GMS (Golden Media Service)
Open in Telegram
GMS is a private media which focused on Entertainment, News, Documentary and advertising products and Services. Our media is broadcasting in three languages. #Subscribe You Tube channel ! ππππ https://youtube.com/@GoldenMedia928?si=1Q8KBDbkAb2IDyz6
Show more263
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-430 days
Posts Archive
Gadhiifameera πππ
Yooyyaa harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaa, turtii Milkuu waliin goone kutaa 1ffaa isaa jabaa isiniin jennee jirra. Geessituu(Link) kanaa gadiin seenuun daawwachuun yaadaafi qeeqa keessan akka nuuf qooddan yoo isin affeerru gammachuu olaanaa waliin.
https://youtu.be/aJL0fATRlg0?si=0aGPIt405NQtNOTy
#Subscribe our YouTube channel!
Galatoomaa
Sababa sigigachuu lafaan, lammilee naannoo kibbaa, Godina Goofaatti, lubbuu dhabaniif waaqayyo yaa araaramu.
#GMS maatii fi firoottan, namoota boqataniif, jajjabina hawwa.
Baay'ee nama gaddisisaπ
Kabajamtoota Hordoftoota Miidiyaa Keenyaa.
Sagantaan #Gosa_Talk_Show kutaa 2ffaan kan Aab Jaarsoo waliin turtii taasifne amma gadhiifameera daawwadhaa. πlinkπ https://youtu.be/tDxyZRWWL-w?si=Xe05ta7r_oRRbmyX
Miidiyaa Dhaloota Haaraa
#GMS
#Subscribe now
+1
Gosa Barnootaa Fudhate Hundaa A+ Barataa Fide, #Martinuu_Toleeraa
#######################
Adoollessa 2, 2016 (GMS) Barataan Yuunivarsiitii Amboo Muummee "Accounting and Finance" #Martinuu_Toleeraa gosa barnootaa barate hundaayyuu A+ fiduun xumuree jira.
Maddeen keenya akka ibsanitti barataan Martinuu Toleeraa gosa barnootaa 52 barate hunda isaayyuu A+ fiduun qabxii olaanaa 4:00 (CGPA) fiduun Amboo Yuunivarsiitii irraa eebbifamee jira.
Barataa Martinuu Toleeraan gootummaa dirree barnootaa irratti agarsiifteef, Miidiyaan keenya (GMS) baga gammadde jechuu barbaada.
Madda :- TIKVA University
Miidiyaa Dhaloota Haaraa
#GMS
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
+4
Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa Barattoota Eebbisise
#########################
Waxabajjii 25,2016(GMS), Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa barattoota ogummaa garagaraatin barsiisaa ture eebbisisee jira.
Yuunivarsiitichatti qabxii olaanaan bara kanaa 4:00 ta'uu isaa maddeen keenya ibsan. Qabxiin kun kan galmaa'ee barataa muummee Istaatiskii(statistics ) kan ta'e, barataa Gaaddisaa Camadaa ti.
Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa,waggoottan 17'n darbaniif, barattoota ogummaa garagaraatin barsiisee eebbisisuun isaa ni yaadatama.
#GMS, Miidiyaa Dhaloota Haaraa!
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
Gadhiifameera
Out Now
#Gosa_Talk_Show
Sagantaa baay'ee Ajaa'ibaa kana itti dhiyaadhaa kutaa 1ffaa turtii Abbaa Gadaa Jaarsoo waliin gooneπππ
YouTube linkππ https://youtu.be/HokH4TE-nsU?si=M2sGBlI-6w32w7bf
Gadhiifameera
Out Now
YouTube Channel keenya #Subscribe taasisuun Sagantaa keenya hordofaa. Yaadaaf, qeeqa qabdan Saanduqa yaadaa(comment) nuuf barreessaa!
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa πlinkπ
YouTube https://youtu.be/Sd7So8WkDkU?si=wfGwupXKFKRD2YT4
πTelegramπhttps://t.me/gms0011
Daawwattottaa fi Hordoftoota #Gosa_Talk_Show
Sagantaa keenya torbee kanaatiin Dargaggeessa Cimaa fi waan danuu irraa barattan qabannee dhufaa jirra.
Sagantaan keenyas sa'atii 2:30 booda toora You Tube Channel keenyaa #Golden_Media_Service irratti argattu.
YouTube channel keenya 'Subscribe' nuuf taasisaa. Linkπhttps://youtu.be/CwgCGRbZIPQ?si=vAXZ18k-qvTNewJg
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
#GMS, Miidiyaa keessan!
#Gosa_Talk_Show
#Daawwadhaa
#WatchNow
Tapha Xumuraa "GC Cup"
irratti maaltu uumame?
#Subscribe our YouTube
Seenaa daawwadhaa Sagantaa addaa Linkπ https://youtu.be/CwgCGRbZIPQ?si=vAXZ18k-qvTNewJg
Join our Telgram π https://t.me/gms0011
GMS, Miidiyaa keessan!
#Golden_Media_Service!
#Watch Now
#Out Now
Dire Dawa University
GC Cup 2016 Final Game!
#Subscribe our You Tube channel for more videos!
Watch by link πππ
YouTube https://youtu.be/u0TbO454BMA?si=j3irq2FgzhCyI9ce
Join Our Telegarm Channel πlinkπhttps://t.me/gms0011
#Golden_Media_Service!
Watch Now
Out now
#Subscribe our YouTube Channel for more videos!
Color Day in Dire Dawa University.
Watch by link πYouTube Channel πhttps://youtu.be/EUwrEV3wi48?si=-anXnBypuBLdA9GV
Join Our Telegram Channel
Linkπ
https://t.me/gms0011
Gadhiifameera amma daawwadhaa
Watch Now
Subscribe our YouTube Channel https://youtu.be/05-NHK0IRoI?si=mluWIjMBsMnQob-1
Daawwattottaa fi Hordoftoota keenya Sagantaa keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaan kutaa 2ffaa torbee darbee turtii taphataa kilaba kubbaa miilaa Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa duraanii Abbaayyoo Eeliyaas waliin goone sa'atii muraasa booda kan isin biraan geenyu ta'a.
YouTube Channel keenya "Subscribe" godhaa.
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
αα© ααα
α΅ Watch Now
#Subscribe our You Tube Channel for more videos!
YouTube Channel linkπππ https://youtu.be/bcIPX055SSc?si=Md31MOmOFXOSRjtI
Telegram Channel link πππhttps://t.me/gms0011
Daawwadhaa! Watch Now! #Subscribe our You Tube Channel for more videos!
YouTube Channel Linkπππ https://youtu.be/UU29I-60Mdw?si=uaJZrza-8IRnPRM8
Telegram channel linkπ https://t.me/gms0011
α¨α΅α¬α³α α©αα¨αα΅α² "GC Cup" α α΅ααα¨αΆ αα© ααα
α΅ #α¨Okkotee_Studio αα αα¬ αα³ α GMS YouTube channel.
#Golden_Media_Service!
Qophii Addaa!
Yuunivarsiitii Dirree Dhawaatti torbanoota afran darbaniif taphni kubbaa miilaa "GC Cup" gaggeeffamaa ture, gara xumuraatti dhufaa jira.
Miidiyaan keenyas, #Okkotee_Studio waliin ta'uun qophii addaa qabatee dhufaa jira.
Sagantaan kun har'a galgala gama "you tube channel" keenyaan waan darbuuf, akka daawwattan affeerramtanii jirtu.
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
#GMS, Miidiyaa keessan!
Gadhiifameera! Amma Daawwadhaa!
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa π
https://youtu.be/DuDLmXxvQko?si=gl6kxz3srxOr9Hoz
Yooyyaa Harka Fuune, akkam jirtu?
Sagantaa keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaan taphataa kilaba Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa duraanii #Abbayyoo_Eeliyaas waliin turtii bareedaa goone. Kanaaf, kabajamtoota daawwattottaa fi hordoftoota sagantaa keenyaa akkuma baratame galgala kan isin biraan geenyu ta'a. Kutaa 1ffaa isaa 'YouTube channel' keenya 'Subscribe' gochaa nu eegaa!
Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
Saba guddaaf, waan guddaa!
#GMS, Miidiyaa keessan!
