SHEGER MICROFINANCE-official
Open in Telegram
658
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Maayikirofaayinaansiin Shaggar Damee isaa Haaraa Magaalaa Nageellee Arsii Keessatti Eebbisiisun Hojii Eegalchiise
Maayikirofaayinaansiin Shaggar guyyaa har'aa Mudde 04, 2016 A.L.H tti Magaalaa Nageellee Arsii keessatti damee isaa haaraa #Damee Nageellee Arsii, sirna bareedaa ta'eeni fi hoo'aadhaan eebbisiisuun hojii eegalchiise jira.
Sirna eebba kanarratti Kessummaan kabajaa kan ta'an Obbo.Husseen Hammuu kantiibaa Magaalaa Nageellee Arsii fi Dr.Gammadoo Daalee, Abbootiin Gadaa, Haadhooliin Siinqee, Abbootiin qabeenyaa Maayikirofaayinaansii Shaggar, Dura ta'aan Boordii Maayikiroofaayinaansii Shaggar Obbo. Xibabuu Kojii, I/A Hojii Raawachiisaan Maayikirofaayinaansii Shaggar Obbo.Tasfaayee Rattaa, keessummoonni, akkasumas Maanaajimantii fi hojjettoonni maayikirofaayinaansii Shaggar argamaniiru.
===========================
ሸገር ማይክሮ ፋይናንስ በነገሌ አርሲ ከተማ አዲሱን ቅርንጫፉን አስመረቀ
ሸገር ማይክሮፋይናንስ ዛሬ ታህሳስ 04 ቀን 2016 ዓ.ም በነጌሌ አርሲ ከተማ አዲስ ቅርንጭፍ (# ነጌሌ አርሲ ቅርንጫፍ) አስመርቆ ስራ አስጀመረ፡፡
የምረቃ ስነ-ስርዓቱ ላይ የክቡር እንግዳ የሆኑት አቶ ሁሴን ሀሙ የነገሌ ከተማ ከንቲባ እና ዶ/ር ገመዶ ዳሌ ፣አባ ገዳዎች፣ ሃዳ ሲንቄዎች፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ባላአክሲዮኞች፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ቦርድ ሰብሳቢ አቶ ጥበቡ ኮጂ ፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ም/ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ተስፋዬ ረታ ፣ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች እንዲሁም የማይክሮፋይናንሳችን ስራ አስፈጻማዎች እና ሰራተኞች በተገኙበት በድምቀት ተካሄዷል፡፡
#Sheger Microfinance
#BETTER TOGETHER
Odeeffannoo dabalataaf Gaazexaa Ripoortar kan Adoolessa 30, 2016 maxxanfame, fuula 10, lakkoofsa 2464 irratti arguu dandeessu.
==========================
ለበለጠ መረጃ ህዳር 30 ቀን 2016 ገጽ 10 ቁጥር 2464 በታተመው ሪፖርታር ጋዜጣ ላይ ማየት ትችላላችሁ::
Yaa'iin waliigalaa waggaa 6ffaa fi yaa'iin ariifachiisaan 3ffaa kan abbootii Aksiyoonaa Maayikiroo Faayinaansii Shaggar Mudde 27, 2016 gaafa Sanbata xiqqaa ganama sa'aatii 2:30 tti Magaalaa Guddiittii Finfinnee galma Hoteela Intarnaashinaalaa Illilliitti ni gaggeeffama.
Kanaafuu, abbootiin aksiyoonaa ykn bakka bu’oonni isaanii guyyaa fi sa’aatii ibsametti walgahii kana irratti akka argamtan Boordiin Daayirektarootaa kabajaan kan isin affeeru yoo ta’u, waraqaa eenyummaa,Hayyama konkoolaachisummaa ykn paaspoortii haaromfame kan eenyummaa keessan mul’isu qabattanii akka nuuf argamittan isin yaadachiifna.
Odeeffannoo dabalataatiif lakk.
Bilbilaa 0927-11-11-14
011 -369 84 41 irratti bilbilaa.
Boordii Daayirekterootaa
==============///==============
የሸገር ማይክሮ ፋይናንስ አ/ማ የባለአክሲዮኖች 6ተኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ እና 3ተኛ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ ቅዳሜ ታህሳስ 27 ቀን 2016 ከጠዋቱ 2፡30 ሰዓት ጀምሮ በኢሊሊ ኢንተርናሽናል ሆቴል አዳራሽ ይካሄዳል፡፡
በመሆኑም ባለአክሲዮኖች ወይም ህጋዊ ወኪሎቻቸው በተጠቀሰው ቀን እና ሰዓት በጉባዔው ላይ እንዲገኙ የዳይሬክተሮች ቦርድ በአክብሮት ጥሪውን እያቀረበ ለስብሰባው ሲመጡ ማንነትዎን የሚገልጽ የታደሰ መታወቂያ፣ መንጃ-ፍቃድ ወይም ፓስፖርት እንዲይዙ ያሳስባል።
ለበለጠ መረጃ 0927-11-11-14
011 369 84 41 ይደውሉ።
የዳይሬክተሮች ቦርድ
Message from Wollega University President Dr.Hassen Yusuf
The team from Sheger Microfinance came to Wallaga University yesterday. They discussed with us about their plan to open branches at Nekemte City and Nejo town in Western Oromiya. As University, which has a plan to make agribusiness value chains and management, one of it's future growth center and priority focus area, we shared them our idea on the existence of sever challenges in a relation to insufficient lending financial institutions in the area for small and medium agribusiness startups and enterprises development. We believe that financing agribusiness value chains development in sufficient manner can make significant contributions to local economic growth and also in reducing joblessness.
FootNote:
Globally Agriculture has been changing rapidly from one of fragmented production and marketing relationships toward integrated market systems, or chains, The agricultural value chain includes the full range of activities and participants involved in moving agricultural products from input suppliers to farmers' fields, and ultimately, to consumers' tables, Each stakeholder or process in the chain has a link to the next for the processes to form a viable chain.
Small scale entrepreneurs and agribusiness start ups and small agri investors face the challenges of inaccessible and expensive loan products, inflexible credit facilities that do not complement the agribusiness dynamics, and lack of knowledge about the sector on the part of the financiers, Financiers, on the other hand, extend fewer credit facilities to this sector than other sectors like construction and manufacturing, There remains then, a disconnect between supply and demand that can begin to be rectified when all players in this sector have adequate knowledge and appreciate these dynamics.
Understanding value chain finance can improve the overall effectiveness of those providing and requiring agricultural financing. It can improve the quality and efficiency of financing agricultural chains by identifying financing needs for strengthening the chain; tailoring financial products to fit the needs of the participants in the chain; reducing financial tranгaction costs through direct discount repayment and delivery of financial services; using value chain linkages and knowledge of the chain to mitigate risks of the chain and its partners.
Maayikirofaayinaansiin Shaggar Damee isaa Haaraa Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiir Keessatti Eebbisiisun Hojii Eegalchiise
Maayikirofaayinaansiin Shaggar guyyaa har'aa Sadaasa 15 Bara 2016 A.L.H tti Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiir keessatti damee isaa haaraa #Damee Gindhiir, sirna Adda ta'eeni fi hoo'aadhaan eebbisiisuun hojii eegalchiise jira.
Sirna eebba kanarratti Kessummaan kabajaa Obbo.Kaasahuun Dirribaa Abbootiin Gadaa, Abootiin qabeenyaa Maayikirofaayinaansii Shaggar, I/A Hojii Raawachiisaan Maayikirofaayinaansii Shaggar Obbo.Tasfaayee Rattaa, keessummoonni, akkasumas Maanaajimantii fi hojjettoonni maayikirofaayinaansii Shaggar argamaniiru.
===========================
ሸገር ማይክሮ ፋይናንስ በምስራቅ ባሌ ጊኒር ከተማ አዲሱን ቅርንጫፉን አስመረቀ
ሸገር ማይክሮፋይናንስ ዛሬ ህዳር 15 ቀን 2016 ዓ.ም በምስራቅ ባሌ ጊኒር ከተማ አዲስ ቅርንጭፍ (# ጊኒር ቅርንጫፍ) አስመርቆ ስራ አስጀመረ፡፡
የምረቃ ስነ-ስርዓቱ ላይ የክቡር እንግዳ አቶ ካሳሁን ድርባ ፣አባ ገዳዎች፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ባላአክሲዮኞች፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ም/ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ተስፋዬ ረታ ፣ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች እንዲሁም የማይክሮፋይናንሳችን ስራ አስፈጻማዎች እና ሰራተኞች በተገኙበት በድምቀት ተካሄዷል፡፡
#Sheger Microfinance
#BETTER TOGETHER
Maayikirofaayinaansiin Shaggar Damee isaa Haaraa Magaalaa Baalee Roobee Keessatti Eebbisiisun Hojii Eegalchiise
Maayikirofaayinaansiin Shaggar guyyaa har'aa Sadaasa 13 Bara 2016 A.L.H tti Magaalaa Baalee Roobee keessatti damee isaa haaraa #Damee Roobee, sirna Adda ta'eeni fi hoo'aadhaan eebbisiisuun hojii eegalchiise jira.
Sirna eebba kanarratti Kessummoonni kabajaa, Abbootiin Gadaa, Abootiin qabeenyaa Maayikirofaayinaansii Shaggar, Hojii Raawachiisaan Maayikirofaayinaansii Shaggar Obbo.Tasfaayee Rattaa, keessummoonni, akkasumas Maanaajimantii fi hojjettoonni maayikirofaayinaansii Shaggar argamaniiru.
===========================
ሸገር ማይክሮ ፋይናንስ በባሌ ሮቤ ከተማ አዲሱን ቅርንጫፉን አስመረቀ
ሸገር ማይክሮፋይናንስ ዛሬ ህዳር 13 ቀን 2016 ዓ.ም በባሌ ሮቤ ከተማ አዲስ ቅርንጭፍ (# ሮቤ ቅርንጫፍ) አስመርቆ ስራ አስጀመረ፡፡
የምረቃ ስነ-ስርዓቱ ላይ ክቡር እንግዶች፣አባ ገዳዎች፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ባላአክሲዮኞች፣ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ተስፋዬ ረታ ፣ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች እንዲሁም የማይክሮፋይናንሳችን ስራ አስፈጻማዎች እና ሰራተኞች በተገኙበት በድምቀት ተካሄዷል፡፡
# Sheger Microfinance
#BETTER TOGETHER
