Sami PL
Open in Telegram
💥Our origin is the Encouragement of our children's students💥 👉 Work sheet grade 9-12 💥 👉 Text books and teacher guide from grade 9-12 👉 Models and previous entrance exam 👉 To share your thoughts with us through @SamuelDerejeW
Show more5 949
Subscribers
No data24 hours
+87 days
+230 days
Posts Archive
5 948
✅AASTU
✅JIMMA
✅ASTU DONE , but there is no much
reaction as i expect on youtobe so like and share as much as possible
5 948
Repost from Beki Bekam Academy | University
https://youtu.be/IcrujWu1Syg
kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee
5 948
https://www.tiktok.com/@sami_pl3/video/7682103951205993748?is_from_webapp=1&sender_device=pc&web_id=7676474158599144981
Hamman youtobe irratti upload tahe dhumutti tiktok irra
Intro isaa ilalaa
5 948
Repost from Beki Bekam Academy
Dhiifama barattoonni bara kana entrance fudhataniifii 9-12 taatan wal hin barre natti fakkaata, Maqaan koo Barnaaf Taarikuun jedhama barataa SIT(shaggar institute of technology) ti dha. Kaayyoon akkadamii kana waantota inni irratti hundaa'uu inni jalqabaa waamamni maqaa beki bekam jedhu maqaa obboleessa kootii yoo ta'uu channalii kanas gaafan isaan moggaasuu yaadannoo saatiif jedheenidha, inni kan biraan immoo akkuma beektan biyya keenya keessatti system barnootaa jiru baay'ee kan nama ijaaruu osoo hin taane kan abdii nama kutachiisudha animmoo ofii kootii waantotan keessa darbe garuu sin obboloonni koo na booda jirtan immoo akka itti miidhamtan waanan hin barbaanneef chaannalii kana Afaan oromoo dhaan hojjechuu murteesse, sababni isaas midiyaan afaan oromoon guidance kennu argachuu waanan hin dandeenyeef yoon osoon lubbuun jiruu waan tokko impact godhee system barnoota barattoonni ittiin karaa ittiin yaadaniin milkaa'aan ijaaruuf murteesseen ammarratti hojjechaa jira, akkuma beekamu kaa fedha qofaa osoo hin taane waantonni barbaachisan hedduun jiru Sanaafis immoo galgalaaf ganama hojiirran jira.
Dhugaan tokko sinitti himuu barbaadu barattoonni bara kana waliin turre sinitti himuu danda'u akkaataa jalqabbii keenyaa fi nuffii tokko malee akka tajaajilaa turre, ammas kanuma caalaatti itti fufna.
Adaraa tokko sinitti kennuu barbaadu garuu hundumti keessan obboloota siin booda jiraniif akka obboleessatti taatanii guide akka gootanin dhaamsa siniif dhaamuu barbaada, yeroo sana kaayyoo ani qabadhee ka'es galma ga'ee akka biyyaatti jijjiirama fiduu dandeenya malee ani qofaa koo waanin dhamahuuf qofaa miti kana waadaa galuu keessaniifi iddoo jirtan kamitti kana fudhatanii akka apply gootan immoo comment irratti arguun barbaada.
Ani fi sin waliin taanee haala barnootaa fi barataan itti dabarsu sirreessuu hin dandeenye taanaan dhaloota dhufaa jiruufis gufuu guddaa osoo arginuu bira darbuudha, kanaaf dhaamsa koo ani siniif qabu koottaa waliin system barnoota biyya keenyaa jijjiiree waliin guddanne, wal guddisna jechuun barbaada.
waantota garaagaraa moo siniif qabadheen dhufa jira channalii akkasumas immoo page keenya follow godhaa. asiin gaditti argattu:
Academy telegram: https://t.me/BekiBekam_academy
Academy university content: https://t.me/BekiBekamUniversity
Youtube channel: https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9
facebook page: https://web.facebook.com/BekiBekamAcademy
TikTok account: https://www.tiktok.com/@bekibekam_academy?_r=1&_t=ZP-99TzZxCDYp5
5 948
Yeroo akka fudhatee beekaa naa eegaa hara'a galagalaa kan
Please yeroo gadii dhisu reaction godha
5 948
Text book barataa kun recommend sin godhe
Ergaa video ilalatani booda fayyadamaa
I hope , its helpfully
5 948
Waa'ee ASTU bor galgalaa I hope
Sa'atii xumuretti nuu eegaa Info Garridha bartaa experience qabudha
Reaction mee
