Faarfannaa ortoodoksii fi barumsaa Amantaa
""Dhuguma dhuguma isaanin jedha Kan anatti amanu jireenya bara baraa qaba yoh:6:-47" discussion:https://t.me/discussionortodoksi Invite https://t.me/ortodooksitewhahidoo
Show more341
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+2530 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Ifoota Addunyaa Qulqulluu Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos nagaadhaan geessan!
Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i!
Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa!
๐๐๐
Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html
Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html
#Share taasisuu hin dagatiinaa!
๐ 2
Share godhaa Ammas faaruuwwaan babbareedoo qabannee
Siniif dhufna
Yoo ofii barbaaddaniis
Comment irraa nuuf kaa'a maqaa isaa
#Share #share #share
๐คฒ๐คฒ@Gugeegarrammii๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Dafaa ijoolleen Tewahidoo channel Kun Keessani siniin malee nama biraa tokkon hin guddatu walumaan yeroo gabaabduu
Keessatti waliin guddifna .
Yeroo dhiyoottis gaaffiiwwanis
Tahee sagantaa badhaasa ๐ ille qopheessinee kan isin barsiisuu danda'uun waliin baranna
Maarre ammas akka kiristaana tokkootti hiriyoota Kee 2 qofaf osoo share gootef namni tokko hiriyaa isaa 2 qofaaf yoo itti tรดles dabaluu danda'a mee isin ilaalla kaa nama meeqatu hiriyaa isaa gara channel kanatti fida
""Dhuguma dhuguma isaanin jedha Kan anatti amanu jireenya bara baraa qaba yoh:6:-47"
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@Gugeegarramii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Liinkii kanuma qofa copy gochuun hiriyoota Keef erguun gahee Kee bahi
Ijoolleen Tewahidoo bara baraan jiraadha
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ 3โค 2
Faaruu eebbifamtootaf ta'u
Mana keetii eebbifamne
Barruu keerraa nyaanne dhugne
Mana keetii eebbifamne
Nu hin gatini nuti keeti
Bakka nuyi deemnu hundatti
Bakka kana dhufuun keenyaa
Fedha keeti wal arguun keenyaa
Nu eebbisi nuyi ijoollee keeti
Adda nun baasin samii irratti
Gatii dadhabbii bu'aa hojii keenyaa
Utuu ati hin jirre eessaan as geenya
Bu'aa ba'ii heddu argine
Guyyaa ulfaataa siin darbine
Ebbaaf uumtee nu eebbifte
Barruu keetiin nu ceesifte
Warra sin barre of barsiisi
Daandii dhugaatti deebisi
Ammas abdiin keenya eenyu
Sirra adda bane eessa hin geenyu
Mana keetti nu dhabini
Ibsa keenyaas hin dhaamsini
==โข|โข==
๐๐follow
@Gugeegarramii
Mana Keetti Eebbifamne Dn Galataa Addunyaa.mp34.60 MB
โค 8
Durboo Maariyaam Qofa!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1.โ๏ธ Waaqayyoon ilma koo kan jettu. Luq.2:48
2. โ๏ธWaaqayyoon kan deesse. Maat. 1:18, Mul. 12:5
3. โ๏ธDubrummaan kan deesse. Maat. 1:22, Isa. 7:14
4.โ๏ธ Ergamaan kan sagadeef. Luq. 1:28
5.โ๏ธ Sagalee ishee dhagahuun ulfi kan utaale. Luq. 1:41
6. โ๏ธWaaqayyoo haadha koo kan jedhuun.
7.โ๏ธ Ergamootni kan hin tuqne, kan hin ilaalle, kan fuuldura hin dhaabbanne kan tuqxe. Luq. 2:3
8.โ๏ธ Ol ba'iinsa gooftaa booda kan olbaate. W.W. Caalu 8:5
9. โ๏ธCubbuun Addaamiifi Heewaan kan ishee hin dhaqqabne. Faar. 44/5:11,45/6:4
10. โ๏ธMirga gooftaa dhaabbattu. Faar. 44/5:9
11.โ๏ธ Haadha nama hundaa kan taate. Faar.86/7:5
12. โ๏ธDhaloonni hundi Qulqulleettii kan jedhuun. Luq. 1:48
13.โ๏ธ Kennaan kan guutamte. Luq.28
14. โ๏ธDubartootarraa adda taatee kan eebbifamte. Luq. 1:28
15. โ๏ธEebbifamtuu kan jedhamte. Luq. 1:45
16. โ๏ธRakkoo namaa daftee kan hubattu. Yoh. 2:3
17. โ๏ธGadameessi fi harmi kee eebbifamaadha kan jedhameef. Luq. 11:27
18. โ๏ธAduu kan gonfatte, addeessa miila ishee gaditti kan godhatte, goonfoo urjii 12 mataa isheerraa kan qabdu. Mul. 12:1
19. โ๏ธJawwichi kan ishii hin qaqqabne. Mul. 12:13
20. โ๏ธKoochoowwan gugee lama kan kennameef. Mul. 12:14
21. โ๏ธObboleettii ergamootaa, haadha wareegamtootaa kan taate.
22. โ๏ธBara baraan dubroo kan taate. Hisq. 44:1-3
23. โ๏ธMagaalaa waaqayyoo kan jedhamte. Isa. 60:14, Faar. 131/2:13
24. โ๏ธBultoo waaqayyoo fi hafuura qulqulluu kan taate. Faar. 131/2:14, Luq. 1:41
25. โ๏ธYaadaan, foonii fi lubbuun dubroo kan taate.
26.โ๏ธ Waaqaa gadi uumamtoota hundaa ol kan taate.
27โ๏ธ. Nyaataa /habistii/ fi dhugaatii/xoofoo/ samiitiin kan guddatte.
28.โ๏ธ Mana qulqullummaatti kan guddatte. Faar. 44/5:10
29.โ๏ธ Namni hundi haadha keenya Tsiyoon kan jedhuun. Faar.86/7:5
30.โ๏ธ Sagalee isheen hafuura qulqulluu kan guutte. Luq. 1:41
31. โ๏ธWaaqayyoo keessa buluuf kan filate. Faar. 131/2:12-13
32.โ๏ธ Guyyaa jimaataa haati gooftaan nuuf kenne. Yoh. 19:27
Kana hundaan kan guutamte haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Qofa!
Hiriyoota keessaniif qooduun dirqama Kiristaanummaa keessan bahaa!
Kan hafe comment jalatti barreessaa!
Galanni Waaqa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nuuf kenneef haa ta'u!
โช Iyyesuus Fayyisaa Biyya lafaa โช
๐Iyyesuus Gooftaadha.1Qor 12:13
๐Iyyesuus Tiksee gaariidha. Yoh 10:11
๐Iyyesuus Uumaadha. Yoh 1:3
๐yyesuus Karaadha.
๐Iyyesuus Dhugaadha
๐Iyyesuus Jireenya. Yoh 14:6
๐Iyyesuus Alfaafi Omeegaadha. mul. 22:13
๐Iyyesuus Fayisaadha. Luq19:9
๐Iyyesuus Ifa biyya lafaati. Yoh 8:12
๐Iyyesuus Biddeen jireenyaati. Yoh.6:48
๐Iyyesuus Burqaa jireenyaati. yoh 4:14
๐Iyyesuus Abbaa bara baraati. Isay 9:6
๐Iyyesuus Qoricha. mat 9:12
Kana qofaa Miti isaan kun isaan ijoodha
Amma hiriyoota keessaniif share gochuu akka hin daganne dhufanii biddeen jireenyaa haa sooratan
Warri share gootanis guddaa galatoomaa ๐ ๐ ๐๐๐
Baay'ee sin jaalanna โค๏ธ
Ijoolleen Tewahidoo bara baraan jiraadha
@Gugeegarrami๐ฅฐ
@Gugeegarramiiโค๏ธ
@Gugeegarramii๐
@Gugeegarramii๐
Faarfannaa ortoodoksii fi barumsaa Amantaa
""Dhuguma dhuguma isaanin jedha Kan anatti amanu jireenya bara baraa qaba yoh:6:-47" discussion:
https://t.me/discussionortodoksiInvite
https://t.me/ortodooksitewhahidoo๐ 3๐ฅฐ 2
๐ Biiftuu Barii Fakkaattee
Biiftuu Barii fakkaattee Har'as jirta Laphee Koo
Maariyaam/2/ sin jechuu hin dagatu garaan koo
@Ceesisa
Afaan ijoolummaa siin banadhee
Lafaa kaanan sittan baqadhe
Jaalala keen har'as dhugameera
Ulee Aaroon siinan qabadheera
@Ceesisa
Jabeessituu magaalaa iyyeessaa
Kan si qabuu martinuu soreessa
Ifa dhaamne baatte garaa keetti
Kanaaf keessi koo sitti gammaaddi
@Ceesisa
Uffata Warqeetiin kan kuulamte
Dhaloota hundumaan jaalatamte
Kadhannaan kee anaanis harkiseera
Sirraa addaan hin ceโu sitti citeera
@Ceesisa
Daawwit baganaadhan si faarfate
Uumaan hundaa simboo kee jaalate
Kanaafan si faarsa an harmee koo
Maqaa keetiin fayyee kaa lubbuun koo
==โข|โข==
๐F/taa Barakat Ayyaalew
Faarsaa baay'ee namatti tolu โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
#Share
Hiriyaa kee kan taheef share forward godhi๐ฅฐ๐ฅฐ๐ฅฐ๐ฅฐ๐ฅฐ
Biiftuu Barii Fakkaattee Ftaa Barakat Ayyaalew.mp33.80 MB
๐ 3โค 2๐ฅฐ 2
Jecha Labsii (Qala Awaadii) Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo dubbisun baraa!
Hiriyoota Keefis Share godhi
#share #share #share
Jecha Labsii kale-awadi-ao.pdf1.44 MB
๐ 4๐ 3
Kan namaa
Kan nama wajjiin tokko mitii ya waaqa Amalli kee(2)
yoomuun jijjiiramuu kan kee(2)
Goofta Amallii kee
Har'aaf yoo nu ho'isee harka irratti nu baatee
Siifan du'a nuun jedhee afaan isaatiin dubbatee
Bor yoo kan biraa arge isa wajjin wal fakkaata
boolla nuu qopheessuudhaaf isa wajjiin mar'iataa
Jaalala kee nuuf wayya isa hin jijjiramnee
qabachuuf dhabuu ilaalee isa addaan naman qoodne
Of harkaa dhabuu keenyaan yoo mana namaa deemne
balbal dura dhaabbannee yoo rakkoo keenya himanne
har'aafoo nuuf liqeessaa harka keessa ilaalachaa
Boruu teelladhaan dhufaa mana keenyaa hiyyafachaa
Ati erga nu jaallatee Lamuu keessan deebituu
oolmaa koo fidii jettee ati gatiin dubbifattuu
Argineera yaa goofta lamaannu adda baafannee
Jaalalli keef kan namaa tasa waliin arginee
Kaasneerra ija keenyaa namarraa abdiin qabnuu
Gargarsaa qabnaa jennee obdii kee keessaan banu.
harka keenya bal'isnee ija keenya ol kaaasne
barruu kee irraa eeganna hamma dhumaatti obsinee
Kan Namaa Wajjin Dn Garramuu Baayyisaa.mp37.93 MB
โค 5
Wangeelatti /แ แแแแ/
Wangeelatti x2 ni amanna nutis waangeelatti
Mallattoo nageenyaa
Kabaja argamsiisaa
Wangeela qulqulluutti
Ni amanna Nuti
Daabiloos moo'amee
Nageenyi labsamee
Inni dagatamee
Kennaadhan guuttame
Addunyaan ifa arge
Dukkanni moo'amee
Wangeelli hiikkamuu
Iccitiin himamuu
Nageenya argannee
Lapheen nu gammade
Shakkaannis Qaana'ee
Wangeelan dha'amee
Kitaaba gantummaa
Baay'isan bal'isan
Wangeelli tokkichaa
Kan barannesarraa
Abboonni beektonni
Akka barsiisanii
Amanaa jedhanii
Wangeela qulqulluun
Raajii Isqeelirratti
Akka dubbatamee
Kitaabichas nyaadhuu
Jedhamee himame
ย ย ย ย ย ย ==โข|โข==
Wangeelatti แ แแแแ Fttuu Waynii.mp35.11 MB
๐ 1
Photo unavailableShow in Telegram
๐๐๐ง๐ ๐๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ
Baga guyyaa yaadannoo ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel kan waggaa nagaadhaan geessan!
โฆ ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ง๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐๐ก๐? ๐๐ข๐ข๐ค๐ง๐ข ๐ฆ๐๐ช๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐ ๐ก๐จ๐จ?
โฆ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฆ๐?
โฆ ๐๐๐ช๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ช๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐? ๐ข๐๐๐จ๐จ ๐ค๐๐ฆ ๐ค๐๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข?
โฆ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ฒ๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฐ๐๐ ๐ ๐๐ ๐ค๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ข?
๐๐๐ง๐ง๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ง ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฅ๐ข๐ง๐ค ๐ค๐๐ง๐๐ ๐ ๐๐๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ญ๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐!
๐๐๐
https://bit.ly/3Om035R
https://bit.ly/3Om035R
๐ 4๐ 1
Itti Hin Leeyya'uu kanan amanen beeka
Hin ariifadhuu kennaa harkasan eega
itinan tolaa isa sansakkaan koo
karaadhaaf dhugaan Iyyesuus jireenyii koo
Argeetan si hubadhe xibriyaadoos gamasittii
Ati abbaa hundumaa sooraa gabaa shaniiti
Amala nama hundaa si qofatu danda'aa
Waaqolii hunda keessaa maaltu hamma kee ga'aa
Eenyutu hamma kee ga'aa?
Bari'a lafaa ka'ee gara keetti figuun koo
Iccitii garaa kootii hiikee sitti himachuun koo
Mana keetti na fiddee yaa waaq situ na tiksee
Gooftaa si faarfachuun koo hundaa nadagachise
Hundumaa na dhiisise
Maaliinuu si hin qixxessuu hundarran si fo'adhaa
Jaalala keetu naaf addaa kanaaf sin mararfadhaa
Sagantaan koo si qofaa hin karoorsu kan biraa
Manni kees mana kootii gaddisa bara baraa galgalii koo sibira
Addunyaa waa'ee keetiif dhiphatee walrakkisa
Innoo ilma Yooseefi tokko raajota keessaa
Ati ija koo naaf bannaan si hubadheera Gooftaa
Sagalee hunda uumte Ilma Waaqa Jiraataa
Eelshaadayidha Gooftaa
Amaanu'eelidha Gooftaan
Adoonaayidha Gooftaan
Sansaka Koo Dn Firaanol Moosisaa.mp35.25 MB
๐ 4๐ 1
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.