cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Nagoo Official

🎯 Ergaa Macaafa Qulqulluu 🎯 Ergaa Ganamaa 🎯 Guddina hafuuraa Join godha 👉https://t.me/+uM4hFVdkI5A4MDI0

Show more
Advertising posts
1 721
Subscribers
-324 hours
-137 days
+8130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

“"Guyyaa lama booddee ayyaanni Faasiikaa akka dhufu isin in beektu, ilmi namaa immoo fannifamuudhaaf dabarfamee kennamuuf jira" jedhe.” — Mat. 26:2 “Ayyaanni Faasiikaa warra Yihudootaa dhi'aannaan, biyya keessaa namoonni baay'een, ayyaanichi utuu hin ga'in of qulleessuudhaaf, Yerusaalemitti ol ba'an.” — Yoh. 11:55 @Nagoo_Official @Nagoo_Official
Show all...
Show all...
Yoom

Maammilaa Abdi invites you to join this group on Telegram.

ABDII QABDA! ─ Moo'ichi nama jijjiiramaaf wal'aansoo qabu bira jira. ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➲ Har'a hiyyeessa yoo taate bor ni sooromta! ➲ Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo ta'e bor irraa hafaa qabaatta! ➲ Har'a miilla qullaa deemta yoo ta'e bor kophee jijjiirtee keewwattaam. ➲ Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta! ➲ Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta! ➲ Har'a nama si jaallatu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta! ➲ Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta! ➲ Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata. Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira. Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama. Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti. ABDII HIN KUTATIN! @Nagoo_Official
Show all...
❀ 3
Repost from Hirkoo Dirama
HIR KOO KUTAA 43 FFAA https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial ✹ Gadhiifamera ✹ 📲sМαяє📲ѕМαяє📲 sМαяє        👇👇👇👇 👇 👇👇👇👇 ▷ @hirkoodirama ◁ ▷ @hirkoodirama◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 📞 Yadaaf 👉 @tameofficial_bot
Show all...
Repost from Hirkoo Dirama
HIR KOO KUTAA 42 FFAA https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial ✹ Gadhiifamera ✹ 📲sМαяє📲ѕМαяє📲 sМαяє        👇👇👇👇 👇 👇👇👇👇 ▷ @hirkoodirama ◁ ▷ @hirkoodirama◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 📞 Yadaaf 👉 @tameofficial_bot
Show all...
👍 1
“Waan nu irra ga'e hundumaatti garuu, karaa isa nu jaallatee mo'icha guddaa arganna.” — Rom. 8:37 “Waaqayyo isa karaa gooftaa keenya Yesus Kristos mo'icha nuuf kennuuf immoo galanni haa ta'u .” — 1Qor. 15:57 “Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa.” — Rom. 5:8 “Egaa si'achi Kristos isa ana keessaatu jiraata malee, anatu jiraata miti; jireenya ani amma fooniin jiraadhu immoo, ilma Waaqayyoo isa na jaallate, ofii isaas dabarsee isa anaaf kennetti amanuudhaan nan jiraadha.” — Gal. 2:20 “Kristos akkuma nu jaallate, isinis immoo jaalalatti jiraadhaa! Inni aarsaa fooliin isaa tolu, qalma Waaqayyoof dhi'aatus godhee nuuf jedhee of kenneera.” — Efe. 5:2 “Yesus Kristos biraas isiniif haa ta'u!" jedhee nagaa koo isiniif nan dhi'eessa. Yesus Kristos dhuga-baatuu amanamaa dha, inni warra du'an keessaa angafa ta'ee kaafame, mootota lafa kanaas in abbooma. Inni nu jaallatee, dhiiga isaa isa nuuf dhangala'een cubbuu keenya irraa nu fure.” — Mul. 1:5 “Kunoo, warra walga'ii Seexanaa keessaa Yihudoota utuu hin ta'in sobanii Yihudoota ofiin jedhan sitti nan kenna. Kunoo, isaan kun dhufanii miilla keetti akka kufan, si jaallachuu koos akka beekan nan godha.” — Mul. 3:9 @Nagoo_Official @Nagoo_Official
Show all...
❀ 1

Repost from Oromia Bank
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 4ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa marsaa 4ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ‎ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 4ኛው ዹ1000.00 ሜልማት ኚኊሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ ዹ4ኛ ዙር ተሾላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2 - በመቀጠል Start ዹሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel ዹሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቊቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው ዚመጋበዣ ዚሌር ምልክት‎ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ኚዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሌር በማድሚግ ዹ1000.00 ብር ተሾላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሌር ማድሚግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሞንፉ!
Show all...
👍 2