cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Firaa'ol Afandii ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ

Yooyyaa kabajamoo hordoftoota keenyaa, Baga gara chaanallii keenyaatti nagaadhaan dhuftan. Chanaallii kanatti makamuu keessaniin jechoota mimmiidhagoo nama onnachiisan hedduu ni argattu. @Firaaol_Afandii Join godhaa ammuma nutti dabalamaa

Show more
Finland2 523The language is not specifiedMotivation & Quotes
Advertising posts
242
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
. โ€œAnaa fi isa jidduu wanti jaalala caalu hin jiru. Ergaan isaan wal baree akka waan waggaa dhibba na cinaa tureetti, isaaf isa qofa tahe jiruun kooโ€โ™ฅ๏ธ . โค๏ธJaalalti miidhaa miti !๐Ÿ‘Œ :ยจยท.ยทยจ:  `ยท.   @Firaaol_Afandii ๐ŸŒน
Show all...
โค 2
"jibbi kan garaati, jaalalli ammoo kan lapheeti. Yaraa darbe kaasnee wal jibbuu irra gaariin wal jaalachuu wayya. Jibbi nu balleessa, jaalalli garuu nu milkeessaa". โค๏ธ๐Ÿง๐Ÿ˜ฑ @Firaaol_Afandii ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿงโค๏ธ
Show all...
โค 2
#Abjuu... โœ Waan qabdutti gammadii jiraadhu. Dabalii Abjuu horadhu... garuu waan hin qabne irratti sheenawuudhaan gammachuu amma harkaa qabdu uf jalaa hin balleessin. ๐Ÿ‘‰ Yaadattaa...!, wantoonni hedduun ati hardha harkaa qabdu kuni, yeroo wahii keessa abjuu kankee dheeraa turee... @Firaaol_Afandii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Wanta hunda akkuma itti laalaniin hin madaalamu. Sararri suuraa tanarra jiru tokko jallaan hin jiru. Hundi diriiraa dha! Wanti tokko tokko 'dhugaa namatti fakkaata' malee 'dhugaa' miti! Odeeffannoo dabalataaf Link kana ๐Ÿ‘‰@Firaaol_Afandii join godhaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
 hin gowwominaa Namoota tokko tokko yammu ilaaltuun nama sitti fakkaatu, garu yammu ija xinxallaan ilaaltu duwwaa akka tahan hubatta. wanta kana garu muslimoota irratti hin agartuu Alhamdulillah. https://t.me/Firaaol_Afandii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Gatiin_Bilisummaa_Meeqaa? Saree tokkotu jeedala huuqqattee jirtu argee akkana jedhaanii; "Yaa firakoo! Maaliif akkana of dadhabsiifta? Kanarraan cinatti, beelaafi balaa gammoojjiifi bosonaatti of laattee jirta! Kanarra, namatti dammaqi! Yoos, nyaataafi bakka jireenyaa bilisa ta'e argatta." Jeedallis gara saree sanaa ilaalaa, "Maalinni mormakee irra jiru kun?" jechuun gaafattiin. Sareenis "Cancala" jechuun deebisaafii. Dhumarratti, jeedalli dubbiin kun ajaa'ibsiise akkana jetteen; "Gabrummaatti furdachuurra, bilisaan huuqqachuu yookaan beela'uu wayya!" Wayyamoo wayya! โ€ขAnimmoo, gatiin bilisummaa hin madaalamun jedha.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#PALESTINE ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ @Firaaol_Afandii
Show all...
โค 2
Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. JOIN ๐Ÿ‘‰ โค๏ธ @Firaaol_Afandii โค๏ธ
Show all...
๐Ÿ“Œ Shamarran, waan afuriin dhiira caalu!    โ˜ž Amalaan,    โ˜ž Malaan,    โ˜ž Garraamummaan,    โ˜ž Sodaan ๐Ÿ“Œ Shamarran waan afuriin jiraatu!    โ˜ž Amantiin,    โ˜ž Obsaan,    โ˜ž Abdiin,    โ˜ž Jaalalaan ๐Ÿ“Œ Shamarran waan afur hawwu!   โ˜ž Gaa'ila godhachuu,   โ˜ž Qabeenya horachuu,   โ˜ž Ijoollee horachuu,   โ˜ž Gammachuun jiraachuu Join Us โฃ::::::::::::::โฃ Share โค๏ธ @Firaaol_Afandii โค๏ธ โค๏ธ @Firaaol_Afandii โค๏ธ
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.