en
Feedback
Jechoota Hayyootaa

Jechoota Hayyootaa

Open in Telegram

❤️ Welcome To Jechoota Hayyootaa Channel ❤️ Gorsa, Jechoota jaalalaa fi kkf Guyya Guyyaan Argachuuf Channel Kanaaf Maatii Ta'aa.

Show more
1 906
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-2130 days
Posts Archive
photo content

photo content

photo content

ሁሉንም ያስደነገጠው የ Ethiopian ሴቶች የወስብ አሳፋሪ ቪዲዮች ተጋለጡ #ethiopianmusic #ethiopiantiktok https://youtu.be/gTKe7j9Z4kM?si=TlWz8bHbsVgXvgMJ

@jechootaa Join share
+3
@jechootaa Join share

photo content

Maa#llaqa, Jaalaala Dhugaa Moo Umrii? Dhiirtii Umriin Kee 18- 25 Jidduu jiru, Yeroo Kee Gubaa Jirta. Sister Yeroo Heerumuuf Jettu Dirqama Waantota kana Gadii Giddugaleeffachuu Qabda. #money #love #jaalala #maallaqa #age #relationship #darkhumor #relationshipgoals #lifelessons #lifehacks #motivation #inspiration #lifechoices #relationshipadvice #lifeadvice #personalfinance #selfImprovement #ፍቅር #ገንዘብ #ዕድሜ #ግንኙነት #ህይወት #ምክር Video Kana Daawwadhaa! Watch Video 👇👇 https://youtu.be/vS-Oh2jrUb8?si=dU3mhvicoInN5WG_

photo content

Waanti har'a akka qoosaatti bira dabarru bor gatii nu kaffalchiisa. Kunimmoo jireenyadha qoosaa miti.waanti ifa ta'u qabu garuu akka kanattis akka sanattis ni jiraatama. Wal dhiphisuu osoo hin taane dammaquun dirqmadha. Bor ilkaan qaruuf aaruun hin barbaachisu. Barnoota gaggabaaboo fudhaa, maddi galii baay'ifadha. Qabeenya dhaabataa wayii qabaachuuf yaalaa. Yoo akkas ta'e gammadaa gara mana keessanii galtu. NB ✍️Rakkooitti baruu osoo hin taane keessaa bahuuf haa tattaafannu. ✍️Hiyyeessi film qofaa irratti jaallatama. ✍️Dhugaa dubbachuun firooma hin kutu @jechootaa @jechootaa

Qarshii, Jaalaala moo umrii ======================== ✍️Yeroo tokko tokko dubarri tokko hiriyaa dhiiraa lamaaf isaa ol yeroo qabatan sirridhaay laata jedheen yaada. Waanti filannoo hin qabne rakkisaadha. Yoo filaannonkee jalqabaa sun mucucaate har'a kaatee har'a heerumuun ni cima. Ammaf ammatti namuma ta'e duukaa akka ja*bbii deemaa galuunis ni cima. Kanaafuu side namni ta'e ni barbaachisa. Durboonni abshaalli onnee isaaniif ija isaanii gargar baasanii itti fayyadamu. Onnee isaanii eeggachaa ija isaaniin immoo si eeggachaa jiraatu. Sitti hin siqan sirraa hin siqan. Nama biraa side qabaachuun gaariidha kan ani jedhe...bakka hundumaa deemaa nap godhaa jechuu koo miti. abshaalonni na hubataniiru. ✍️Jechoota namoota waa of harkaa hin qabne ittiin jajjabeessan keessaa tokko isa qarshiin jaalala hin bitu jedhan iyya Ritimii hin qabnedha. Addunyaa kanarras filmoonni miliyoonaan lakka'aaman kanneen yaada kana deeggaran hojjetamaniiru. kunis Filmii "TITANIC " Hamma filmii biyya keenyaa kan of keessatti hammatudha. kitaabonni hedduunis barreeffamaniiru. Anaaf kan naaf hin galle garuu barreessitonni filmiis ta'e kitabaa maaliif dhugaa hamma kana guddatu dhoksuuf dhama'an laata! ✍️Manneen amantaa hedduu keessatti yeroo waaqa hiyyeessotaa, waaqa rakkattootaa....jedhamee kadhatamu bal'inaan dhageenyeerra. Yeroo tokkommoo isuma sirrii waaqni dhimma sooressaa waan qabu natti fakkachuu dhiisee ture. Sooressoonni waan darabaa dhufan natti fakkaata ture. Garuu isinis sammuu keenya eeguuf akka ta'e naaf gala. Jajjabina hundee hin qabne nu jajjabeessitan, sooressi mootummaa waaqaa hin galu jettanii hiyyummaattii dabarsitanii nu kennitan. hiyyeessa ta'uu keenya nutti himaa nutimmoo hojjennee keessaa baana. ✍️Yeroo baay'ee "hiriyaan koo isheen duraa waanan hiyyoomeef na dhiiftee sooressatti heerumte" oduu jedhu dhageenya. Namni kamuu hariiroo jaalala kufe keessatti sababa kana kaasa. Yaa namicha dhibaa'aa akkas jettee himattu nanaa atillee barreeffama kanayyuu dubbistee fixuu dhiboofta. Ani garuu sittan hima isheen ammaas si dhiistee deemuuf. Hiyeessa jechuun dhibaa'aa jechuudha. Nama hiyyeessa kamiyyuu duuba yookan hiriyaa dhibaa'aa ,yookiin sammuu dhibaa'aatu jira. Isayyuu isa ati hiyyummaa keetti amantee duukaa osoo jiraattu garuu hiyyeessa jedhamuu hin barbaannedha.😁😁😁 ✍️Sister yeroo heerumuuf jettu yoo dandeesse waantota kana gadii giddu galeeffadhu: *Bareedina qaamakee (nama qabu hawwatta) *dandeettii sammuukee (hojjettee of jijjirta) yoo kun lamaan si didan carraa inni dhumaa akka taatu taatee nama dhibaa'aa jalaa miliquudha. Maaliif hiyyeessatti heerumtee qoonqoo duuta? Qullaa deemta? hojjennee keessaa baana inni jedhamu gosoota sadarkaalee jinjenaan sun keessa darbu ta'uu mala ;hamma hojjetee keessaa ba'utti eeguu dandeessa umriin garuu warranty hun qabu. Yoo ta'uu baate tikkeettii biraa kuti (bus) Baasiin guutee akka hin nyaatamne. Dubarri abshaalli umrii isheettI fayyadamti; kaan immoo jaalalli jiraannaan qarshiin ni dhufaa jechaa haaaa jetti. Umriin as hin deebi'u. Gamni namarraa barata gowwaan ofirraa barata jedhu mitiree ✍️Dhiira taatee umriinkee 18-25 taanaan hariiroo jaalalaa amma ati deemsisaa jirtu yeroo gubuu qofaadha. Durboonni umrii si caalaan namoota soddomoota ykn afurtamoota keessa jiran waliin gaayila dhaabuu barbaadu. Warri umriin siin gadiimmoo umrii chocolate n gowwoomfamuu irrallee waan darban miti. Yeroo jalqabaa nama jaallannu waan fuunu nutti fakkata. Turtii booda garuu waant kamuu temporary akka ta'e nuuf gala. Jaalalli durbaa conditional dha. ✍️Yaa namoota filmii hojjettanii nu jajjabeessitanii galanni keenya guddaadha. Ijoolleen sooressaa akka hiyyeessa malee hin jaallanne akka ajaa'ibaatti nutti agarsiiftanii abjuudhan #Parisitti nu bashannansiiftaniittu. Hiyyeessota baay'ee taanee bakka taa'aa jirra, sooressonni hedduunis asiin darbaa jiru Maaliree durboonni isaanii dhufanii "Pick" nu gochuu didan hoo😀😀😀😂 eegnee nuuf game. Konkolaataan isaanii didees dhufanii gargaarsafaa nu gaafachuu didan ija babaasnee du'uuf jenna.

“Amantiin kee yaada kee ta’a. Yaadni kee dubbii kee ta'a. Dubbiin kee gocha kee ta'a. Gochi kee amala kee ta'a. Amalli kee gatii kee ta'a. Duudhaaleen kee hiree kee ta'u. Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.”✨ - Mahatma Gandhi @Jechootaa

Yeroo tokko tokko mo'icha guddaaf dursa mo'amuu fudhatta. Duubatti deebi'uun hundi kufaatii miti--yeroo baay'ee, tarkaanfi karaa sirrii ta'e irraati, yoo akka waan yeroo saniif si hin gammachiifne ta'eyyuu. Rakkinni cimaan jireenyaa yeroo baay'ee barumsa nuti guddachuuf barachuu qabnu kan nu barsiisuu fi wanta caaluuf nu qopheessuu keessatti gahee guddaa taphata. Yaadadhu, kasaaraan tokko tokko injifannoo guddaaf daandii kan qulqulleessuu dha. Adeemsa isaa amani, obsa qabaadhu, akkasumaas, gufachuun kee hundi gara mo'icha siif yaadametti akka si dhiyeessu beeki. ✍🏻 Jechoota Ogummaa ✍️ @Jechootaa Join 👈

12 Seerota Hawaasummaa. 1. Yeroo namni haasa'u addaan hin kutin. 2. Nama tokko bifa isaatiin hin madaalin.  Sababa kanaan namoonni hedduun carraa dhabaniiru. 3. Yeroo hunda iddoo dhuunfaa nama tokkoo kabaji. 4. Waa'ee nama tokkoo gonkumaa waan tokko hin tilmaamiin.  Yoo dhimmamteef isaan waliin haasa'i. 5. Yeroo dogoggorte dhiifama gaafadhu.  Boonni gonkumaa waan gatii guddaa qabu siif hin dabalu.  Ka qabduu sirraa hir’isa.  6. Waa'ee nama dugda duubaan jiruu hamatin.  Waa’ee isaanii akkasuma akka gootu dhaggeeffattootatti karaa itti himattudha. 7. Yoo ulfaataa ta'ellee amanamaa ta'i.  Akkasumas dhugaan yoo si dhukkubsellee Lakki yoo jedhi.   8. Miidiyaa hawaasaa irratti oduu hin facaasinaa. 9. Waa'ee namootaa ijaan ilaaluun hin tuffatin ykn yaada hin malle hin dubbatin. 10. Akka itti ilaalamuu barbaaddutti namoota biroo ilaali. 11. Yeroo dandeessutti gargaarsa kenni, garuu akkas gochuuf hin dirqamin. 12. Aariin kee gocha kee akka to'atu hin heeyyamin. @jechootaa

Share this video. Amplify our voices. Let the world hear Salale's cry. Their pain is our pain, Let's amplify the voices of Salale! Together, we can make a change. Speak out for Salale 📢 Share, comment, and spread awareness. #Salale #Oromo #Ethiopia #StandWithSalale #HumanRights https://vm.tiktok.com/ZMh7USpb2/