cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

AFRICA MOOD ๐ŸŒธโ„ข

๐Ÿ˜๐Ÿ˜† Itti Bashannana irraa baradhaa Ceo of oromo

Show more
Advertising posts
6 852
Subscribers
+624 hours
+747 days
+23730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

daa'imman lamaa ๐Ÿ™Ž๐Ÿปโ€โ™‚๏ธabbush fi ๐Ÿ™๐Ÿปโ€โ™€๏ธhawwiin dhukkubsattanii mana yaalaatti dabaree eeggachaa turan  osomaa taa'an Aabbush  hawwii boossuu ilaalee argee maaliif boossa? jedhee gafateen. hawiแก-  qorannoo dhiigaa  gochuufani. abushแก- maal rakkoo qabaree? hawiแก- qorannoo dhiigaa gochuuf harka namarraa muru. jechaa boossi! giddumaan Aabbushis boo'uu eegale hawiแก- ati ammoo maal taatee boossa? abushแก- wayyoooo yaa  waaqa koo  'anis qorannoo fincaanii gochuufan dabaree eeggachaa jira' jedheen boo'aa. ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹qoosaawwan dabalataa akka kanaa guyyaa guyyaan argachuuf react (like) gochuu hin irraanfatinaa    โ™ก ใ…ค  โŽ™ใ…ค  โŒฒ        โœ‰๏ธ       หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต— Join usโžœ @ORO_FUNNY1
Show all...
๐Ÿ˜ 6๐Ÿ‘ 1โค 1
Maqaa Chaanaalii Keenyaa kam filattu?Anonymous voting
  • KOTTA KOLFAA
  • AFRICA MOOD
  • KAN BIROO
0 votes
๐Ÿ‘ 4
Chanaalii kana nama Shan shaniif ergaa comment jalatti done jedhaa barressaa Join usโžœ @ORO_FUNNY1 Join usโžœ @ORO_FUNNY1
Show all...
โค 2
kolfaaf ๐Ÿ˜‚                   yeeroon barataa turetti guyyaa tokko free class irratti barattoonni haasa'aan class iyyisiisnaan wardiyaan tokko gara kilaasii keenyaa dhufe :- ๐Ÿ’‚wardiyaa :- amma yeeroon barnootaa maal qabdu? ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿซbarattoota :- amma free dha ๐Ÿ’‚โ€โ™€๏ธwardiyaa :-hayyee hin jeeqinaa dabtara free keessan baasaatii dubbisaa ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿซbarattoota :- kakaka...๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ ๐Ÿ’‚wardiyaa :- eenyutu kolfee?๐Ÿคจ barattoota :- kilaasitu kolfe wardiyaa ; kilaasii  koottu dabtara kee fudhuu bahi!๐Ÿ˜ก barattoota:- kakakakaka....๐Ÿ˜‚........๐Ÿคฃ Abshaalotaaf๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ Join usโžœ @ORO_FUNNY1
Show all...
๐Ÿ˜ 3
Wantii kun akka isiin hin darbinee linkii gadii seena qarshii hojjedhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5297113194
Show all...
Hojjechiisaa ๐Ÿ—ฃ mindaan ka'umsaa birrii kuma 2 yoo ta'u yeroo muraasa booda ammoo siif dabalama! Hojjetaa ๐Ÿ—ฃ tole yeerooย  muraasa tureen dhufa๐Ÿšถ๐Ÿฟโ€โ™‚๏ธ nu waliin ta'aa
Show all...
๐Ÿ˜ 5
Ijoollummaa kootti wanti yaaduย  xiyyaarri mana keenya bukketti kufee caccabee imaltoota xiyyaara waliin kufanii du'an jalaa laptop , bilbila... fi kkfย  kan fudhadhu. #gowwummaan ijoollummaa kootii kaaseedha kan hidda natti gadi fageeffate ๐Ÿ˜”๐Ÿคง
Show all...
๐Ÿ‘ 5๐Ÿ˜ 1
Ijoollummaa kootti wanti yaadu xiyyaarri mana keenya bukketti kufee caccabee imaltoota xiyyaara waliin kufanii du'an jalaa laptop , bilbila... fi kkf kan fudhadhu. #gowwummaan ijoollummaa kootii kaaseedha kan hidda natti gadi fageeffate ๐Ÿ˜”๐Ÿคง nu waliin ta'aa//๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ @kushmood
Show all...
Hojjechiisaa ๐Ÿ—ฃ mindaan ka'umsaa birrii kuma 2 yoo ta'u yeroo muraasa booda ammoo siif dabalama! Hojjetaa ๐Ÿ—ฃ tole yeeroo muraasa tureen dhufa๐Ÿšถ๐Ÿฟโ€โ™‚๏ธ nu waliin ta'aa๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ @kuushmood
Show all...
#abbaa_manaa "Guyyaan har'aa kun guyyaa Jibbisiisaadha Waajjira an dalagutti rakkoon natti Uumameera" #haadha_manaa" dhiisi damma koo rakkoo kiyya hin jedhin amma wal fuuneerraami rakkoon kee kiyya Kootis keeti..keenya jedhii natti haasayiย  " #abbaa_manaa "hayyee Erga jettee " #haadha_manaa " Saniifuu rakkoon maal ture" #abbaa_manaa "barreessituun biiroo kiyyaa Nuu Ulfoofteerti" #haadha_manaa .......๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Show all...
๐Ÿ˜ 3