en
Feedback
Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa

Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa

Open in Telegram

WEBSITE:HTTPS://OAG.ET

Show more
6 477
Subscribers
+724 hours
+477 days
+14230 days
Posts Archive
Labsii tajaajila seeraa

Labsii Ejensii Nageenya Neetworkii Odeeffannoo irra deebiin hundeessuuf bahe raawwchiisuuf dambii bahe lakk.580/2018

Labsii Taaksii Fooyya'e lakk.1434/2018

Labsii Nageenya Saayiberaa Bu'uuraalee Misoomaa Ijoo lakk.1426/2018

Labsii Gumurukaa(kan fooyya'e) irra deebiin fooyyesuuf bahe lakk.1425/2018

Qajeelfama Hayyama Albuuda Ijaarsaa Bu/Magaalaa Finfinnee lakk.191/2018

Labsii Seera Deemsa Falmii Yakkaa fi Seera Ragaa lakk.1410/2018

Labsii Eegumsaa fi Kuwaaraantaayinii Biqilootaa lakk.1400/2018

Qorannoo ILQSO bara 2018

Dambii Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.261/2018

moodela dambii mana qopheessaa 2018 Magaaloota pdf.pdf13.51 MB

Qophii Dhaddachaa HA 10 10 2018 .mp315.36 MB

4_5915488156479659257.mp315.36 MB

Hubachiisa Beeksisa gaafa 18/10/2018 maxxansine irratti bakki qormaataa Yuuniversiitii Teekinooloojii Adaamaa ta'uu fi guyyaan qormaataa gaafa 23/10/2018 ta'uu kan ibsame jijjiiramuun bakki qormaataa Magaaluma Adaamaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyyaa(ILQSO)tti guyyaan qormaataa gaafa 25/10/2018 ganama sa'aatii 3:00 irratti ta'uu isin hubachiifna.

Nu Qunnamaa Hoggantoota Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Haqaa Haqaaf Hojjenna! - Hogganaa Biiroo - Damee Yakkoota Malaammaltummaa fi Dinagdee - Damee Yakkoota adda addaa - Damee Tajaajila Seeraa - Damee Wixinee Seeraa fi Hariiroo Hawaasaa - Gorsaa Hogganaa Biiroo Ergaa Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa hojiilee gurguddoo labsiidhaan kennamaniif afur galmaan gahuuf… https://oag.et/nu-qunnamaa/