cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

SIGMA BOY

Best motivational channel

Show more
Ethiopia10 828The language is not specifiedMusic52 696
Advertising posts
613
Subscribers
+324 hours
+17 days
+24830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

💎Notcoin ያመለጣቹ ይሄ እንዳያልፋቹ ይሄ Airdrop  👆tap tap በማድረግ Coin ሰብስቡ 🎁 ስትመዘገቡ 2500 Coin ይሰጣችኋል 🎁 በተጨማሪም ሚሰሩ taskoch አሉ ቶሎ ስሩ https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1680816849 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1680816849 📹Video Link
Show all...
00:18
Video unavailableShow in Telegram
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
💎Notcoin ያመለጣቹ ይሄ እንዳያልፋቹ ይሄ Airdrop  👆tap tap በማድረግ Coin ሰብስቡ 🎁 ስትመዘገቡ 2500 Coin ይሰጣችኋል 🎁 በተጨማሪም ሚሰሩ taskoch አሉ ቶሎ ስሩ https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1680816849 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1680816849 📹Video Link
Show all...
Jireenya jettee ati addunyaa kanarratti jiraattu kun yeroo hundaa akka ati feete siif hin taatu. Wanti ati har'a of harkaa qabdu guyyaa tokko akka dhabdu beekuu qabda. Mee fakkeenya tokkon siif fudhadha:- Nama ati hedduu jaalattu yeroo hundaa of biraa dhabuu hin feene yoo dhabdemmoo jireenyi kee hiika akka hin qabnetti fudhattee ija kee irraa buqqisuun illee si sassachiisu osoo of biraa du'aan dhabdehoo?? Ykn namni sun akka ati isa jaalatutti si jaalachuu dhiisee onneekee madeessee osoo deemehoo?? Argitee jireenya kana gaafa jiraattu dhiphinaaf, dhabaaf, gaddaaf, rakkinaaf qophaa'aa ta'uu qabda. Sababni isaas yeroo hundaa gammachuun hin jiru gaddi ni jiraata, jaalalli akkuma jiru jibbis ni jiraata, wal arguun akkuma jiru gargar bahuunis ni jiraata. Nama jaalatturraa gargar bahuu yaaduun ulfaataa ta'us guyyaa tokko dirqama nama sanarraa adda ni baata kun seera uumamaati! Kanaaf gammachuun yeroo hundaa waan hin jirreef gaddaaf of  qopheessi. Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin, jireenyi rakkina kanaa booda akka waan hin jirreetti fudhattee mataa hin cabiin jabaadhu. Bor guyyaa addaa ta'uusaa bari. Jireenya addunyaa kanaa salphisuus ulfeessuus kan danda'u suma mataa keedha. Al tokko tokko rakkinoota nu quunnamanirra rakkinichaaf deebiin nuti kenninu hedduu nu miidhu kanaaf jireenya kee salphistee jiraachuu yoo feete wanta har'a argite boru akka hin jirre, akkasumas adda bahuu namni ati hin feene guyyaa tokko akka irraa adda baatu beektee yeroo hundumaa qophaa'aa ta'uu qabda Halkan akkuma jiru bariin illee ni dhufee halkanicha akka seenaatt ni haasofta, hin darbu wanti ati jette darbee boqonnaa haaraatti ni ceeta guyyichas seenaa jettee dubbatatta. Kan jaalatte si jibbus kan abdatte si ganus godoon ati ijaarratte si jalaa diigamus guyyaa tokko hunduu darbee galmee seenaa keerratti ni galmaa'a Kanaaf yeroo hundumaa ati nama jabaa akka taateefi rakkinni si moo'uu akka hin dandeenye ofiiti dubbadhu! Gochi ati gootu firii yaada kee waan ta'eef waan gaarii yaaduu shaakali yeroos waan gaarii hojjetta jireenya kees salphistee jiraatta. Sababa malee namni kamuu addunyaa kanarratti hin uumamu atis akkasuma sababa dhalatteef qabda kanaaf gaafa rakkinni sitti dhufu guyyaa uumama kee hin abaariin! Dukkana booda ifni ni jira dukkanni har'aas darbee kaleessa ni ta'a isas borirra dhaabattee ni haasofta.... Ati uumama kaleessaafi boru walitti araarsitee har'a jiraachuu danda'udha kanaaf ati yeroo hundaa nama addaati!! Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'iin ergaa kooti. Jijjiramaa dhugaa argachuuf join our channel
Show all...
✅Xiinsammuu✅
✅Buuhartii jireenyaa✅
✅Hiree keenyaa murteeffachuuf✅
✅Haala jiruu fi jireenyaa dhala nama✅
✅Buurqaa Beekumsaa✅
✅develop subconscious mind✅
✅Hiikaa jalaala✅
✅madda jijjiramaa ✅
✅Oguumaa jireenyaa✅
✅Dhamsaa hayyootaa✅
✅Leenjii jijjiraamaf ✅
✅inter ✅
❌ No
🆗
💎Notcoin ያመለጣቹ ይሄ እንዳያልፋቹ ይሄ Airdrop  👆tap tap በማድረግ Coin ሰብስቡ 🎁 ስትመዘገቡ 2500 Coin ይሰጣችኋል 🎁 በተጨማሪም ሚሰሩ taskoch አሉ ቶሎ ስሩ https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId1680816849 https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId1680816849 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium 📹Video Link https://youtube.com/shorts/9gOcE-0V_B8?si=N_GBtji4ctdcvKoP
Show all...
#music Ethiopian sigma boy #song #songlyrics #lyrics #lyric #addis #unstoppable #football #beautifu

Akk
Show all...
🤔 3
Selam n esh
Show all...
🤔 1
💎Notcoin ያመለጣቹ ይሄ እንዳያልፋቹ ይሄ Airdrop  👆tap tap በማድረግ Coin ሰብስቡ 🎁 ስትመዘገቡ 2500 Coin ይሰጣችኋል 🎁 በተጨማሪም ሚሰሩ taskoch አሉ ቶሎ ስሩ https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_1680816849 https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_1680816849 📹Video Link https://youtube.com/shorts/9gOcE-0V_B8?si=N_GBtji4ctdcvKoP
Show all...
¿¿¿ coin

secret coin