cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

LAALOO MIIDIYAA

LMN_Oduu - Afaan oromoo @LAALOO_MIIDIYAA irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Oromiyaa, Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa! Argachuuf👉 @LAALOO_MIIDIYAA

Show more
Finland3 053The language is not specifiedNews & Media40 626
Advertising posts
793
Subscribers
+1024 hours
+1607 days
+45630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Ammuma baruu yoo barbaadde Seeni kaneen Armaan gadii 👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
✅Ammuma baruuf✅
😂😂Kolfaaf😂😂
😂Kee baruuf😂
🤔Kan namaa baruuf🤔
😂😂Ajaa'iba 😂😂
✍Walaloof✍
👍Join gochuuf👍
Channel keessan
Add your channel
Repost from N/a
Karaalee sasalphoo ittiin qarshii argatan kana ni beektuu Linkii start gochuu qofaan qarshii 50 hanga 500 guyyaatti hojjechuu ni dandeessu 1ffaa. Akkasumas linkii hojii 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Donearnbot?start=r04989312774 Nama 1 irratti qarshii 2 kaffala 2ffaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapela_bot?start=cidAbduu_kingref5681220703 Nama 1 irratti qarshii 3 kaffala Kanaaf irratti hojjechuun kaardii mobaayila keessanii of danda'aa
Show all...
Namoonni baayyeen mobaayil smart phone yoo qabaatanis Itti fayyadama isaa hin beekan. Mobaayil 📱 kee original moo Forget dhaa?..........
Show all...
⭕️👉Ammuma baruuf 👈✅️
👉⭕️Barnoota biroof👈✅️
👉⭕️Hojii online eegaluuf👈✅️
👉⭕️Akkataa fayyadama 📱 mobaayil 👈✅️
✅️Beekumsi keenya lammii keenyaaf ✅️
Photo unavailableShow in Telegram
Gaaffiilee badhaasaa bifa addaatiin Jalqabuuf qophiidha isinoo Qophooftanii? React 20 yoo guute Gaaffii badhaasaa Qarshii 50 qopheessinee jirra Kanaaf hirmaachuun jajjabaadhaa.
Show all...
Ammuma hirmaachuuf
✅Seenuuf✅
✅Join✅
Photo unavailableShow in Telegram
Gaaffiilee badhaasaa bifa addaatiin Jalqabuuf qophiidha isinoo Qophooftanii? React 20 yoo guute Gaaffii badhaasaa Qarshii 50 qopheessinee jirra Kanaaf hirmaachuun jajjabaadhaa.
Show all...
Ammuma hirmaachuuf
✅Seenuuf✅
✅Join✅
Photo unavailableShow in Telegram
Abbaan Alangaa Mana Murtii Yakkaa Idil-Adunyaa [ICC] Beeniyaamiin Neetanyehuu akka to’ataman ajaje Abbaan alangaa Mana Murtii Idil-adunyaa [ICC] yakka waraanaa raawwatan jechuun Ministirri Muummee Israa’el Beeniyaamiin Neetanyahuu akka to’annoo jala oolfamaniif ajaja dabarse. Dabalataan manni murtichaa hogganaan Hamaas Gaazaa keessa jiru Yaayyaa Siinwaar yakka waraanaa raawwateera jechuun akka to’annoo jala oolfamaniif ajaja dabarse. Kaariim Kaan hoggantoonni lamaan Onkoloolessa 7 bara 2023 irraa jalqabuun yakka waraanaafi yakka namoomaa raawwatameef itti gaafatamummaa qabaachuu isaaniif ragaa gahaan jira jedhan. Manni Murtii Yakkaa Idil-adunyaa teessoon isaa Heeg tahe, waggoota sadii tahaniif tarkaanfii Israa’el bakkeewwan Filisxeem keessaa qabattetti raawwataa turte qorachaa turuu beeksisera. Dabalataan erga Waraanni Gaazaa ammaa kun jalqabees waan tahaa ture qorachaa turuu
Show all...
🥰 3
Namoota telegram fayyadamaan hundaaf baga gammadan! channelin kanneen asii gadii qabiyyee fi odeefannoo isaanii irratti hundaa'uun hordoftoota, baayyee horatanii jiru. Nutis keessaa filatamoo Kan ta'an isin affeerree jirra. Kanneen hin beekne join godhadhaa. ❗️👇👇👇❗️
Show all...
🧭Gorsa jireenyaa 🧭
🧭Fayyaan Faayya 🧭
🧭Kolfaa fi bohaartii 🧭
🧭Jechoota Hayyootaa 🧭
🧭Barnoota amantaa 🧭
🧭Barnoota telegram 🧭
🧭Barnoota technology 🧭
🧭Barnoota fayyaa🧭
🧭Burqaa Wolaloo 🧭
🧭Qophii ispoortii 🧭
🧭Channeli diraamaa 🧭
🧭Qacarrii online 🧭
🧭Dalagaa online 🧭
🧭Jechoota Furtuu 🧭
🧭Xalayyaa jaalalaa 🧭
🧭Abaaboo miidhagduu 🌲
🧭Biiroo barnootaa O🧭
☝️☝️Join☝️☝️
⭕️⭕️Add channel ⭕️⭕️
⚡️⚡️Wave⚡️⚡️
"Dinagdeen Itiyoophiyaa dhibbeentaa 7.9 guddachaa jira" - Ministeera Karooraa fi Misoomaa ** Qormaatilee gara garaa keessatti dinagdeen biyyattii harka 7.9 guddachaa jiraachuu Ministeerri Karooraa fi Misoomaa beeksiseera. Ministeerri Karooraa fi Misoomaa, hojiilee gurguddoo ji'oota saglan darban hojjatame ibsa miidiyaaf kenneera. Raawwii hojiilee misoomaa gurguddoo ilaalchisuun ibsa kan kennaan Ministirri Karooraa fi Misoomaa Dr. Fitsum Asaffaa, Itiyoophiyaan qormaatilee gara garaa keessa jirattuus guddinni Dinagdee biyyatti bara kana haalumaa karoorfame 7.9 guddachaa jiraa jedhan. Guddinni Gama Qonnaan kan bara darbeen Yoo wal bira qabamu haalaa addaan dabaluudha kan himan. Bara darbee qamadiin lafa heektaara miliyoona afurirraatti omishame yoo ta'u, bara kana lafa hektara miliyoona 6.5 irratti facaafamuu fi ji'ootaa sagal qofaatti qamadiin kuntaalli miliyoona 80 ol argamuudha kan himan. @LAALOO_MIIDIYAA
Show all...
Laaloo Miidiyaa irraa odeeffannoo argataa jirtaaAnonymous voting
  • Eyyee
  • Lakki
0 votes
Laaloo Miidiyaa irratti oduuf odeeffannoon dhiyaatu si gammachiisaa?Anonymous voting
  • Eyyee
  • Lakki
0 votes