cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

DAANDII GUDDINAA

#Addunyaa keessa jirtu moo'achuuf, yaada gaarii sammuun siif karoorse hojiitti hiikuun milkahina hunda caaludha! 👉Barruuwwaan Barsiisoo. 👉Ergawwaan Hayyoota. 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa 👉Hojii Bizinesiif. 👉JOIN! @selfdevelopment_A

Show more
Advertising posts
18 444
Subscribers
+10024 hours
+5987 days
+1 83730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
✎ 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀 𝐌𝐈𝐋𝐊𝐀'𝐀 𝐓𝐀'𝐔𝐔𝐅✎ ✔𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚 ✔𝐐𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚𝐚 ✔𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 ✔𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐊𝐊𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 ✔𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚
Show all...
🔘 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 🔘
🔎 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 🔎
🅟 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 🅟
🔻 𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 🔻
🔞 𝑱𝒐𝒊𝒏 🔞
⚡⚡ 10K+ Channels! ⚡⚡        ↓Click and join us↓ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏟👇🏟👇🏟👇🏟👇🏟👇🏟👇🏟👇🏟👇🏟👈🏿 👉🏿👉🏟👇🏜👇🏜👇🏜👇🏜👇🏜👇🏜👇🏜👈🏟👈🏿 👉🏿👉🏟👉🏜👇🏌👇🏌👇🏌👇🏌👇🏌👈🏜👈🏟👈🏿 👉🏿👉🏟👉🏜👉🏌👇🏻👇🏻👇🏻👈🏌👈🏜👈🏟👈🏿 👉🏿 👉🏟👉🏜  Click Here  👈🏜👈🏟👈🏿 👉🏿👉🏟👉🏜👉🏌👆🏻👆🏻👆🏻👈🏌👈🏜👈🏟👈🏿 👉🏿👉🏟👉🏜👆🏌👆🏌👆🏌👆🏌👆🏌👈🏜👈🏟👈🏿 👉🏿👉🏟👆🏜👆🏜👆🏜👆🏜👆🏜👆🏜👆🏜👈🏟👈🏿 👉🏿👆🏟👆🏟👆🏟👆🏟👆🏟👆🏟👆🏟👆🏟👆🏟👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐊      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐚𝐮𝐩𝐬     @hope_promotions         
Show all...
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐇 𝐇𝐄𝐑𝐄
Repost from WAALIIF PROMOTION
🎈 Channel tajaajila baay'ee hawwataa fi si'ataa kennaa jiru kanatti dabalamuuf asirratti gadi tuqaa! 👇👇👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ 👆👆👆👆 👇👇👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ 👆👆👆👆 👇👇👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ 👆👆👆👆 Waver @tamisha11
Show all...
ABDII KUTACHUU FI ABDII QABAACHUU !! ━━━━━━━━━━━━━━ ❏ Wantoota guddaa sodaachisoo ta'an keessaa tokko abdii kutachuudha. Utuu jiranii abdii kutachuun farra dhala namaati. Namni utuma lubbuun jiruu, utuu soorata nyaatee jiraatuu abdii kutata taanaan mataa isaattis, maatii isaattis, biyya isaattis, addunyaa irra jiraatuttis ba'aa sodaachiisaa ta'a. Kanaaf abdii kutuurra mormaa cituu wayya. Sababni isaa jiraa abdii dhaberra isa du'e wayya waan taheefi. Ariifattee na jalaatii hin aariin ragaan waan deeggaramen dubbadhaa jiraati. Inni du'e seenaa isaa, karoora isaa, waanuma isa ilaalu hundumaa fudhatee gara lafa jalaatti waan darbeef bu'aas miidhaas hin fidu. ❏ Jiraan abdii dhabe garuu bu'aa yoo dhabes miidhaa qabaafan, "jiraa abdii dhabe irra du'aa wayya" jedhe. Namni Nyaata Addunyaa Kanaa nyaatee, dhugaatii ishee dhugee, biyyoo addunyattii irra miilla isaatiin adeemee, oksiijinii tolaatiin jiraatee faayidaa guutuu argachaa  ofiisaatif faayidaa dhaba. Kanaaf addunyaan kun karaa nama kanaa kisaaraa olaanaa keessa jirti jechuudha. Adaraa kee obbolee koo hamma hafuura baafattutti abdii hin kutatin! Tolee? Waliif galleerra mitii? ❏ Goototni yeroo baay'ee karoora isaanii jijjiruu irra lubbuu isaanii kennu. Kana jechuun lubbuu isaanii caalaatti karoora isaanii jaallatu jechuudha. Karoorri kee qabeenya keeti, kanaaf karoora keef jiraachuutti abdii hin kutin. Wantoota abdii nama kutachiisan keessaa tokko KUFAATII dha. Yoo itti fayyadamteef kallattiin milkaa'inaas kufaatiidha. Sababni isaa namni kamiyyuu kufaatii irraa barachuu waan danda'uuf kufaatiin barsiisaa namaa isa hangafa. Fakkeenya Namoota Kufanii Milkaa'anii Keessaa: ❍ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha. ❍ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha. ❍ ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe. Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne. ❏ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha. Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i! Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa karaa dhaabachuuf dhiisuun suma harka jira. Haala yeroon jijjiirutti hirkatta taanan utuu ija hin godhatin hafta, seenaa kees biddeen ati nyaattee balleessiteef boolla awwaalaa isa si abaaraa hafu qofatu yaadata. ❏ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!! Haalli har'aa hin amanamu: ➲ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta. ➲ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta. ➲ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam! ➲ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta! ➲ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta! ➲ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta! ➲ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta! ➲ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata. Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira. Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama. Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti. Obbolee koo ABDII HIN KUTATIN! NEVER GIVE UP!
Show all...
👍 2
🚁 𝐄𝐥𝐞𝐀𝐚𝐚𝐩𝐭𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥  𝐀𝐀𝐀𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢!!  𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐞 𝐆𝐚𝐊𝐊𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐚!!    ▬▬.◙.▬▬     ▂▄▄▓▄▄▂ ◢◀█▀▀████▄▄▄▄◢◀ █▄ █ █▄ ███▀▀      ◙        ◙ 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑚𝒅𝒅 "👇Join👇" 𝑲𝒂𝒏 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒖 𝑻𝒖𝒒𝒊𝒊 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒊𝒊. 𝑟𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝑺𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒕𝒖 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
Show all...
𝐈𝐋𝐀𝐀𝐋𝐔𝐔𝐅 𝐂𝐋𝐈𝐂𝐊 𝐇𝐄𝐑𝐄
Photo unavailableShow in Telegram
❀ 4
Repost from WAALIIF PROMOTION
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣ ┏━━━━━━━━━━┓ Gorsaa fi Barnoota ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Dhimmota Gaa'elaa ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓   Hikka Jalalaa ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Dhimmota Dhunfaa ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Mula'ata Kee bekku hin barbada ┗━━━━━━━━━━┛ Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚 ❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓██ ⬛Waver @tamisha11
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Gorsa Psychology barbadanimo?? 👚‍💻 SIRNAA  ADDUNYAA HAARAF? ✔𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒙𝒊𝒊𝒏𝒔𝒂𝒎𝒎𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 ✔𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 ✔𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 ✔𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒍𝒆𝒆 𝑎𝒂𝒄𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑞𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒖𝒖𝒕𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊😍
Show all...
🌐 Yaalaa Sammuu 🌐
🕔 Psychology 🕔
🌚 Gorsa Dhimmoota Xiinsamuu 🌚
📊 Join All 📊
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ኚታቜ ዚተመሚጡትን ቻናሎቜ ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐚𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐢𝐚𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐊           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐚𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐚𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
Show all...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐢𝐚𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥