en
Feedback
Jechoota Hayyootaa

Jechoota Hayyootaa

Open in Telegram

❤️ Welcome To Jechoota Hayyootaa Channel ❤️ Gorsa, Jechoota jaalalaa fi kkf Guyya Guyyaan Argachuuf Channel Kanaaf Maatii Ta'aa.

Show more
1 906
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-2130 days
Posts Archive
#TronKeeper - Doolara 10 irraa baaseera...🕺 》Taphichi gadiqabuun(hold) kan taphatamu yoo tahe akkuma hiriyyaa 1 affeeruun ak
+1
#TronKeeper - Doolara 10 irraa baaseera...🕺 》Taphichi gadiqabuun(hold) kan taphatamu yoo tahe akkuma hiriyyaa 1 affeeruun akka gadi qabnu carraa nuuf laata. 》TRON fi USDT dhaan kallattiidhaan namaaf kafala. 》Hiriyyoota 10 yoo affeerre TRON 1 arganna. Kanaafuu walaffeeruu qabna jechuudha. TRON shani yeroo geessan kallattiin gara Binance, Bytbit fa'a ergachuu dandeessu.... 》Taphichi kana malees Carraa Lotorii akka Konkolaataa, Bilbilaa fi USDT biroos qaba. Hub: USDT baafachuun kan danda'amu yoo wallet baname ykn guyyoota 54 boodaadha. TRON garuu akkuma 5 argattaniin baafachuun dandeessu.... Link kanaan seenaa, Walaffeeraa carraa keessan yaalaa 👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=1253290277 Miseensotni account isaanii rakkoo qabu balance agarsiisuu dhabuu mala. Namni hanga ammaa taphachaa hin jirre jiraa? 🤔 Bilbila tokko irraa lakkoofsa adda addaatiin taphachuu hin danda'amu....👇👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=1253290277

Boinkers Elevoter Code today l Boinkers listing date l Boinkers Airdrop News l Boinkers Daily Code https://youtu.be/hBBC5Sem9fg?si=laDcRPLrkIbpC62P

Oromo Motivation 📣 Gorsa Shan (5) 💪 #Oromo #Motivation #jechoota https://youtu.be/JZdoa0cT29o

Gorsa Shan(5) 1. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjadhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama. 2. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama. 3. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef. 4. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha. 5. Yeroo keetti fayyadami. Kanin Dubbisnerraati Galatoomaa Telegram Keenya yeroo tokko join godhaa 👉 https://t.me/Jechootaa

Namoonni tokko tokko akka ati waliin turtuuf kan si eegan gammachuu dhiisun kan siif dhiphatan, irra deddeebin kan si kadhatan nama dhabanii ykn siin ala jiraachuu dadhabanii osoo hin taane, jaalalli kee waan booji'eefi/moo'ateefi. Ati garuu osoo kuni siif hin galin kan itti boontu taanan guyyaa tokko guyyaa murteesse, si yaaduu mitii akka ati uummamtellee dagachuu danda'a. Yeroo addaa isiniif hawweera. Telegram Keenya yeroo tokko join godhaa 👉 https://t.me/Jechootaa

👉Yeroo ati na dhiiftee deemtu san hedduu waa nan dinqine ture. 🦋Maaliif jennaan, 💔gargar bahuun laaftuu natti fakkaate. Gu
👉Yeroo ati na dhiiftee deemtu san hedduu waa nan dinqine ture. 🦋Maaliif jennaan, 💔gargar bahuun laaftuu natti fakkaate. Guyyaa itti aanutti tana booda, Anaafi Ati waliin/waliif akkan jiraanne yeroon yaadadhu sodaa guddaa natti dhaga'ame.💔 Akka waan magaalaa guddoo nama tokko hin qabne keessa kophaa deemu jiruttiin hadoodee jiruu wallaale. 🦋Gaddaafi gaabbiin natti wal dabre. ❤️‍🩹Yaa lubbuu jaalatamtuu yeroo deemtu san, akkuma waan mataa kee qofaan deemtee sitti fakkaatee? Garuu ati if qofaan hin deemne. Yeroo deemte san gadda onnee tiyya keeysatti biqilchitee, imimmaan keetiin guddisi anaan jette akka waan deemteeti. Yaa lubbuu,❤️‍🩹 lubbuun tiyya guyyaa san booda miiraan duwwaa taate. Eega gaafa sanii yaadaan kophaa tiyya taa'een si eegaa jira. Akka waan ati tana booda hin dhufnetti qalbiin na rakkatti. Mee haala akkam keeysa jirta? Tarii Onneen tee nama biraatiif dhiiguu jalqabuun ooltu. Yaa lubbuu, jecha lama qofaan "Gammadii jiraadhu" ja'eetiin si eebbisa. Gubataa gubaan hin gubu. https://t.me/jechootaa

photo content

Cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti
Cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef. ♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⌲         🔔 𝐋𝐢𝐤𝐞 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭  𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞  𝐔𝐧𝐦𝐮𝐭𝐞 https://t.me/Jechootaa

Jalqaba ofiif kenni yeroon jedhu ofittoo ta'i jechuu koo akka hin taane na hubatta jedheen yaada. Namoonni kan si jaalatanii fi si kabajan yeroo ati bakka ofiif kennituu fi cimtuudha. Ofgataa Rabbiyyuu ni gata jedhama mitiiree! Kanaaf of hin gatiin of kunuunsi of dinqisiifadhu. Nama du'e wajjin nama awwaalame beektaa? Nama gammachiisuu yaaluu dhaabi dura ofii gammadi. Muka lafa jiru eenyuyyuu garagalee hin ilaalu gaafa guddate garuu namni hunduu gaaddisaaf barbaada. Atis akkasumadha gaafa kufte Firri keeyyuu eessa akka ati jirtu quba hin qabu. Namoonni nama dadhabaa fi hiyyeessa hin barbaadan waan ta'eef nama cimaa ta'uu yaali. Lakki jechuu shaakali waan namni sitti fe'u hunda hin baatin. Abjuu kee irratti xiyyeeffadhu; isaafis jiraadhu. Namootaan dorgomuu dhaabi ati ofuma taatee akka jiraattuuf uumamte malee nama biraa akka taatuuf miti. Dureessi addunyaa kanaa Biilgeet akkas jedha "Oftuffachuu kan ati jalqabde gaafa namootaan dorgomuu jalqabdeedha" jedhe. @Jechootaa @Jechootaa

Mallattoolee Bilchinaa: ☞ Caalaatti dhiifama goota ☞ Jaalala hin dirqisiistu ☞ Salphaatti namatti hin murteessitu ☞ Dhukkubbii garaa ni Obsita ☞ Garaagarummaa ni kabajjaa ☞ Caalaatti sammuu banaa taata ☞ Lola waan hin taanee irratti bobba'uu irra callisuu filatta ☞ Gammachuun kee namoota Keessa keetii irratti hin hundaa'u. Bilchina sammuu @jechootaa @jechootaa

photo content

​​Gosoota Dubartootaa 15 Kan Bakka Bu’aa Hin Qabne.  ❤️ 1. Dubartii yeroo ati cabde si cinaa dhaabbatte. 2. Dubartii ati ishirratti haala hamaa goote garuu akkasumaanuu si bira turuu itti fufte. 3. Dubartii yeroo ati waan dhiheessituuf hin qabnetti waa siif dhiheessitee fi maallaqa isheetiin si deeggarte. 4. Dubartii ati sobdee gowwoomsitee garuu carraa biraa siif kennite. 5. Dubartii dhugaan si jaallatte si waliin ta'uu barbaadde garuu ati ishee itti fayyadamuu qofaaf tan barbaadde. 6. Dubartii yeroo ati dhiifama gaafattee hin beeknellee dhiifama siif goote. 7. Dubartii abjuu keetti amate osoo namni biraa tokkolleen hin amanne. 8. Dubartii qabsoo dhuunfaa ishee osoo qabduu cinaa kee dhaabbattee turte. 9. Dubartii sirraa homaa osoo hin eegin haalduree tokko malee Jaalala siif kennite. 10. Dubartii gammachuu keef kan ishee caalaa, fedhii ofii aarsaa goote. 11. Dubartii tuffii miiraa kan ati ishee tuffatte obsite tan sirraa abdii hin kutatin.. 12. Dubartii yeroo fagoo turtellee hariiroo keetif falmite. 13. Dubartii murtoo malee rakkoo kee dhaggeeffatte, jajjabinaa fi hubannoo siif dhiheessite. 14. Dubartii qorumsa naannoo ishee mudatullee siif amanamtee turte. 15. Dubartii yeroo hunda si ol kaaftu, hundarra fooyya'aa tan si goote. @jechootaa @jechootaa

Gosoota Dubartootaa 15 Kan Bakka Bu’aa Hin Qabne.  ❤️ 1. Dubartii yeroo ati cabde si cinaa dhaabbatte. 2. Dubartii ati ishirratti haala hamaa goote garuu akkasumaanuu si bira turuu itti fufte. 3. Dubartii yeroo ati waan dhiheessituuf hin qabnetti waa siif dhiheessitee fi maallaqa isheetiin si deeggarte. 4. Dubartii ati sobdee gowwoomsitee garuu carraa biraa siif kennite. 5. Dubartii dhugaan si jaallatte si waliin ta'uu barbaadde garuu ati ishee itti fayyadamuu qofaaf tan barbaadde. 6. Dubartii yeroo ati dhiifama gaafattee hin beeknellee dhiifama siif goote. 7. Dubartii abjuu keetti amate osoo namni biraa tokkolleen hin amanne. 8. Dubartii qabsoo dhuunfaa ishee osoo qabduu cinaa kee dhaabbattee turte. 9. Dubartii sirraa homaa osoo hin eegin haalduree tokko malee Jaalala siif kennite. 10. Dubartii gammachuu keef kan ishee caalaa, fedhii ofii aarsaa goote. 11. Dubartii tuffii miiraa kan ati ishee tuffatte obsite tan sirraa abdii hin kutatin.. 12. Dubartii yeroo fagoo turtellee hariiroo keetif falmite. 13. Dubartii murtoo malee rakkoo kee dhaggeeffatte, jajjabinaa fi hubannoo siif dhiheessite. 14. Dubartii qorumsa naannoo ishee mudatullee siif amanamtee turte. 15. Dubartii yeroo hunda si ol kaaftu, hundarra fooyya'aa tan si goote. @jechootaa @jechootaa