Sami PL
Open in Telegram
💥Our origin is the Encouragement of our children's students💥 👉 Work sheet grade 9-12 💥 👉 Text books and teacher guide from grade 9-12 👉 Models and previous entrance exam 👉 To share your thoughts with us through @SamuelDerejeW
Show more5 949
Subscribers
No data24 hours
+87 days
+230 days
Posts Archive
5 949
Sorry , I was expect 30 more than reaction but i got near so so its good to change the topics or ideas or what
do u think
5 949
Repost from Beki Bekam Academy | University
https://www.tiktok.com/t/ZP8cKh3gw/
Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa
5 949
Repost from Beki Bekam Academy | University
https://www.tiktok.com/t/ZP8cKdQ1N/
Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa
5 949
waan sii rakkisaa jiru barreessi solve amma goona yeroo booda
hin jiru , ERgaa warabessi darbee sareen dutti isaa jedheni akka hin
taane , please warri kutaa 9 hanga 12 tti jirtan addatti grade 12
5 949
🎉 GALATOOMAA 1,000! ❤️
Har’a SamiPL YouTube 1,000 subscribers gaheera! 🙏❤️
Hundi kun Waaqayyo malee hin danda’amu. Galanni hundi Isaaf haa ta’u. 🙏
Ani March 31, 2026 irraa eegalee barnoota Afaan Oromootiin qoodaa ture. Har’a immoo isin waliin 1,000 geenyeera. 🥹❤️
Namni video koo ilaale, like godhe, share godhe, comment godhe, subscribe godhe, na jajjabeesse — ISIN HUNDAAAN GALATOOMAA! 🙏❤️
Kun xumura miti… Jalqaba qofa! 🚀
🎓 SamiPL — Barnoota | Hubannoo | Milkaa’ina
Waaqayyo hojii keenya haa eebbisu. ❤️🙏
