TV Sagalee Dhugaa
362
Subscribers
No data24 hours
+77 days
+5530 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Suuqiin Waldaa Duuka Bu'ootaa biifa haaraan tajaajila kennu itti fufeera. Biyya keessa alaas meeshaa qulqullaa'oo fi Kitaabota barbaaddan ajajachuu dandeeasu.
1.Telegram: https://t.me/+EtXgkvcPLCNiN2Jk
2. youtube: https://www.youtube.com/@WaldaaDuukaBuutotaa
3. Tiktok: https://www.tiktok.com/@tvsagaleedhugaa
Odeeffannoo dabalataaf
Bilbila: +251 9 77 77 1155
β€ 8π 2
Miseensonni Koree WDB Damee Lumee Hiikananiiru.
(Ebla 15, 2016 BA, TV Sagalee Dhugaa, Finfinnee)
Marii Paanaalii Mojotti WDB Damee Lumeetiin guyyaa Dilbataa gaggeeffameen wal qabatee koreewwan WDB hidhamanii turan mana hidhaatii hiikamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa Waldaa Duuka Bu'ootaa dabalataa argachuuf midiyalee armaan gadii hordofa .
1. Telegram: https://t.me/+EtXgkvcPLCNiN2Jk
2. You tube : https://www.youtube.com/@WaldaaDuukaBuutotaa
3. Tiktok: https://www.tiktok.com/@tvsagaleedhugaa
4. Bilbila: +251 9 77 77 1155
β€ 6π 2
Nagaan hunda keessaniif haa ta'u obbolootni hunduu namoota beektan gara garee kanaatti nuf dabala. Ergas bifa salphaa ta'een dabarsuuf tola.
β€ 3π 1
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.