cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Gamta WBO

๐‡๐ข๐ซ๐ค๐จ๐จ๐ง ๐ ๐š๐ซ๐›๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ๐ง ๐ ๐š๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐๐ก๐š. ๐†๐š๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐Ÿ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข. ๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐Ÿ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ ๐š๐ซ๐›๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข. ๐€๐ค๐ค๐š ๐ฌ๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐Ÿ๐š๐ฅ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ช๐จ๐Ÿa!

Show more
Finland3 385The language is not specifiedPolitics30 963
Advertising posts
385
Subscribers
No data24 hours
+27 days
+730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

๐Ÿ‘ 2
Of-Eeggannoo Addaa Quba Qabaadhu ===============================[] ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Tooftaa RIB RIBย  gara baadiyyaati bobba'ee Sakata'insa gochuuf Dursani Waan Lama(2) adda Baasu.innis 1ffa).Naannoo Qeerroon Hawaasaa jiran adda baasu 2ffa).Naannoo WBO jiran adda Baasu.Ergi bakkicha adda baasani boodaย  bakka sanati RIB halkan Garee Lamaan adda Qoodamanii Bobba'u. ==================================[] RIB Garee 1ffaanย  garee uffata Siivili uffateeย  Socho'uudha.Gareen kun akka waan RIB irraa Miliqee WBOti makamuuf deemuuti Mandara Qotee bulaa keessa deemanii Qotee bulaatiin maaloo bilbilaa Qeerroo nuuf Waamaa. Daandiitu nu harkaa bade miliqaa jirra.Qeerroon WBOti geessani nu haa makan jedhu. Yookiin Maaloo " Qeerroon Hawaasaa"Warra amanoo ta'an Qofa nuuf waamaa. Bakka WBO jiraniti nu haa geessanii jedhu.Yeroo deeman kanati immoo shuguxi ,Bombi,Qawwee uffata Kobbortaa jala dhokfatani deemu.Nuti RIB keessaa dhokannee badaa jirra. karaa nu Agarsiisaa jedhani nama goyyomsu.Qotee bulaanis dhuguma se'anii ijoollee Qeerroo hawaasaa Waamani walitti fidani walin dubbachuu ni eegalu.Sobanii jechoota filatamoo ittiin Qeerroo Goyyomsani miidhageessani odeessu.Qeerroonis dhugaa itti fakkaatee wajjin haasa'uu eegalu.Garuu waan boodaan isaaniti dhufaa jiru hin beekan. ===================================[] RIB Garee 2ffaa Garee Uffata Militarii uffatee socho'uudha.Gareen kun immoo Hidhannoo guutuu qabatanii bosona keessa riphanii Naannicha marsanii dhoqatanii taa'uu.Gareen kun immoo erga Qeerroo Hawaasaa fi RIB warri uffata siivili uffatan qaamaan erga walbira ga'uu isaani adda baafatanii booda utuu hin turin dhufanii itti marsanii to'annoo jala oolchaa jiru waan taheef Qeerroo fi Qotee Bulaan keenya of eeggannoo tolchaa.RIB guyyaati gara guyyaati tooftaa addaa addaa jijjiiruun qeerroon keenya irra miidhaa guddaa geesisaa jiru waan taheef of eeggannoo tolchaa.
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Currently if we have to list the worst criminals on the planet from top to bottom, i am sure Abiy Ahmed and Demelash Gbremichael would make it top ten. แ‹ฐแˆ˜แˆ‹แˆฝ แŒˆ/แˆšแŠซแŠคแˆ แ‰ แŠ แˆœแˆชแŠซ แ‰ฐแ‰€แˆแŒ แ‹ โ€œแ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแŠ• แˆฐแˆ‹แˆแŠ“ แ‹ฐแŠ…แŠ•แŠแ‰ต แ‹จแˆšแ‹ซแ‹แŠฉ แ‰ฐแˆแˆ‹แŒŠแ‹Žแ‰ฝแŠ•โ€ แŠ แˆณแˆแŽ แ‰ แˆ˜แˆตแŒ แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ แŠ แˆœแˆชแŠซแŠ•แŠ• แŒ แ‹จแ‰€ แ‹จแˆšแˆ แ‹œแŠ“ แŠ แŠ•แ‰ฅแ‰ค แ‰ แŒฃแˆ แŠแ‹‰ แ‹ซแˆณแ‰€แŠแข แŠฅแ‹‰แŠแ‰ต แŠซแ‹ˆแˆซแŠ• แ‰ แ‹šแˆ… แˆฐแŠฃแ‰ต แŠจแŠ แ‰ฅแ‹ญ แŠ แˆ…แˆ˜แ‹ตแŠ“ แŠจ แ‹ฐแˆ˜แˆ‹แˆฝ แŒˆ/แˆšแŠซแŠคแˆ แ‹จแ‰ แˆˆแŒ  แ‹ˆแŠ•แŒ€แˆˆแŠ› แŠจแ‹ฌแ‰ต แ‹จแˆ˜แŒฃ แŠแ‹‰?
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Dhaamsa Hatattammaa Kutaalee magaalaa shaggar jedhaman keessatti dargaggoota dirqamaan gara waraanaatti akka ergamanif miseensoni pp namni tokkichi akka dargaggoo 5n fiduuf dirqamneerra jechun ijoolle hojii humnaa hojjeetan hunda dirqiin guuruun jalqabamee wanย  jiruf hunduu haalan akka ofeeggattanif waraqaa eenyummaa malee akka hin sochoone isiniif dhaamna.
Show all...
๐Ÿ‘ 2
"Waggaa Dhibbaa soba waliin firoomee jiraachuu mannaa, halkan tokkoofย  ollaa dhugaa bulee du'uu filadha. Nama akka keetiitiif gadi jettee hin jiraatin, uumaan wal-qixxeessee si uumee ammoo umee atin ufitti taateen ufi hin dabarsin, namuu ji'uma sagalitti dhalate waan ta'eef. ย ย ย  Daaraa-ardaan daaraa ardaa caalu; seenaadha, akkanaafuu seenaa kee hin-balleessini" jecha Jaal Boorataa Abbaa Biyyaa . Abbaa caquu har'ayyuu bakkii nutti qoofte. Jabaa seenaan dhaadu! ๐Ÿ’”
Show all...
๐Ÿ‘ 1
#Oduu_Gaddaa Godinaa Shawaa Kibbaa Lixaa Magaala Walisootti dargaggoota sabboontota ta'aan ajjeesun itti fufee jira. #Dagaggoo_Bilisummaa_Mogos guyyaa har'aa jechuun 02/05/2024 ganamaa obboroo sa'aatii 12:30 irraatti wajjiira polisii Bulchiinsa Magaala Walisooti baasudhan bakkaa Walgaa jedhamutti Waraanni PP Rasaasa itti roobsun ajjeesanii. Ummaatni karaa deemufi Jiraattonni naannoo sanaa osoo lubbuun isaa keessa hin bahiin qaqqabanii mana yaalatiin gahuuf yeeroo jedhanitti waraanni sirna Impaayera kanaa akkaa hin kaafamne dhorkanii osoo ijji ummaata arguu dhiigni isaa keessa dhangala'ee dhumuudhan lubbuun isaa baate๐Ÿ˜ญ. Ammaa maatii wareegama isaa kaafatanii deeman. #Bilisummaa_Mogos dhalataa Aanaa Wancii ganda baadiyyaa Sonqollee Qaaqee yoo ta'uu, Jiraataa Magaala Walisooti. Bilisummaan nama cimaa naamusaafi Aadaa Dudhaan jiraatudha.Bilisummaan bara 2008 hiriira magaala Walisoo irraatti waraana Impaayera kanaan rukutamee yaalii godhameen nama fayyeedha. Bilisummaan miseensa galmaa Amantii waqeeffaanna duudhaa ganamaa walisoo Liiban yoo ta'uu,ย  dheengaddaa Irreecha Tulluu Ayetuu irraatti hirmaate ture. Kaleessa galgalaa osoo innii cafee ta'uu hiriyoota isaa biraa fuudhanii deemanii har'aa rasaasa itti roobsun ajjeessan. Hireen dargaggoo Oromoo sirnaa kana keessatti haala sukkaanneessadhan kunoo ajjeeffamanii karaa irraatti dhiigni isaani dhangala'ee kufuu ergaa ta'ee kunoo waggaa shan lakkoofsiseera. Magaalaa kana keessatti akkumaan dheengaddaa gabaasee Dargaggoo milkiin erga wareegamee torbee hin guutne
Show all...
WBO jabeefadhu diinnii kallattii hundaan sirratti mari'achaa Jira. Kaabaan, kibbaan, lixaan , kibba bahaan,ย  Bahaan fi GGn sanyii Oromoo duguuguuf hojiitti jitti diinnii. Oromoo yoomuu caala dammaqinaan ofeeggadhu qabsoo kees jabeefadhu.
Show all...
#Oduu_Gaddaa Godinaa Shawaa Kibbaa Lixaa Magaala Walisootti dargaggoota sabboontota ta'aan ajjeesun itti fufee jira. #Dagaggoo_Bilisummaa_Mogos guyyaa har'aa jechuun 02/05/2024 ganamaa obboroo sa'aatii 12:30 irraatti wajjiira polisii Bulchiinsa Magaala Walisooti baasudhan bakkaa Walgaa jedhamutti Waraanni PP Rasaasa itti roobsun ajjeesanii. Ummaatni karaa deemufi Jiraattonni naannoo sanaa osoo lubbuun isaa keessa hin bahiin qaqqabanii mana yaalatiin gahuuf yeeroo jedhanitti waraanni sirna Impaayera kanaa akkaa hin kaafamne dhorkanii osoo ijji ummaata arguu dhiigni isaa keessa dhangala'ee dhumuudhan lubbuun isaa baate๐Ÿ˜ญ. Ammaa maatii wareegama isaa kaafatanii deeman. #Bilisummaa_Mogos dhalataa Aanaa Wancii ganda baadiyyaa Sonqollee Qaaqee yoo ta'uu, Jiraataa Magaala Walisooti. Bilisummaan nama cimaa naamusaafi Aadaa Dudhaan jiraatudha.Bilisummaan bara 2008 hiriira magaala Walisoo irraatti waraana Impaayera kanaan rukutamee yaalii godhameen nama fayyeedha. Bilisummaan miseensa galmaa Amantii waqeeffaanna duudhaa ganamaa walisoo Liiban yoo ta'uu,ย  dheengaddaa Irreecha Tulluu Ayetuu irraatti hirmaate ture. Kaleessa galgalaa osoo innii cafee ta'uu hiriyoota isaa biraa fuudhanii deemanii har'aa rasaasa itti roobsun ajjeessan. Hireen dargaggoo Oromoo sirnaa kana keessatti haala sukkaanneessadhan kunoo ajjeeffamanii karaa irraatti dhiigni isaani dhangala'ee kufuu ergaa ta'ee kunoo waggaa shan lakkoofsiseera. Magaalaa kana keessatti akkumaan dheengaddaa gabaasee Dargaggoo milkiin erga wareegamee torbee hin guutne
Show all...
Odeessa Wachaamoo University keessatti poolisoonni alaa galuun baratoota maallaqa baankii deebisaa jechuun mana hidhaatti guuraa jiru.
Show all...
Of Jajjabeessuu Warra Du'aatu Caala Jedhan. Opireeshiniin Milkaa'uu Dhabnaan PPn, Kijibatti Kaate Diinni gaafa milkaa'uu dhabu olola kijibaan gurra uummataa duucha. Sochiin Opireeshinii hanga ammaati gaggeeffameen sochiin WBO, qulqullaa'eera jechuun murni Biltsiginnaa kijibaan uummata jaanjessuutti gadi baate. Karoora sochii Opireeshinii tibbanaatiin akeekaa fi karoorri sochii WBO, Mootummaa jalaa waan badee jiruuf murni Biltsiginnaa haalaa fi sochii argama WBO, adda baafatani beekuuf RIB Aanaa irraa gara Aanaati, Godina irraa gara Godinaati, Godina irraa gara Naannooti humna RIB sochoosaa jirti. Yeroo RIB iddooti socho'u diinni karoora hoji isaa ni eegala. Diinni Keenya bakka miliqee jiruuti as bahee ni mul'ata.Yeroo diinni mul'atu tarkaanfii miliqanii riphanii haleeluu gaggeessina waan jettu fakkaatti Biltsiginnaan. Maaliif Waraanaa hanga tokko hambisanii gara bakka biraati jijjiiraa jiru laata? Qeerroo fi sabboontonni eeruu kennaa. Akka odeessa adeemaa jiruutti karooraa fi sochiin faanaa WBO nu harkaa badee jira jechaa akka jirtu keessa beektonni ni dubbatu. Kana malees, lolli Kaabaas daran hammaachuuf akka jiru dubbatamaa Jira. Oromiyaan Biyya!
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.