en
Feedback
Biiroo Barnootaa Oromiyaa

Biiroo Barnootaa Oromiyaa

Open in Telegram
2 996
Subscribers
-224 hours
-197 days
-4530 days
Posts Archive
Ads Grow crops and raise animals to get up 3000$ Vibecoin Airdrop! 💸 Season 1 just started 🚀 Don't miss out! ⚡
Ads Grow crops and raise animals to get up 3000$ Vibecoin Airdrop! 💸 Season 1 just started 🚀 Don't miss out! ⚡

❤️ I just received $355 USDT from ALICORE platform 🤑 Platform was launched this year, still paying massively till now and it
❤️ I just received $355 USDT from ALICORE platform 🤑 Platform was launched this year, still paying massively till now and it’s not closing anytime soon💰 How to start earning ‼️ 1. Signup using this link 🔗 HERE 2. Unlock ⭕️ VIP 3. Claim daily task 4. Cash-out daily 💰 CHANNEL @AliCoreCoperation Don’t miss 😛 “Sign Up” below 👇

❤️ I just received $355 USDT from ALICORE platform 🤑 Platform was launched this year, still paying massively till now and it
❤️ I just received $355 USDT from ALICORE platform 🤑 Platform was launched this year, still paying massively till now and it’s not closing anytime soon💰 How to start earning ‼️ 1. Signup using this link 🔗 HERE 2. Unlock ⭕️ VIP 3. Claim daily task 4. Cash-out daily 💰 CHANNEL @AliCoreCoperation Don’t miss 😛 “Sign Up” below 👇

I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying mas
I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying massively 💯 Don’t miss out 🍸 Sign up below ⬇️ Payout Channel: @AliCoreCoperation Click “Sign Up” BELOW 👇

I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying mas
I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying massively 💯 Don’t miss out 🍸 Sign up below ⬇️ Payout Channel: @AliCoreCoperation Click “Sign Up” BELOW 👇

I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying mas
I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying massively 💯 Don’t miss out 🍸 Sign up below ⬇️ Payout Channel: @AliCoreCoperation Click “Sign Up” BELOW 👇

Welcome to Farm Vibe 🌾 Build and manage your dream farm, unlock dynamic crop fields, raise adorable animals and compete with
Welcome to Farm Vibe 🌾 Build and manage your dream farm, unlock dynamic crop fields, raise adorable animals and compete with others players on the global leaderboard! Tap the button below to start farming right away! 🚀

Qormaanni Marsaa 2ffaa Guyyaa Jalqabaa Waaree Booda Kennamu Eegale. ---------- BBO - Waxabajjii 26/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Damee Barnoota Saayinsii Uumamaa #CBT 'online'n kennamu Marsaa 2ffaa guyyaa jalqabaa waaree boodaa sa'aatii 9:00 irraa eegalee kennamaa jira. Qormaatichi waaree dura barnoota #Ingiliffaan kan eegale yoo ta'u, waaree booda immoo, barnoota #Herregaan naamusa gaariifi tasgabbiin itti fufeera. #Carraa_Gaarii ! 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying mas
I just received another $3,209.5 from ALICORE This is my 9th withdrawal now 😃 Platform launched recently and it’s paying massively 💯 Don’t miss out 🍸 Sign up below ⬇️ Payout Channel: @AliCoreCoperation Click “Sign Up” BELOW 👇

✅ Connection test successful. This message will be deleted... (Ads Galaxy)

Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Marsaan 1ffaa Nagaan Xumurame. ----------- BBO - Waxabajjii 25/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Marsaan 1ffaan Waxabajjii 23 -25/2018 guyyoota sadiif kompitara bu'uureeffatee(CBT) 'online'n Barattoota Saayinsii Uumamaatiif kennamaa ture har'a waaree booda nagaafi naamusa gaariin xumurameera. Qormaanni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 Marsaa 6n kennama. Saayinsiin Uumamaa Marsaa 1ffaa - 3ffaatti kan kennamu yoo ta'u, Saayinsiin Hawaasaa immoo, Marsaa 4ffaa - 6ffaatti kennama. Barattoota Waraqaan Qoramaniif(#PBT) qormaatni Marsaa 3ffaa keessa Saayinsii Uumamaafi; Saayinsii Hawaasaaf immoo, Marsaa 4ffaa irratti kennama. Haaluma kana bu'uureeffachuun, #Marsaan_2ffaan_Qormaatichaa_Boru_Ganama kan jalqabu yoo ta'u, #maatiin_barattootaafi_barsiisotni barattoota hordofaa jirtan hundi barattootni #Saayinsii_Uumamaa_Marsaa_2ffaa keessatti ramadaman meeshaalee qormaataaf isaan barbaachisu guuttatanii ganama sa'aatii 1:00 irratti wiirtuu qormaataatti akka argaman deeggarsa barbaachisaa ta'e akka taasiftaniif dhaamsa keenya ta'a. Dhumarratti, Milkaa'ina Qormaata Marsaa 1ffaa Ilaalchisee BBO'n #Raawwachiistota_Qormaatihaa_hundaafi keessattuu, #barattootni keenya naamusa qormaataa kabajuun nagaafi tasgabbiin milkeessuu isaaniif galateeffateera. #Ulfaadhaa! #Galatoomaa!! Marsaalee hafanis waliin kan milkeessinu ta'uu dhaamsi darbeera. #Carraa_Gaarii! Barattoota Keenyaaf Hawwineerra! #Milkaa'aa 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Fudhataniif Ibsi(Orientation)n Kenname. -------------- BBO -Waxabajji
+5
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Fudhataniif Ibsi(Orientation)n Kenname. -------------- BBO -Waxabajjii 22/2018 Magaalaa Adaamaatti Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 wiirtuulee qormaataa Magaalaa Adaamaatti argaman keessatti qoramaniif ibsi haala waliigalaa qormaataa(orientation)n #Galma_Giddu_Gala_Qorannoofi_Leenjii_Barnootaa_Oromiyaa keessatti ganama har'aa kennameera. Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaan 1ffaan marsariitiin kennamu guyyaa boruu Kibxata, Waxabajjii 23/2018 ganama kan jalqabamu ta'uun ni beekama. #QormaatniKanMilkii_Haata'u! #Carraa_Gaarii 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Barattootni Kutaa 12ffaa Qormaata Shaakalaa(#Mock_Examination) Ministeerri Barnootaa Marsariitiin Gad-dhiise Shaakalaa Oolani
+4
Barattootni Kutaa 12ffaa Qormaata Shaakalaa(#Mock_Examination) Ministeerri Barnootaa Marsariitiin Gad-dhiise Shaakalaa Oolaniiru. ---- BBO- Waxabajjii 18/ 2018 Naannoo Oromiyaatti barattootni kutaa 12ffsa bara 2018 Qormaata Biyyoolessaa fudhachuuf qophiirra jiran giddu gala qormaataatti argamuun guyyaa har'aa qormaata shaakalaa (Mock Exam) fudhataniiru. Barattootni Saayinsii Uumamaa Waaree Dura kan fudhatan yoo ta'u, barattootni Saayinsii Hawaasaa immoo Waaree Booda fudhachaa kan turan ta'uun beekameera. Naannoo keenyatti barattootni 55% ol ta'an qormaata kompitaraan(CBT) 'online'n kan qoraman waan ta'eef qormaaticha salphaatti hojjachuuf #Mock_Exam fudhachuun kan isaan fayyadu ta'uun beekamaadha. Kanaafuu, Barattootni keenyaafi ogeessotni ICT giddu gala qormaataatti ramadamtan firii gammachiisaa galmeessisuuf qindoominaafi wal hubannoon akka hojjattan dhaamsa keenya ta'a. 💙Oromia Education Bureau 💠

#Beeksisa. Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome. ------------- BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qo
+1
#Beeksisa. Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome. ------------- BBO - Waxabajjii 13/2018  Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalu yoo ta'u, barattootni 'online'n /#CBT/ barattootni Saayinsii Uumamaa/Natural Science/ kan jalqabaa yoo ta'an marsaa 3n kan qorman ta'uun beekameera. Marsaa 3ffaa, 4ffaa, 5ffaafi 6ffaa barattootni Saayinsii Hawaasaa/Social Science/ kan qoraman ta'a. Sagantaan qormaatichaa gabateen dhihaateera.         Oromia Education Bureau

Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Guyyaa Jalqabaa Kennamaa Oole Waaree Booda Goolabame. ----
+4
Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Guyyaa Jalqabaa Kennamaa Oole Waaree Booda Goolabame. ------------------- BBO- 11/10/2018 Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa G/G kutaa 8ffaa bara 2018 guyyaa jalqabaa har'a guutuu Oromiyaatti kennamaa oole naamusa gaariifi tasgabbiin xumurameera. #Qormaatichi_guyyaa_2ffaasaa boru #Jimaata_12/10/2018 itti fufee kan kennamu yoo ta'u, Waaree dura qormaata #Barnoota_Saayinsii_Waliigalaa, #Barnoota_Hawaasaa,kan kennamuufi Waaree Booda immoo qormaata #Barnoota_Amaariffaa barattoota Afaan Oromootiin baratan(akka Afaan 2ffaatti)fi #Barnoota_Afaan_Oromoo immoo, barattoota Amaariffaan baratan(akka Afaan 2ffaatti) kennamuun qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa bara 2018 kan xumuramu ta'uun beekameera. #Barattoota_Keenyaaf:- #Milkii_Gaarii_Hawwineerra! 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Orrenteeshiniin Haala Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 Godinaaleefi Bul/Magaalotaatti Kennamaa Oole. ------------ BBO- Waxabajjii 10/2018 Orrenteeshiniin Haala Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 Godinaaleefi Bul/Magaalotaa Kilaastarootaafi Buufataalee Qormaataatti kennamaa ooleera Godina Harargee Bahaa aanaa Kombochaa, Meettaa, Kurfaa Callee, Baddannoofi kanneen biroo, Godina Wallagga Bahaa aanaa Gobbuu Sayyoo, Waayyuu Tuqaaa Godina Wallagga Lixaa,aanaa Laaloo Assaabii, Godina Harargee Lixaa, Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Haluu, Bul Magaalaa Adaamaa buufata qormaataa 23 , Godina Bunnoo Beddellee aanaa Cawwaaqaa, Godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa, Bul/Magaalaa Dambi Doolloo, Bul/Magaalaa Ciroo, Godina Baalee Bahaa, Bul/Magaalaa Aggaaroofi Godinaalee/Magaalota Suuran nu hin dhaqqabin dabalatee guutumaan guututti orrenteeshiniin waa'ee qormaataa, #naamusa_kabajamui_qaban. #gochaawwan_dhoorkaa ta'an, #nageenyi_qormaataa_amansiisaa ta'uuf #qormaaticha_tasgabbiin_yaadaafi_qalbiin_humna_qaban_baasanii_akka itti fayyadaman barattootaaf ibsi kennameera. Haaluma walfakkaatuun, barsiisotni qormaata kennanis barattoota naamusaan akka qoran, walirraa garagalchuu barattootaa cimsanii akka eegan, sagaleen barattoota jeequ kutaa qormaataa keessatti akka hin dhagahamne xiyyeeffannoo akka kennan hubannoon kennameefiira. Aanaa Kombolchaa Kilaastara Qormaataa Malkaa Raafuutti argamuun orrenteeshinii kennaa kan turan obbo Habtaamuu Tasfaayeefi obbo Kadiir Gannaa Godina Harargee Bahaatti yaada asii olitti kaafne kan mirkaneessan ta'uu gabaasa dhaqqaberraa hubanneerra. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Raawwachiistota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Bara 2018 Irraa Maaltu Eegama? ------------ BBO - Waxabajjii 06/2018 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa (Kutaa 6ffaafi Xumura Barnoota Sad. G/G (Kutaa 8ffaa) bara 2018 #Waxabajjii 08 -12 /2018 kennamu ilaalchisee Namoota Qormaata Raawwachiisan (#Qindeessaa Kilaastara Qormmaataa, #Itti_Gaafatamaa_Buufata Qormaataa, #Supparvaayizaroota Qormaataafi #Qortoota/#Barsiisota_Qormaata_Kennan) gaheen isaanii adda bahee taa'eera. #1_Gahee_Qindeessaa_Kilaastaraa_Qormaataa- - Haala Qajeelfama Bulchiinsa Qormaataa Biiroo Barnootaa Oromiyaatiin haala waliigalaa naamusaafi nageenyummaa qormaataa kilaastarichaa olaantummaan hogganuu, - Raawwachiistota qormaataa, barattootaafi qaama nageenya(Poolisii)f adda addaan ibsa (Orrientation) gahaa kennuu . - Sagantaa qormaataa qopheessuufi bakka mul'atutti maxxansuu, - Raawwachiistota qormaataa olaantummaan ramaduu, - Ragaafi Atteendaassii barattoota kilaastara isaatti qoramanii dursee argachuu qaba. - Raawwachiistota qormaataa #Naamusaafi_Nageenya qormaataa hin kabajne dhaabsisuu/ittisuu/, kilaastara keessaa ariuu hanga seeraaf dhiheessuutti tarkaanfii fudhachuu ni danda'a. - Dura bu'ootni manneen barnootaa, barsiisotaafi namni kamiiyyuu (kan dhimmi hin ilaallanne) gara kilaastara qormaataatti akka hin dhihaanne qaama nageenyaa waliin ni hojjata. - Raawwachiistotni xalayaan ramadamuu isaanii ni mirkaneeffata, baajii mormaas ni hojjachiisa, - Waraqaan qormaataa kutaa qulqulluufi nageenyaaf mijatu keessa teessisuun sa'aatii 24 akka eegamu taasisuu, - Bilbila harkaa fayyadamuu ni danda'a. #2_Gahee_Itti_Gaafatamaa_Buufata_Qormaataa:- - Itti waamamni isaa/ishee qindeessaa kilaastara qormaataaf yoo ta'u gaheen hojiis: - Ragaa bartootaa M/B itti ramadamee(warqaa deebii, poostaa warqaa deebii, odeeffannoo poostaafı warqaa deebii irratti guuttamuu, atteendaansii qorataamtootaa fi k.k.f) qulqullinnaan guuttamuu ni mirkaneessaa... - Sa'aatii qormaatni itti kennamu sa'aatii 1:30 dursanii buufatatti argamuu - Moobaayiliin harkaa, sa'aatiin harkaafi meeshaalee elektrooniksii qabatanii kilaastara qormaataa seenuu hindanda'an/dhoorkadha. - Hojii dabalataa qindeessan kilaastaraa kennuuf ni raawwata. #3_Gahee_Supparvaayizaraafi_Qoraa:- - Sa'aatii qormaanni eegalu sa'aatii 1:30 dursuun kilaastara qormaataatti argamuu, - Daree qormaataa dursanii sakatta'uu, - Barattoota kaardii galmee/(Admission Card) qabsiisee daree /galma/ qormaataa fuulduratti hiriirsuufi sakatta'aa seensisuu, - Odeeffannoowwan Waraqaa Deebii irratti guutamuu qaban barattoota qulqullinaan ni guuchisa, atteendaansiis ni mallatteessisa. - Xumura qormaata irratti barattoota irraa waraqaa deebii tartiibaan ni sassaaba, atteendaansiin walqabsiisuun Itti Gaafatamaa Buufata Qormaataaf galii godha. - Daree qormaataa keessatti sagalee olkaasun dubbachuun/barattoota sagaleen jeequn dhoorkaadha. - Bilbila harkaa, sa'aatii harkaafi meeshaalee elektirooniksii kamiiyyuu qabatanii kilaastara qormaataa seenun dhoorkaadha. #Hubachiisa:- Raawwachiistotni Qormaataafi Barattootni Hunduu Poolisiin Sakattaa'aman Malee Gara Kilaastara Qormaataa Seenuu Hindanda'an/Dhoorkaadha! Oromia Education Bureau ☑️

BEEKSISA Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif #Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban. ------------------ BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu. #1_Kan_Heyyamaman Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman: #Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa, #Kaardii Galmee/Admission Card/ #Kobbee/Irsaasii/ (Pencil) #Haqxuu #Sarartuu #Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu. #2_Kan_Dhoorkaman. Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo: #Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf #Qalama #Sa'aatii harkaa #Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu, #Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane , #Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu, #Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa, #Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi #Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna. Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna. #Qormaatnis_kan_kennamu: Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u, Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

LBank New User Rewards Are Live Join and unlock a 30 day VIP2 trial, transfer rewards up to 200 USDT, and additional trading
LBank New User Rewards Are Live Join and unlock a 30 day VIP2 trial, transfer rewards up to 200 USDT, and additional trading bonuses. Limited time offer for new users. Sponsored By WaybienAds

LBank New User Rewards Are Live Join and unlock a 30 day VIP2 trial, transfer rewards up to 200 USDT, and additional trading
LBank New User Rewards Are Live Join and unlock a 30 day VIP2 trial, transfer rewards up to 200 USDT, and additional trading bonuses. Limited time offer for new users. Sponsored By WaybienAds