RVU AMBO CAMPUS FBSS π€
Open in Telegram
950
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+430 days
Posts Archive
Room Arrangement for Model Exit Exam (ACFN, BUMA, & Economics). 17/5/2017 (Morning 2:30-5:00)
Barattoota FBSS Exit Exam fudhattan hundaaf Model Exit Exam kan kennamu boru(17/5/2017) sa'aatii 2:00 irratti ta'uu isin beeksifna.
Itti Gaafatamtoota Daree nama Lama kan barattoota Exit Exam fudhattanii; gaafa Kibxataa (13/5/2017) Sa'aatii 2:30 irratti Walga'ii dhimmoota murteesoo fi ariifachiisaa ta'e irratti Yunivarsiitichi isiin waliin gaggeessuuf waan barbaadeef akka YRV Amboo kutaa 'Nursing Lab'tti guyyaa fi Sa'aatii jedhame kanatti argamtan isin beeksisa. FBSS.
Guyyaan Qormaata hin beeksifamne. Akkuma saganteeffameen isin beeksifna.
Namoonni Laptop bituu ykn gurguruu barbaaddan 07-07-46-61-87 irratti bilbiluun argachuu dandeessu.
