Biiroo Barnootaa Oromiyaa
Open in Telegram
2 998
Subscribers
-424 hours
-187 days
-4230 days
Posts Archive
Mana barumsaa bultii addaa bakka beekumsi gahaan itti horatamu
+++++++++
#Gaazexaa Pilaas| Barnoonni mala beekumsa ammayyaa’aafi teknoloojii itti horatanidha. Barnoota beekumsaafi ogummaa yayyabame kan rakkoo hawaasaa qabatamaan furu gonfachuuf ammoo manni barumsaa waan hundaan ga’aa ta’eefi barataa qaxalee yeroo waliin tarkaanfatu/ttu qabaachuun dhimma murteessaadha. Biyyoonni guguddoon addunyaa barattoota qaxalee bakka tokkotti walittiqabuun nyaataafi bultiisaanii danda’anii barsiisuu erga eegalanii bubbulaniiru.
Biyyi keenya Itoophiyaanis waggoota muraasa as sadarkaa naannoleerratti manneen barnoota bultii addaa jalqabsiisuun barattoota qaxalee ta’an barsiisuu eegalteetti. Sadarkaa fedraalaattis bara darberraa jalqabee manneen barnoota bultii addaa shan banuun sadarkaa biyyaalessaatti barsiisuu eegalteerti.
Bara kanas Ministeerri Barnootaa barattoota qaxalee qabxii darbiinsa qormaata kutaa saddeettaffaa giddugaleessaan galmeessan dorgomsiisee simachuuf manneen barnootaa bultii addaa federaalaa afur dabalataan hojii jalqabsiisuun Hagayya 13 bara 2018 barattootaaf waamicha dhiheesseera.
Gorsaan Ministeera Barnootaa Pirofesar Kindiyyaa Gabrahiwot ibsa kennaniin, ministirichi barattoota qaxalee ta’an dagaagsuuf bara barnootaa 2018 manneen barnoota bultii addaa federaalaa shan Walisoo, Bu’ii, Gambeellaa, Jigjigaafi Boongaatti banuu yaadachiisaniiru.
Bara barnootaa 2019ttis barattoota hedduu simachuuf manneen barnoota bultii addaa afur Baahirdaar, Arbaaminci, Asoosaafi Dirree Dhawaatti banuu himanii; bara ittaanuuttis manneen barnootaa dabalataa afur naannolee garagaraatti ijaaruuf karoorsaniiru. Barattoonni qaxaleen qormaata kutaa 8ffaa qabxii giddugaleessaa galmeessan guyyoota ittaanu keessatti akka galmaa’aniif waamicha dhiyeessaniiru.
Manneen barnootaa kunneen baasii addaa mootummaatiin nyaataafi iddoon bultii hundi guuttamee kan itti baratamu waan ta’eef, maatiin barattootaa kana hubatanii ijoolleesaanii galmeessuu akka qaban dhaamanii; barattoonni qabxii darbiinsa qormaata seensa manneen bultii addaa ministirichaan qophaa’e fudhatanii darban kallattumaan gara barumsaa akka seenan beeksisaniiru.
Ministeera Barnootaatti Gaggeessaa Hojii Damee Barnoota Waliigalaa akkasumas Sagantaalee Barnootaafi Fooyya’iinsa Qulqullina Barnootaa Obbo Yohaannis Waggaasoo gamasaaniin barnoonni bultii addaa biyyoota guguddoo addunyaa keessatti umurii dheeraa lakkoofsisuu kaasanii; Itoophiyaanis barattoota ciccimoo guddina biyyaafi jijjiirama hawaasaa fiduu danda’an uumuuf manneen barnoota bultii addaa kanneen hundeessuu himaniiru.
Manneen barnoota bultii addaa kanneen keessatti haalli baruuf barsiisuu sadarkaasaa eeggatee akkasumas barnoonni jabanaafi ogummaa manneen barnoota idilee keessatti hinkennamne dabalataan waan kennamuuf barattoonni karaa salphaa ta’een beekumsaan akka guddataniif gargaartuudha jedhanii; guyyoota ittaanan kana keessatti marsariitii Ministeera Barnootaa gubaatti akka galmaa’aniif waamicha dhiyeessaniiru.
Maxxansa Gaazexaa Bariisaa Hagayya 17 bara 2018
💙Oromia Education News 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook |📱 WhatsApp |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |
Oromia Education News 💙
Barattootni_Qormaata_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Darban Kan Bara 2017 Darban Irra Fooyya'insa 7.7% Agarsiise.
------------
BBO - Adoolessa 15/2018 Qabxii Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Fooyya'aa Dhufeen Walqabatee Darbiinsi Barattootaa Bara Baraan Dabalaa Dhufeera.
Haaluma kana bu'uureeffachuun barattootni bara 2018 qormaata naannoo xumura barnoota sad. G/G kutaa 8ffaa fudhatan:
#dhiira 214,965 #dubara 200,123 #walitti, 415,088 yoo ta'an,
kan_darban:
#dhiira - 189,938 (88.40%), #dubara - 168,781 (84.3%)
#walitti - 358,719 (86.4%) gara kutaa 9ffaa darbaniiru.
Bara 2017 Barattoota Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan:
#dhiira - 251,120
#dubara - 237,338
#walitti - 488,458
#Kan_darban:
#dhiira - 205,113 (81.7%)
#dubara - 179,388 (75.6%)
#walitti - 384,498 (78.7%) gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,
Bara 2016 Barattootni Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan:
#dhiira - 266,238
#dubara - 273,636
#walitti - 539,874
Kan darban:
#dhiira - 203,520 (%76.44)
#dubara - 191,173 (69.86%)
#walitti - 394,693 (%73.11) kan darban ta'uun ni yaadatama.
Walumaagalatti fooyya'insi qabxii barattoota kutaa 8ffaa waggoota sadi keessatti walitti aansee (bara 2016, 2017fi 2018) galmaa'e bu'aa barachuu barattootaa fooyya'aa dhufe kan mirkaneesse ta'eera.
Dhumarratti, #Bara 2016 barattootni 73.11%
#bara 2017 barattootni 78.7%fi #bara 2018 barattootni 86.4% qormaata naannoo xumura barnoota sad. Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa darbaniiru.
Kanaafuu, qabxii barattootaa barabaraan fooyya'aa dhufeef #hundaa_ol_barsiisota keenya galateeffachaa, #maatiin barattootaa, #barattootni, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, Gumiin Tiraansifoormeeshinii barnootaa(GTB)fi qaamni nageenyaa sadarkaan jiru hunduu milkaa'inni kun bu'aa keessan waan ta'eef Biiroon Barnootaa Oromiyaa isin galateeffateera. Galatoomaa!
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome.
----------
BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera.
Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.
#Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa!
Jalqabaa:- ministry.et
Ergaa tuqaxani boodaa Ok kan jedhuu tuqaa!
Liinkii :- oromia.ministry.et
#Itti_aansuun:- "Check My Result" kan jedhu banaa!
dhumarratti, Bakka "Admission Number" jedhu lakk. keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu.
💸 OVER $2,200 EARNED!
I’ve made over $2,200, with automatic withdrawals and instant payments straight to my wallet.
Start small, earn daily, and grow through referrals 🚀
Join below 👇
Just received $122 USDT 💰✅
Withdrawal paid straight to my wallet. I started using this platform recently and I’ve already made over $390 USDT in 2 weeks 🤑
You can start small, earn daily, and also make extra from referrals 🚀
Don’t miss out 😃
Sign up below 👇
I just received another $3,209.5 from ALICORE
This is my 9th withdrawal now 😃
Platform launched recently and it’s paying massively 💯
Don’t miss out 🍸
Sign up below ⬇️
Payout Channel: @AliCoreCoperation
Click “Sign Up” BELOW 👇

❤️ I just received $355 USDT from ALICORE platform 🤑
Platform was launched this year, still paying massively till now and it’s not closing anytime soon💰
How to start earning ‼️
1. Signup using this link 🔗 HERE
2. Unlock ⭕️ VIP
3. Claim daily task
4. Cash-out daily 💰
CHANNEL @AliCoreCoperation
Don’t miss 😛 “Sign Up” below 👇

Ads
💸 Just got $404 USDT ❤️🔥
Since Jan 2 & still paying steady
I’ve made $1,400+ 💰
Instant withdrawals ⚡ (BEP-20 / TRC20 / ERC20 / Polygon)
Start with $2 | VIP1 = $16 → earn $9 daily (2 days ROI) 🚀
Don’t miss out — start now ❤️
I just received another $3,209.5 from ALICORE
This is my 9th withdrawal now 😃
Platform launched recently and it’s paying massively 💯
Don’t miss out 🍸
Sign up below ⬇️
Payout Channel: @AliCoreCoperation
Click “Sign Up” BELOW 👇
❤️ I just received $355 USDT from ALICORE platform 🤑
Platform was launched this year, still paying massively till now and it’s not closing anytime soon💰
How to start earning ‼️
1. Signup using this link 🔗 HERE
2. Unlock ⭕️ VIP
3. Claim daily task
4. Cash-out daily 💰
CHANNEL @AliCoreCoperation
Don’t miss 😛 “Sign Up” below 👇
🌌 Monetize Your Telegram Mini App
Turn your Mini App traffic into revenue with Ads Galaxy.
✅ Competitive CPM rates (from $1 to $20+, depending on traffic quality, GEO, and advertiser demand)
✅ Fast integration
✅ Reliable tracking
✅ Global advertiser demand
✅ Timely payouts
Start earning from your Mini App in minutes.
🚀 Get started today with Ads_Galaxy_Bot