cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Oromo Is First

Join us as we delve into the rich history, vibrant culture, and pressing political issues of the Oromo people. Our goal is to provide a platform for open discussions, insightful analysis, and thought-provoking content that sheds light on the struggles

Show more
Finland738The language is not specifiedPolitics6 012
Advertising posts
7 828
Subscribers
+424 hours
+537 days
+6530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa kaadhimaamtoota haaraa eebbisuun Dirqama itti aanuuf bobbaase. Jaarmiyaa ABO-WBO kaadhimaamtoota leenjii Siyaasaafi Loltummaa Leenjisuun bobbaasa turun beekamaadha. Jaarmiyichi Diinaa Qabsoo Oromoof yaada ta'uun Fira qabsootti abdii hora jira. Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Gidduu Galeessaa Birgeedii Aduu saafaa Kaadhimaamtoota Haaraa Eebbisuun dirqama itti aanuuf bobbaseera. Eebba Kaadhimaamtoota kana irraatti Itti Aanaan Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa Jaal Jireenyaa Rabbumaa argamuuniru.
Show all...
โค 14๐Ÿ‘ 3
Konyaa Boorana Dirree, Aanaa Dilloo ganda Hoboqi bakka haroo dhanquu jedhamutti #Cibraan_Jaarsoo_waadaa waraana diinaa konkolaataa guutuu barbadeessuu ajajaan cibraa beeksise.Meeshaan galii qabsooti. Jennee hin hanqanne.gumaan gootaa hin bulle, hin turre. #แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹›แˆฌ แŒ€แŒแŠ“แ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆ แˆซแ‹Šแ‰ต แ‰ แ‹ฐแ‰กแ‰ฅ แ‹•แ‹ แˆฅแˆญ แ‹จแŒƒแˆญแˆถ แ‹‹แ‹ณ แ‰ฅแˆญแŒŒแ‹ต แ‰ แ‰ฅแˆจแŠ“ แ‹žแŠ• แ‹ฒแˆŽ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ€แ‰ฆแ‰‚ แ‰€แ‰ แˆŒ แˆ‹แ‹ญ แŠ แŠ•แ‹ต แˆ˜แŠชแŠ“ แˆ™แˆ‰ แ‹จแ‹แˆฝแˆตแ‰ตแŠ• แŠƒแ‹ญแˆ แŠจแŠแŒˆแ‰ฃแ‹ แ‰ แˆ›แŒ‹แ‹จแ‰ต แˆˆแ‹ˆแˆฌ แŠแŒ‹แˆช แˆณแ‹ญแ‰ฐแˆญแ แˆแˆ‰แˆ แŠ แˆนแ‰… แˆฒแˆ…แŠ‘ แˆ™แˆ‰ แ‰ตแŒฅแ‰ƒแ‰ธแ‹แŠ• แˆˆแ‰ตแŒแˆ‰ แŒˆแ‰ข แˆ†แŠ—แˆ....แˆˆแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แ‰ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แˆแ‹ตแˆญ แˆˆแˆแ‰ณแˆแˆฑแ‰ต แ‹ฐแˆ แ‰ แ‹•แŒฅแ แ‰ แ‹ฐแˆ แ‰ตแŠจแแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆ!
Show all...
๐Ÿ‘ 12โค 12๐Ÿ™ 1
https://t.me/fanzeebattlesbot?start=referral_7FB0BA309D6E4E77-battles_104083 ๐ŸŒ€ Letโ€™s battle in Telegram Battles ๐Ÿ”ฅ The battle ยซLiverpool vs Tottenhamยป seems to have been created special for you
Show all...
Battles

Epic Battles on your favourite topics inside Telegram. Support: @fanzeefriend

๐Ÿ‘ 2
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraaf ๐ŸŽ‰ Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu โœ๏ธ Iyyasuus Kiristoosiin isin ga'e! Ayyaanni kan Nagaa, Jaalalaa fi Gammachuu akka isiniif taโ€™u hawwaa ๐Ÿ›
Show all...
โค 33๐Ÿ‘ 7
WBOn ganamaan Qellem Wallaggaaย ย  Garjeedatti Waraana biltsiginnaa heduu du'aa fi madoon adabeera #แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹›แˆฌ แ‰ แŒงแ‰ต แŒ€แŒแŠ“แ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆ แˆซแ‹Šแ‰ต แˆแ‹•แˆซแ‰ฅ แ‹•แ‹ แ‰ แ‰„แˆŒแˆ แ‹ˆแˆˆแŒ‹ แ‹žแŠ• แŒ‹แˆญแŒ„แ‹ด แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แŠจแŠซ แŠ แ‹แˆญแ‹ถ แ‹แˆฝแˆตแ‰ฑแŠ• แ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ‰€แˆจแŒฃแŒฅแแˆ....
Show all...
๐Ÿ‘ 11โค 4
Mooraa diinaa diguun akkumma itti fufeeti jira. Baga Nagaan dhuftaan kan haftanis kootta แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆ…แŠ“ แˆ˜แŒฃแ‰ฝแˆ....แˆŒแˆŽแ‰ปแ‰ฝแˆแˆ แŠจแ‹šแˆ… แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹แˆฐแ‹ฑ แˆแˆ‰แˆ แˆณแ‹ญแˆ˜แˆฝ!
Show all...
โค 11๐Ÿ‘ 2
Oromoon Harargee beela'aa osoo Jiranii Mootummaan kijibduun tuni Ijoollee habashaa guurtee nyaata affeertii sana qofa miti maqaa magaalaa qulleessiinaatiin qarshii diroonii ittiin bittu funaantii ummata irraa. Oromoon kaan dhukkuba nam tolcheen, kaan beela nam tolcheen kaan waraanan ajjeefamaa, beela'aa fi buqqa'aa ishiiwwan Finfinneedha kijibdii.
Show all...
๐Ÿ‘ 15โค 7๐Ÿ˜ญ 5
Injifannooย  WBOn zooni kibbaa baha oromiyaa cibraa Gaarreen Baaleeย  Buttaa Gadaa Qalluuย  tarkaanfii laleessaa waraanaa weerartuu ppย  irraatti fudhateen meeshaa waraanaa Bireena ~ 1 Kilaashii Akm ~ 11 Bombii ~ 9 akkasumas meeshaalee qunamtii raadiyoo tokko irraa hiikuun moonaa qabsoo bilisumaaf galii godhee jira. IUOf ๐™’๐˜ฝ๐™Šn ๐™ƒ๐™–๐™– ๐™’๐™–๐™–๐™ง๐™ช
Show all...
๐Ÿ‘ 16โค 1
Oppression guyyaa 40ti kan mirgaan galaa jiru ijoolle abbaa haqaati. Kun Gujii Lixaati Warra Galii Ta'e Dha.
Show all...
๐Ÿ‘ 14
Waraanni Abiyyii Ahmed Lola Aangoo nama dhuunfaa eeguuf godhamu kana jibbuun waraana Bilisummaa oromootti harka kennachaa jira. Achumaanis baga nagaan gara dirree haqaatti dhuftan jenneerra. #แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹จแ‹แˆฝแˆตแ‰ฑ แŒ€แˆ˜แ‰ แˆญ แ‹ซแ‹˜แ‰€แ‹˜แ‰€แ‰ฝ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แˆ แ‰ แ‹จแŒแŠ•แ‰ฃแˆฉ แˆˆแŒ€แŒแŠ“แ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆ แˆซแ‹แ‰ต แ‹•แŒ… แ‹จแˆšแˆฐแŒ แ‹ แ‰แŒฝแˆฉ แŠฅแŒ…แŒ แŠจแแ‰ฐแŠ› แŠแ‹ แ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แŒแŠ• แŠ แˆแŠ•แˆ #แ‹จ40_แ‰€แŠ•_แ‹˜แˆ˜แ‰ป แ‰ฅแˆแˆ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ•แˆ แŠ แ‰ฅแˆจแŠ• แ‹จแˆแŠ“แ‹จแ‹ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ....
Show all...
๐Ÿ‘ 21โค 3๐Ÿคฌ 3