Jechoota Hayyootaa
Open in Telegram
β€οΈ Welcome To Jechoota Hayyootaa Channel β€οΈ Gorsa, Jechoota jaalalaa fi kkf Guyya Guyyaan Argachuuf Channel Kanaaf Maatii Ta'aa.
Show more1 906
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-2130 days
Posts Archive
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam #JoinUsNow #invite #jechoota #kakuush #jechootagaggaarii #oromomusic #oroquote #ethiopian #motivationalquotes #oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam #JoinUsNow #invite #jechoota #kakuush #jechootagaggaarii #oromomusic #oroquote #ethiopian #motivationalquotes #oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam #JoinUsNow #invite #jechoota #kakuush #jechootagaggaarii #oromomusic #oroquote #ethiopian #motivationalquotes #oromo
1 906
ββHumna Waan Tokko Gadi Lakkisuu: Kan Dabre Irraa Bilisa Of Baasuu.
Wanti Hundi Sibira Turuuf kan Yaadame Miti.
Obboleessa koo, obboleettii koo, jireenyi kun imala qabatanii wantoota kan gadi dhiisuudha. Garuu yeroo baayβee, dhukkubbii, gaabbii fi hariiroo cabe yeroo dheeraaf baannee deemna. Mee harβa si yaadachiisa: Wanti hundi jireenya kee keessa turuuf kan yaadame miti.
Wantoonni tokko tokko namoonni, muuxannoowwan si barsiisuuf qofa malee si waliin turuuf miti. Taβus ni jijjiiramu ykn haala kamiinuu ni xumuru jennee itti maxxanna. Dhugaa jiru yoo ilaalle, waan kana booda si hin tajaajille qabachuun sitti ulfaata.
Gadi dhiisuu jechuun kuftee ykn harka kennite jechuu miti. Waan haaraaβwaan fooyyaβaa taβeef bakka kennite jechuudha. Dhukkubbiin kaleessaa si hin ibsu, garuu dandeettiin kee gara fuulduraatti tarkaanfachuu si ibsuu danda'a.
Of gaafadhu: Maaliif kana qabadhee jira? Guddina koof na gargaaruu moo duubatti na harkisu? Yoo deebiin isaa ifa taβe, yeroon itti gadhiisuu qabdu amma. Hariiroo summii of keessaa qabu of irraa dhiisaa. Dogoggora darbe gadi dhiisaa. Waan nagaa kee hatu kamiyyuu gadi dhiisi.
Dhugaa kana hubadhu: Waan of duubatti si deebisu yeroo gadhiifte guddina, jaalalaa fi carraa jireenya kee keessatti dhufuuf bakka kennita. Salphaa miti, garuu barbaachisaadha.
Waan duuba kee jiruun hidhamuu osoo hin taane bilisaan jiraachuun siif mala. Kanaaf har'a adeemsa gadhiisuu jalqabi. Dhiifama ofiif godhi. Namoota biroofiis dhiifama godhi. Fuuldura kee harka banii hammadhu.
Xumurri hundi jalqaba haaraa akka taβe yaadadhu. Guyyoonni kee gaariin ammallee fuuldura kee jiru.
Kana irratti maal jettu? Humna gadhiisuu si mudatee beektaa?
Qabiyyee kaka'umsaa fi dhugaa dabalataaf na hordofaa.
@jechootaa
@jecgootaa
1 906
Of Hin Gatin Nama Koo! Dubbisaa, Isin Fayyaduu Mala.β¨οΈβ¨οΈ
Nama Si Hin Jaalanneef Ykn Nama Ati Filannoo Isaa Hin Ta'iniif Jettee, Yeroon Ati Miidhamtee, Boochee, Garmalee Gaddaan Dabarsaa Jirtu Kun Gaafa Tokko Yeroo Of Duuba Deebitee Of Yaadatte Ofitti Qaanfatta, Ofitti Kolfuuf Teessa Dhugaa.
Jaalala Jaalala Jettee Of Rakkita. Akka Waan Nama Jaalatte San Yoo Dhabde Jiraachuu Hin Dandeenye Ofitti Fakkaatta, Ykn Akka Waan Duutuu Sitti Fakkaachuudhaan Kan Nama San Dhabuun Garmalee Sitti Ulfaatee Ammallee Ofii Kee Namaaf Jettee Gaddaan Rakkaa Jirtu Kun...
An Kan Siif Himu, Yeroo Dhufaa Jiru Tokko Keessatti Of Duuba Deebitee Gaafa Waan Ati Har'a Dabarsaa Jirtu Kana Of Yaadattetti, Ofitti Kolfita, Ni Qaanfatta. An Gaafa San Maaluman Ta'e? Jettee Of Taajjabda.
Kun Waan Namaa Hunda Qunnamuu Danda'uu dha Jedheen Yaada. Sababni Isaas Yeroo Keenya Keessaa Baay'een Kan Gubatu Wantoota Nuuf Hin Barbaachifne Tokko Tokko Akka Nu Barbaachisu Mirkaneessuuf Jennee Oliif Gadi Osoo Fiignuu dha. Keessattuu Yeroo Ijoollummaa Qabnutti Miidhama Hamaa Akka Malee Nama Dhukkubsu, Kan Akkaataan Nuti Wantoota Itti Of Hubachiifnu Garmalee Xiinsammuu fi Miira Keenyaa Irratti Miidhaa Fidu Baay'ee Keessa Darbina.
Garuu Yeroo Bilchaatte Ykn Umrii fi Hubannaan Kee Yeroo Dabalaa Dhufeetti Wantoota Jireenya Kee Keessatti Si Barbaachisuu Fi Si Hin Barbaachifne Addaan Baaftee Beekta. Waan Akka Si hin Barbaachifne Sammuu Kee Amansiifte Tokko Maal illee Haa Ta'uu, Hammamuu Haa Miidhaguu, Garuu Salphiftee Laaltee Bira Darbuu Dandeessa. Kan Si Barbaachisu Immoo Qaamaa Fi Qalbiin Akkasumaas Adeemsa Tasgabbii Qabuun Hordofta.
Ati Har'a Filannoo Nama Tokkoo Ta'uu Dhabuun Kee Kun Garmalee Si Aarse, Si Dhukkubse, Of Si Jibbisiisaa Jira,
Miira Gad Aantummaatu Sitti Dhaga'amaa Jira.
Obboleessa Kiyya Obboleetti Tiyya Inumaa Namni Filannoo Isaa Isin hin Godhatin Xaaxumaahu / Dararaa Isinirraa Hambisee Bar. Akka Of Dhaggeeffattan, Akka Waa'ee Jireenya Dhuunfaa Keessanii Teessanii Yaaddan, Jireenya Kee Karaa Kam akka Fooyyeessitu, Of Guddisuu, Of Ijaaruu Keetirratti xiyyeeffachuuf Daran Akka Yeroo Argattee Nama Cimaa taatuuf, Yeroo fi Tasgabbii Siif Laachaa Jira
Kanaafuu Namni Kun Galatoomfamuu Qabaa. π Kun Warra Hubataniif Qofa Gala.
Wantootni Hubannoodhaan Hordofanii Fi Wantootni Akkuma Guyyaan Namatti Fidetti Jala Deeman Jidduu Garaa Garummaa Guddaatu Jira.
Kitaabaan Barreessaa Jiru keessaa kan fudhatamee dha. Akkamitti Ilaaltan? Yaada Keessan Naaf Qoodaa.
Barreessaa
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam #JoinUsNow #invite #jechoota #kakuush #jechootagaggaarii #oromomusic #oroquote #ethiopian #motivationalquotes #oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam #JoinUsNow #invite #jechoota #kakuush #jechootagaggaarii #oromomusic #oroquote #ethiopian #motivationalquotes #oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
α₯α»αα αα α¨αα«α³αα α°α α α£α α α°αα αα | A Man Who Spends Time Alone Is Very Dangerous | Ethiopian motivation
https://youtu.be/JxHqoRdfEwI
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota Hayyootaa || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
1 906
Jechoota || Oromo Motivation π§‘
https://t.me/Jechootaa
.
.
.
#JoinOurTeam
#JoinUsNow
#invite
#jechoota
#kakuush
#jechootagaggaarii
#oromomusic
#oroquote
#ethiopian
#motivationalvideo
#oromo
