486
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '24
October '24
+23
in 0 channels
September '24
+19
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '24
+24
in 0 channels
Get PRO
March '24
+206
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '23
+22
in 0 channels
Get PRO
October '23
+104
in 0 channels
Get PRO
September '23
+387
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 17 October | +2 | |||
| 16 October | +2 | |||
| 15 October | +11 | |||
| 14 October | 0 | |||
| 13 October | 0 | |||
| 12 October | 0 | |||
| 11 October | 0 | |||
| 10 October | 0 | |||
| 09 October | 0 | |||
| 08 October | 0 | |||
| 07 October | 0 | |||
| 06 October | 0 | |||
| 05 October | 0 | |||
| 04 October | 0 | |||
| 03 October | 0 | |||
| 02 October | +1 |
Channel Posts
የስኬት ሚስጥር !
በህይወትህ ላይ ምንም የተሻለ ነገር ሊፈጥርልህ በማይችል ነገር ላይ ራስህን አታባክን !
ጊዜህን እያሳለፍክ ያለኸው በምንድን ነው? ለነገ ህይወቴ የተሻለ መንገድ ይከፍትልኛል ህልሜን አሳካበታለው በምትለው ነገር ነው? ወይንስ ሁሉም ሰው እንደሚያደርገው በሶሻል ሚዲያው ፣ በማይጠቅም ሀሜት ፣ በፀብ እና በፌዝ ነው?
ስኬታማን ሰው ስኬታማ ያደረገው ሌላ ምንም አይደለም ለጊዜው የሚሰጠው ዋጋ ነው ! ሰኬትህን ለማየት ከፈለግክ ዛሬ ጀምረህ ለጊዜህ ዋጋ ስጥ !
| 2 | □Amaloota Namoota Milkaawanii 7 (
JIREENYA KEESSANIIF HEDDUU ISIN FAYYADA.
•Akka hayyuu xiinsammuu Steevan Koovey kitaaba
isaa ' The Seven Habits of Highly Effective People'
keessatti barreessetti namoonni jiruufi hojii isaanii
keessatti milkaayan amaloota tokko isaan godhu
torba qabu.
Amaloonni kunneen qorannaaf qo'annaa bara
dheeraatin booda kan argamaniidha.
Kitaabni kuni akka addunyaatti kan garmalee
dubbifamee keessaa isa tokko.
Nutis gabaabumatti isiniif dhiyeessineera. Amaloota
Torban
1, Be Proactive ~ Nama Dursee Yaadu, osoo
rakkoon tokko hin dhalatiniin duratti nama itti
qophaayu ta'uu. Waan fagoodhaa namatti as
deemaa jiru lafuma jala tilmaamudhaan itti
qophaa'uu.
2, Begin with the end in mind ~ Waan tokko wayta
eegalan kaayyoo dhumaa sammuu keessatti
qabaachuu, waan hunda dura mul'ata isa dhumaatif
xiyyeeffannaa guddaa kennuu. Gufuulee xixinnoo
nama mudataniin sakaalamuu osoo hin ta'in
kaayyoo keenya bira gahuuf kaayyeffanne sana
yaadachuun jabaachuu.
3, Put first things first ~ Waan dursuu qabu dursuu.
Waan hunda altokkotti galmaan gahuun waan hin
danda'amneef wanta dursa kennuufii qabnu dura
hojjachuu.
4, Think Win Win ~ Hariiroo namoota waliin qabnu
keessatti gareen lameenuu haala itti injifatu irratti
xiyyeeffachuu. Ofuma qofaaf milkaayuufi gammaduu
osoo hin ta'in namoonni kan biroos akka gammadan
yookin akka sababa keenyaan miidhaan irra hin
geenye yaalii godhuu.
5, Seek First to understand and then to be
understood ~ Namoonni maalif na hin hubanne
jechuudhaan duratti namoota hubachuudhaaf yaaluu.
6, Synergize ~ Wantoota hojjannu keessatti waan
qabnu hunda, yeroo, dandeettii, maallaqa keenya
wal dandeessisuu; keessattuu akka dhaaba
tokkootti yookii waajjira tokkootti yoo sochoonu
wantoota qabnu wal simsiisnee hojjachuu.
7, Sharpen the Saw ~ Ilaalcha keenya qaruu. Waan
tokko akkaataa sirrii ta'een hubachuuf yaaluudha.
Eegaa kana fakkaata, Waan kana irraa waan guddaa
akka hubattan abdiin qaba.
Eyyen namni Kan abira ille nurra haa baraatu share walif ha goonuka.#@hjjj | 1 141 |
| 3 | DHUNGOO.pdf | 1 089 |
| 4 | +1 KALLATTII .pdf | 984 |
| 5 | 🔥Obbolootako Hadaraa barreeffama gabaaba kana naaf dubbisaa! ✍️
Galgala tokko irbaata nyaadhe taa'ee utuun yaadan jooruu ija kiyya walirra buuseen addunyaa kana keessa ba'e😑
Kutaa xiqqoo Mana kitaaba fakkaattu tokkon seene, kitaabonni manicha keessatti toora galanii jiranuu dubbisuuf nama ariifachiisu😳miidhagoodha
Anis kitaabolee Sana dabaree dabareedhaan dubbisuuf gara teessuma kitaaba sanaattan siqe🚶
Wanti baay'ee na ajaa'ibe kitaabolee📚📚Sana gaafan ilaalu kitaabni sun akka waan kankoo ta'eetti qubee gurguddaadhan maqaanko irratti barreeffamee jira😉
Baay'een na'ee sababiin isaas ani kitaaban barreesse hin qabukaa😳
Kitaabolee📚📚fuuldura jiran keessa kitaaba tokko fuudhee yommuun banu, fuula jalqaba irratti maqaa koo itti aansuudhaan immoo hamma guyyaa har'aatti hamaa Ani garaa kootti yaade, yaada jal'ina Isa na keessa jiru hedduutu itti barreeffamee 😮 argee naasu guddaadhan dafee kitaabicha cufeen kitaaba isa itti aanu fuudhe bane🤔
Kitaabicha keessatti immoo hamiidhaan maqaa isaani kanin balleesse namoota baay'eetu👶👦👧👳keessatti barreeffamee jira
Wayiii #gudiikoo ammas kitaabicha cufeen kitaaba isa itti aanun fuudhe bane📚
Kitaaba isa kana keessatti immoo sobaan kanan itti faradee namoota ani gowwomsee boossise😣 namoota danuutu keessatti barreeffamee jira
Gara kitaaba biraattin darbee kitaabichi danuudha📚📚📖📚📚📖📚
Kitaaba isa kana keessa immoo afaan kootin fi yaada kootin kanin sirbe sirbootatu keessatti barreeffameera😭
Nama dhiba naasuunko guddaa ta'ee cubbuunkoo hamma baay'ee akka ta'etu natti mul'ate 🚷
Kitaaba isa hafe dubbisuukoo ittan fufee kitaaba itti aanu keessatti immoo yaada garaa kootin isan ejje guyyaa meeqa akkan dogoggore hundatu keessatti barreffame jira✍️
Hamma dhumaatti dabaree dabareedhaan yeroon dubbisu waa'ee balleessa koofi waa'ee yakka kootu keessa jira kankoo miti akkan jenneef jalqabaaf dhuma kitaabicha irratti maqaakotu barreeffamee jira❗️
Dhugumas balleessa koodha✅
Yaadakootti hojii kootti baay'een yeella'e😔 yoomiyyuu nama akkan taane😶nama kamiyyuu fuuldura dhaabachuu akkan dandeenye, gaarummaafi tola tokkollee akkan qabne yaaden abdii kutadhee gadi taa'en boo'uu jalqabe😥
Kitaabicha namni biraan akka hin dubbisneef balleessaf yakkakoo akka hin argineef balbala mana kitaabicha cufee ba'uufin yaade😓
Achii balbalicha cufuuf iddoon gadi jedhee taa'uu ol ka'ee duubatti yommuun galagalu duubakoo namni ta'e dhaabacha jira🤵
Garaanko akka dungoo gubachuu jalqabe namichi kitaaba Sana akkan dubbisneef wanin sodaadheef garaanko na raafame🤕
Rifeensa mataakootu hamma qeensa miilla kootti namummaanko hurgufamuu jalqabe😪
Dhaabbachuu wanin dadhabeef lafa jilbeenfadheen boquuko lafatti gomiseen boo'uu jalqabe🧎😢
Namichi Amma na arrabsa kitaabicha dubbisee Amma namoota duratti baase na salphisaa jedhee shakkee galagalee yommuun ilaalu natti dhiyaate ija jaalalan na ilaale😍
Peenna miidhagaa tokko fudhatee gara kitaabolee sanaatti qajeele✍📚kitaabolee Sana waa gochuu jalqabe
Anis fuula namichaa ilaaluun yoo natti ulfaateyyuu waan inni godhu yaadan qabee ilaalun jalqabe😌
Hubadhee yommuun ilaalu maqaako jalqabaafi xummura Kitaabichaa irratti barreeffamee jiru balleesse Maqaa ofiisaati irratti barreesse😥
Salphinakoo, cubbuukoo, sodaakoo, yakkaakoo, Isa ani itti saalfadhe boo'uu hundumaa ofii isaati naaf fudhate😭
Maqaa gadhee koo sana naaf jijjiree anis boquukoo ol qabadheen fuula isa dhaabachuu danda'ee
Haalleelluyyaa🙏
Fayyiinnikoo Karaa Kristos Isa ilma Waaqayyo ta'ee naaf raawwate
Hadaraa namni tokkollee haa fayyuuti ergaa kana share godhi @kitabagaarii | 1 001 |
| 6 | THE POWER OF NOW It can transform your thinking By :- Eckhart Tolle Kitaabota goosa adda addaa dhimma Oromoo fi kan biroo irratti barreefaman argachuu yoo barbaaddan Chanal kanatti makamaa.
👇👇👇👇👇
@kitabagaarii | 826 |
| 7 | ANIMAL FARM-GANDA BEEYLADOOTAA
Barreessaan: Joorji Oorweel
Afaan Oromootti kan hiike: Amantii Damissee Bonjaa
Kitaabota goosa adda addaa dhimma Oromoo fi kan biroo irratti barreefaman argachuu yoo barbaaddan Chaanaalii kanatti makamaa.
👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻
@Kitaaboota
@Kitaaboota
@Kitaaboota
@Kitaaboota | 814 |
