoofsa san walakkaa caaleera
Show all...
#Rodri Roodrii taphoota 71 walitti aansuun dorgommii hunda irratti osoo hin mo'amin itti fuufera Roodriiiii @oroskymoon @oroskymoon
Show all...
👍 2
📊 |  Erling Haaland bara kana: 👕 Taphoota 41 ⚽️ Goolii 35 galcheera 🎯 6 mijeessee kenneera OUR REBOT @oroskymoon @oroskymoon
Show all...
1
Maan Siitiin bara 2016 Peep Gaardiyoolaan erga leenjisaa tahee booda taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 50+ goolii 4 ol galchuun injifateera.🤯🔥 Magician coach @oroskymoon @oroskymoon
Show all...
Maan Siitiin bara 2016 Peep Gaardiyoolaan erga leenjisaa tahee booda taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 50+ goolii 4 ol galchuun injifateera.🤯🔥 Magician coach @oroskymoon @oroskymoon
Show all...
📊-Maanchester Siitiin taphoota 43f istaadiyeemii Itihaaditti osoo hin mo'amin itti fufee jira. @oroakymoon @oroaskymoon
Show all...
👍 1
✅Tapha Piriimeer Liigii Inglaand torbee 36ffaa ⏱90' +4 Maan Siitii 5-1 Wolviis ⚽️Haaland 12'P ⚽️Haaland 35' ⚽️Haaland 44' ⚽️Haaland 54'                 ⚽Alvaarez 85' @oro sky blues
Show all...