en
Feedback
Sami PL

Sami PL

Open in Telegram

💥Our origin is the Encouragement of our children's students💥 👉 Work sheet grade 9-12 💥 👉 Text books and teacher guide from grade 9-12 👉 Models and previous entrance exam 👉 To share your thoughts with us through @SamuelDerejeW

Show more
5 949
Subscribers
No data24 hours
+87 days
+230 days
Posts Archive
Sami PL
5 949
Waa'ee ASTU bor galgalaa I hope Sa'atii xumuretti nuu eegaa Info Garridha bartaa experience qabudha Reaction mee

Sami PL
5 949
Voice message00:16

Sami PL
5 949
Voice message00:54

Sami PL
5 949
Tole Warra barbadan private channel keessa galchen jira Warri hafan Inbox na godha

Sami PL
5 949
Listen 👂

Sami PL
5 949
Voice message00:49

Sami PL
5 949
Voice message01:57

Sami PL
5 949
Guys , #English subject irratti Jedhuudha Vocabulary Kutaa 9 kasee hanga kutaa 12 jiru sin qopheessa Deemuu akmi . Wanti kun hunda Fayyadaa warri kutaa 9 , test , mind and final examfi like grade 10 fi 11 akkasummaa Warri 12immo national exam fi akkasumma exam duraa keessan jiru hundaf Garuu maal wayyaa like , Comment hin jiru namni tola waan jibbe fakkata qarshii malee Hundafuu please like, share godha youtobe Afaan Oromo qabu karaa Education SamiPL tokko tahun isaa karaa keessani anis amma danda'u nan hojjedhaa Grade 11 kan ani duraa fayyadamaa turee adjust gochaan jira Grade 9 unit done , soon by Video and pdf #Galatomaa

Sami PL
5 949
What a kind of info❤️

Sami PL
5 949
Qaammeen'n 5
Qaammeen'n 5

Sami PL
5 949
Guys Jirtu?

Sami PL
5 949
Repost from Beki Bekam Academy
Barattoonni sit apply gochaa jirtan, university finfinnee ykn AASTU fi ASTU keessaa kan fedha keessanii dorgomuu hin dagatiinaa, sit irratti of hin gatiinaa. jechuun waanti qabatamaan hamma hin jirretti carraa keessan biraamoo akka of jala hin dabarsine jechuudha, yaada positive dhumaan jechuudha. https://t.me/BekiBekam_academy

Sami PL
5 949
Ijaa gaf tokkof ilalaa mee isaan yeroo hundaa iyyuu kun maths isaa combined link hojjedhedha nama subscribe hin godhin ilaluu
Ijaa gaf tokkof ilalaa mee isaan yeroo hundaa iyyuu kun maths isaa combined link hojjedhedha nama subscribe hin godhin ilaluu ilalaa mee please irra fayyadamaa subscribe gochuu dhisun gaarii miti

Sami PL
5 949
Reaction as jiru Youtobe , irraa hin jiru bq fayyadami Dhisuumaa please go and like it to push algorism not other things
Reaction as jiru Youtobe , irraa hin jiru bq fayyadami Dhisuumaa please go and like it to push algorism not other things

Sami PL
5 949
Bor Guyyaa 8tti

Sami PL
5 949
Bor guyyaa sa'atii 8tti

Sami PL
5 949
Message For all SamiPL Channel just channel akkumma kanan hunde miti Kayyoo , mula'ataa fi Ergamaa mataa isaa qaba. Kutaa 10 Jalqabee karaa Telegram sin tajajilaa turuun keenyaa nii beekamaa dhuga DHA. Yeroo dhi'o as Ergamaa isaa galmaan gahuf karaa #YouTube fi TikTok deemsa itti fufee jira. Channel xiqqaa namatti fakkachuu danda'a subscribers fi followers irratti hunda'u garuu Ergamaa duubaa jira , Bayyee warri naa walin turtan , hirriyyoonni koo waa'ee channel kan beektuu, Oromo Media Kam qaba kan dhalonni irra baruu, YouTube afaan keenyaa translate gochaa jira gara fuula duratti maal fakkata maybe ati hara'a ilalatee darbuu dandessa garuu warri sii booda hoo , mee bor nama gudda tokko tahi eenyuuf experience share goota Media isaa Kam irratti dhalonni essaa jira yeroo San so, channel Kun yoo dhugumaa bakka gudda gaha jette yaade Amma share godhi , namatti himi YouTube subscribe haa godhan bor kan Kee taha Kan irratti dubbattu , Galatomaa, Owner Samuel Dereje

Sami PL
5 949
Warri Waa'ee #Jimma University Info barbadan reaction godha Video aja'iba 50min , Info guutuu jechuu dandessu 💪❤️
Warri Waa'ee #Jimma University Info barbadan reaction godha Video aja'iba 50min , Info guutuu jechuu dandessu 💪❤️

Sami PL
5 949
Beektuu Like , share and comment gochuu akka hin dagannee #please hundi keessan , yoo sin fayyaduu tahe iyyuu nama bira nii fayyada