cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kakuu Studio

❍ Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu: » Barnoota Amantii Cimsannaa » Dhugaa Wangeelaa » Ergaa Ganamaa » Leenjiilee Hafuuraa » Ergaa Dargaggootaa » Qo'annaa Macaafa Qulqulluu » Kadhata Qulqullaa'aa » Barnoota Gaa'elaa Contact: @YaadafiGaaffii_bot

Show more
Finland912The language is not specifiedReligion & Spirituality12 697
Advertising posts
7 661
Subscribers
+424 hours
+737 days
+22730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Waa'ee Macaafa Faarfannaa Yeroo tokko tokko namoonni yeroo lallabanis haata'u yeroo barsiisan ; dogoggora guddaatu irraa argama. Sababiinsaa Macaafni faarfannaa kun bakka 5tti akka qoodamu utuu hin beekiin dubbatu ykn utuu adda hin baafatiin Daawit akkas jedhe jedhu Haata'u malee namoota sanaa fi macaafa meeqaffaa akka ta'e adda baafachuu qabna. Kanaafuu
Macaafni inni duraa
. Far boqonnaa 1-41.
Macaafni inni lammaffaan
. Far boqonnaa 42-72.
Macaafni inni sadaffaan
. Far boqonnaa 73-89.
Macaafni inni afuraffaan
. Far boqonnaa 90-106.
Macaafni inni shanaffaa fi inni dhumaa.
Far 107-150. Kutaalee kana 5 irratti namoonni kadhataa fi weedduu, gaabbii fi araara argachuu , galataa fi jajannaa dhiheeffachaa turaniiru. Faarsaa Daawit haa jedhamuyyuu malee namoota gargaraatu irratti hirmaateera ykn caqafameera. Kanas akka armaan gadiitti ilaaluu dandeenya. Macaafa isa duraa keessatti :- Mooticha Daawit qofatu as keessatti yaadasaatu ibsame. Innis ;   Galata, rakkina, hinaaffii , jal'ina namaa, gaarummaa Waaqayyoo, guddummaa Waaqayyoo, yaada garaa geeddarachuu, karaa aangoon Waaqayyoo ittiin mul'atu, Waaqayyoon amanachuu, of kennuu, Waaqayyoon amanachuu, gargaarsa gaafachuu, kadhata ganamaa fi galgalaa jedhee of keessaa qaba. Macaafa isa lammaffaa keessatti immoo: 📖 Far 43-72. As keessatti namoota kanneen akka 👉Ilmaan Qoraahi. 👉 Asaaf 👉Daawit 👉 Yiduutuun 👉 Solomoon Macaafa isa 3ffaa. Far 73-89; Kana keessattis namoota akka ; 👉 Asaaf. 👉 Ilmaan Qoraahi. 👉 Daawit. 👉 Etaan nama Ezraahaa Macaafa isa 4ffaa. Far 90-106. 👉 Kadhannaa Musee. 👉 Daawit. Macaafa isa 5ffaa. Far 107-150 isa jiru 👉 Daawit. 👉 Solomoon. Egaa yeroo barsiifnus ta'e lallabnu namoota sana adda baafachuun murteessaa dha. Iddoo tokko tokkotti eenyutu yaadicha akka ibsataa jiru beekamuu baatus ; hanga barreeffame immoo ilaalanii adda baafachuun gaarii dha. 👉 Join 👉 share @Singer_Megertu_Official @Kakuu_Studio
Show all...
👍 4💋 2
Photo unavailableShow in Telegram
🌟“Badhaadhina qabeenyaa caala; badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
Show all...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Faayidaa macaafa qulqulluu beektuu? Isaanis kan armaan gadiiti ✔️𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒙𝒊𝒊𝒏𝒔𝒂𝒎𝒎𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 ✔️𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 ✔️𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 ✔️𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒍𝒆𝒆 𝑴𝒂𝒄𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑸𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒖𝒖𝒕𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊😍 ✔️𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒍𝒆𝒆 𝑴𝒂𝒄𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑸𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒖𝒖𝒕𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 ✔️𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 📙 Barnootan Milka'uuf📙 🛑 Nama jijiiramaa Ta'uuf 🛑 💢 Ijaarsa Dandeettii 💢 Guyyaa hundumaa ganamaa fi galgala luqisii macaafaa akka siniif ergamu barbaduree❓❓
Show all...
Jireenya Milkaa'aa Qabachuuf
Kitaboota Seenaa Nama Jijiruu
✉️ Bu'aa Bahii Jireenyaa Mo'achuuf ✉️
JOIN
Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Lafa kana irratti michuu itti gammaddu yeroo hundumaas yaadan walhubattan qabaachuun, kuni siif gahee kee,... See More 👉 See More 🎉   👉 See More 🎉
Show all...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Show all...
#Kutaa 63ffaa ❍ WANTOOTA GAA'ELA AJJEESAN (Killers of Marriage) 1. Dadhabbiin gaa'ela ajjeesa. 2. Shakkiin gaa'ela ajjeesa. 3. Wal amantaa dhabuun gaa’ela ajjeesa. 4. Wal kabajuu dhabuun gaa’ela ajjeesa. 5. Dhiifama gochuu dhabuun, walhadheessuun, jibbi, hammeenyi fi aariin gaa'ela ajjeesa. 6. Falmiin hin barbaachifne gaa’ela ajjeesa. 7. Hiriyaa gaaʼelaa kee jalaa iccitii dhoksuun gaaʼela ajjeesa. 8. Amanamummaa dhabuun bifa kamiinuu gaa’ela (maallaqa, miira, xiinsammuu, meeshaa fi kan kana fakkaatan) ajjeesa. 9. Walhubannaa dhabuun, dandeettiin waliin dubbii gadi aanaan (poor communication) gaaʼela ajjeesa. 10. Sobni salphaatti gaa'ela ajjeesa, gama hundaan hiriyaa gaa'elaa keetiif garaa qulqulluu ta'i! 11. Hiriyaa gaa’elaa kee caalaa warra kee/miseensota maatii kee wajjin walitti dhufeenya qabaachuun gaa’ela ajjeesa. 12. Walqunnamtii saalaa ga’aa dhabuun yookiin gammachiisaa hin taane gaa’ela ajjeesa. 13. Nageenya dhabuun gaaʼela ajjeesa. 14. Garmalee haasaʼuu fi of eeggannoo malee dubbachuun gaaʼela ajjeesa. 15. Hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin yeroo xinnoo yookiin daqiiqaa muraasa dabarsuun gaaʼela ni ajjeesa. 16. Garmalee yaada ofiitiin murteessuun gaaʼela ni ajjeesa. 17. JAALALA dhabuun, maallaqa, baasiin hin barbaachifne, naamusa maallaqaa dhabuun gaa’ela ajjeesa. 18. Hiriyaan gaaʼelaa kee gaʼumsa dhabuu isaa warra keetiif yookiin obboloota keetiif saaxiluun gaaʼela ajjeesa. 19. Hafuuratti jabaachuu/cimaa ta’uu dhiisuun, waliin kadhachuu dhiisuun, gaa’ela qofa osoo hin taane jireenya kee ajjeesa. 20. Sirreeffamaa fi gorsa tuffachuun gaa’ela ajjeesa. 21. Yeroo hunda fuula gaddaa mul'isuu fi miira hin taane qabaachuun gaa'ela ajjeesa. 22. Miirri to'annaa malee yookiin ho'aan, aariin gaa'ela ajjeesa. 23. Gahee fi ejjennoo kee hubachuu dhabuun, gaa’ela keessatti akka Waaqayyo hundeessetti itti gaafatamummaa fudhachuu dhiisuun gaa’ela ajjeesa. 24. Fedhii hafuuraa, miira, maallaqaa fi qaama hiriyaa gaa’elaa keessaniif miiraan ilaaluu dhiisuun gaa’ela ajjeesa. 25. Wanti kamiyyuu ejjennoo/nageenya haadha manaa balaadhaaf kan saaxilu yoo ta’e, deebiin isheen kennitu gaa’ela ishee irratti miidhaa ni geessisa. 26. Beekumsa dhabuu & Dubbii Waaqayyoof abboomamuu dhiisuun gaa'ela ajjeesa. ❍ Yoo jaalattan, #Like, #Share, fi #Comment taasisaa! Galatoomaa! @Gaaela_Gaarii @Gaaela_Gaarii @Marriage_Counseling
Show all...
👍 6🙏 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.