en
Feedback
Sagni Graphics

Sagni Graphics

Open in Telegram
5 453
Subscribers
-824 hours
-327 days
-13630 days
Posts Archive
Part II 5. Hojii gaarii namaa xiqqeessuu: Milkaa'ina ykn dhamaatii namaa "carraadhaani," "nama isaa gargaaretu jira," ykn "sa
Part II 5. Hojii gaarii namaa xiqqeessuu: Milkaa'ina ykn dhamaatii namaa "carraadhaani," "nama isaa gargaaretu jira," ykn "salphaadha" jechuun tuffachuu fi gatii dhabsiisuu. 6. Jireenya nama wajjiin jireenya of madalchiisu Yeroo hunda waan ofii qaban galateeffachuu dhiisanii, jireenya ofii jireenya nama biraa wajjin madaaluun of nyaachuu. 7. Deeggarsa nama dhowwachuu : Namni tokko caalaatti akka hin milkoofneef ykn akka bakka guddaa hin geenyee fi hin beekamneef jecha, gorsa ykn odeeffannoo gaarii isaan fayyadu dhoksuu. 8. Barreefama kanaa olii 👆 hundasa dubbiste, utuu like/comment hin godhiin darbun, kun hundumtu mallattoo nama Inaaffaa qabu tokkodha! 🫡 ✍️ Sanyii Moosisaa 🫡 / me /

Mallattoolee Hafuurri Inaaffaa Nama Keessa Jiraachuu Agarsiisan Part I 1. Milkaa'ina namatti aaruu: Namni tokko yeroo sadarka
Mallattoolee Hafuurri Inaaffaa Nama Keessa Jiraachuu Agarsiisan Part I 1. Milkaa'ina namatti aaruu: Namni tokko yeroo sadarkaa gaariirra ga'u ykn waan gaarii argatu, gammaduu mannaa aaruu fi miirri dhiphinaa namatti dhaga'amuu. 2. Maqaa nama balleessuu: Namicha milkaa'e sana hawaasa biratti gatii dhabsiisuuf ykn akka inni hin jaallatamne gochuuf jecha oduu sobaa fi hamii oofuu. 3. Sababa malee waldhabdee uumuu: Sababni isaa inni dhugaan inaaffaa ta'ee osoo jiruu, sababa biraa uumuun dhibee kaasuun namoota irraa fagaachuu ykn fageessuu. 4. Kufaatii namaatti gammaduu: Yeroo namni inaafamuuf sun dogoggoru, kufu ykn rakkoon irra ga'u, gadduu mannaa keessaan boqonnaa fi gammachuu argachuu.

Walumaa gala Oromoo jedhamna!. 🥹😳 Kan Garboomee jiru, nuyi. Kan bilisoomee jirus numa!. Kan qabsootti jirus numa. Nami siya
Walumaa gala Oromoo jedhamna!. 🥹😳 Kan Garboomee jiru, nuyi. Kan bilisoomee jirus numa!. Kan qabsootti jirus numa. Nami siyaasaa nuyi, Kan siyaasa keessa seenuu sodaatus numa. Kan biyya bulchaa jiru numa. Kan wal ajj*esus numa. Kan wal arrabsu numa, kan wal faarsus numa. Kan wal lolu numa, kan walitti araaramee, waliin hojjetus numa. Kan wal ajj*esu numa. Kan deemee wal awwalus numa. Gootummaan kan of faarsus numa, dabeessa jedhes kan wal xiqeessus numa. Gaafa waa'een amantii dubbatamu pasteerii waldaa 290 hoogganu of goona.gaafa waa'een siyaasaa dubbatamu jeneral commander Itaamajor shuumii of goona.gaafa waa'een dinagdee dubbatamu Elon musk, Billgetfaan amma keenya confidence ittiin waa'ee diinagdee haasa'an hin qaban. gaafa waa'een muuziqaa dubbatamu Drake,Deyonce,Justin Bieberfaan amma keenya waa'ee muziqaa hin beekan. Ugguum! yaa nuyii.🙈 😳 Walumaa gala Oromoo jedhamna!. 🥹 Join ➕ Sagni Graphics ♡ ❍ㅤ ⎙ ⌲ ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ Join ❒┃❏ mute

Walumaa gala Oromoo jedhamna!. 🥹😳 Kan Garboomee jiru, nuyi. Kan bilisoomee jirus numa!. Kan qabsootti jirus numa. Nami siya
Walumaa gala Oromoo jedhamna!. 🥹😳 Kan Garboomee jiru, nuyi. Kan bilisoomee jirus numa!. Kan qabsootti jirus numa. Nami siyaasaa nuyi, Kan siyaasa keessa seenuu sodaatus numa. Kan biyya bulchaa jiru numa. Kan wal ajj*esus numa. Kan wal arrabsu numa, kan wal faarsus numa. Kan wal lolu numa, kan walitti araaramee, waliin hojjetus numa. Kan wal ajj*esu numa. Kan deemee wal awwalus numa. Gootummaan kan of faarsus numa, dabeessa jedhes kan wal xiqeessus numa. Gaafa waa'een amantii dubbatamu pasteerii waldaa 290 hoogganu of goona.gaafa waa'een siyaasaa dubbatamu jeneral commander Itaamajor shuumii of goona.gaafa waa'een dinagdee dubbatamu Elon musk, Billgetfaan amma keenya confidence ittiin waa'ee diinagdee haasa'an hin qaban. gaafa waa'een muuziqaa dubbatamu Drake,Deyonce,Justin Bieberfaan amma keenya waa'ee muziqaa hin beekan. Ugguum! yaa nuyii.🙈 😳 Walumaa gala Oromoo jedhamna!. 🥹

Hojiin keenya akkuma itti fufeetti jira! 🫡 Inbox 📥 gootan order godhachu dandeessu! Poster 💻 Design | Sanyii Moosisaa | |
Hojiin keenya akkuma itti fufeetti jira! 🫡 Inbox 📥 gootan order godhachu dandeessu! Poster 💻 Design | Sanyii Moosisaa | | We can do | #Poster #Logo #Flyers #Book_Cover #Any_Graphics Tg 📮 :- @Sagni_Youth JoinSagni Graphics 🖥️

🔍 Job Vacancy : Camera Operator & Editor 📸📹 🏬 Company: Janko Production 📍: Mekanisa ⏰ : 3–4 Days per week 🧠 Core Skills
🔍 Job Vacancy : Camera Operator & Editor 📸📹 🏬 Company: Janko Production 📍: Mekanisa ⏰ : 3–4 Days per week 🧠 Core Skills Required Editing & Color-Grading: Strong skills in DaVinci Resolve and Premiere Pro (Pr). Camera Work: Good operating skills on Sony Cameras. 🔸 Languages: Afaan Oromo native speaker. 🔸 Design: Basic graphic design skills. 🔸 Bonus: Motion graphics skills. Experience Needed Ability to handle projects independently. Strong timeline management and meeting deadlines. A portfolio or showcase of previous work is required. How to Apply 👇 Drop your CV using either of the following: Telegram: [https://t.me/@jankopro1](https://t.me/@jankopro1) Email: jankoproduction7@gmail.com Application Deadline: 07 Jun 2026 Join ➕ Sagni Graphics 🫡

◉ Work 🎞️ Time at Dubai 🇦🇪 🫡 ☞ “I can do all things through Christ which strengtheneth me.” — Philippians 4:13 (KJV) Wald
Work 🎞️ Time at Dubai 🇦🇪 🫡 ☞ “I can do all things through Christ which strengtheneth me.” — Philippians 4:13 (KJV) Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa

JOB VACANCY:- GRAPHICS DESIGNER 🖥️🖱️ :- CAMERA OPERATOR II Organization: Cooperative Bank of Oromia Required Skills 🧠 The
JOB VACANCY:- GRAPHICS DESIGNER 🖥️🖱️ :- CAMERA OPERATOR II Organization: Cooperative Bank of Oromia Required Skills 🧠 The candidate must be proficient in the following software: Adobe Creative Cloud applications, including Photoshop (Ps), Illustrator (Ai), Premiere Pro (Pr), and After Effects (Ae). Additional Information Salary: According to Company Scale. Contact Details If you are interested, you can reach out via the provided phone number: 📱: 609 Follow :- Sanyii Moosisaa ✔️

JOB VACANCY:- VIDEO EDITOR 🖥️🖱️ Organization: MARSIL TV WORLDWIDE Required Skills 🧠 The candidate must be proficient in th
JOB VACANCY:- VIDEO EDITOR 🖥️🖱️ Organization: MARSIL TV WORLDWIDE Required Skills 🧠 The candidate must be proficient in the following software: ✔️ Adobe Premiere Pro ✔️ Adobe After Effects ✔️ DaVinci Resolve Additional Information Salary: According to agreement (negotiable). Contact Details If you are interested, you can reach out via the provided phone number: 📱: +251 91 180 8172 Follow :- @Sagni_Graphics ✔️

Happy Easter ✝️🛐 ● Poster 🖥️🖱️ Graphics | Sanyii Moosisaa 󱢏 | Join now ➕ Sagni Graphics 🖥️ | We can do | #Poster #Logo #
Happy Easter ✝️🛐 ● Poster 🖥️🖱️ Graphics | Sanyii Moosisaa 󱢏 | Join now ➕ Sagni Graphics 🖥️ | We can do | #Poster #Logo #Flyers #Book_Cover #any_graphics Contact me If you need any graphics 👇 💥 Tg :- @Sagni_Youth

photo content
+5

📖 “Har'a mandara Daawititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni immoo Kristos goofticha.” — Luq. 2:11 🏞️🌥️ Join + @Sagnigra
📖 “Har'a mandara Daawititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni immoo Kristos goofticha.” — Luq. 2:11 🏞️🌥️ Join + @Sagnigraphics

Faarfannaa kanaan namni in eebbifamne jira jedhe hin yaadu! Jireenya Koo - Faarfattuu Tirfee Abarraa ✝️JOIN: @Sagnigraphics

Part time Work at noon UAE ☁️ 18°C bay'ee qorra Dubai 🥴) 📍Dubai, U.A.E
+3
Part time Work at noon UAE ☁️ 18°C bay'ee qorra Dubai 🥴) 📍Dubai, U.A.E

📖 Dilbata Qulqullaa'aa 🏞️🌥️ 📍Dubai 🌃 🇦🇪 U.A.E 🤙 Join + @Sagnigraphics
+3
📖 Dilbata Qulqullaa'aa 🏞️🌥️ 📍Dubai 🌃 🇦🇪 U.A.E 🤙 Join + @Sagnigraphics

🚨OF EEGGANNOO GODHAA ! 🚑 Account telegram nama hedduu hack tahaa jira ! ❌Link photo irratti argitan akkasii kana hin xuqiin
🚨OF EEGGANNOO GODHAA ! 🚑 Account telegram nama hedduu hack tahaa jira ! ❌Link photo irratti argitan akkasii kana hin xuqiinaa ! ❌Tuqtani keessa seentani jennan battalumatti account telegram keessanii nii dhabdu yookiin account telegram keessani nama biraa harka gala jechuudha hack taatu ‼️ 📇Yeroo ammaa kana group hedduu irratti maxxansaa waan jiranif baayyee babal'achaa jira waanti kun So kanaf of eegadhaa, Nuti illee Sababa Kanaaf group keenya Jalatti Namni kamuu akka hin maxxansineef Cufne jirra Link kun Account gara garaan baay'inaan maxxanfamaa waan tureef. Yoo ati link kana Tuqxe account keetu hack ta'ee booda link akkasii Maxxansa jechuudha. ✝️JOIN: @Sagnigraphics

SAGNI GRAPHICS Tajaajila Kamiin Barbaaddu ? 1. Logo ni hojjenna ➾ Logo dhaabbata keessan bakka bu'u, research gochuunii fi filannoo hedduu isiniif dhiyeessuun kan manni hojii keessanii itti waliigale bifa garaagaraan siniif dhiyeessina. (Logo flatten, 3D mock design, Presentation, Letter header, Stamp/seal) 2. Hojiiwwan Graphics garaagaraa ni hojjenna ➾ Isaan kunneen kanneen akka Qola Kitaabaa, Baayinerii, Poosterii, Filaayerii, Web Design, Mobile App Design, Mock Design, T-shirt Design fi kanneen kana fakkaatan hunda ni hojjenna. 3. Social Media Management ➾ Meediyaa dhaabbata keessanii yoo nutti kennitan content garaagaraa kan dhaabbata keessan ilaallatu ogummaa graphics qabnutti gargaaramnee hojjechuun timing gaarii irratti isiniif maxxansina. Audience fi Engagement irratti research goonee miidiyaan keessan namoota hedduu bira akka qaqqabu gochuu dandeenya. JoinSagni Graphics ✔️ Contact me now 📮 Telegram: @Sagni_Youth 📞 +251961594368 🇪🇹 📞 +971547310787 🇦🇪 👤 Owner by Sagni Mosisa

1 Y E A R A N N I V E R S A R Y Yadon Clinic 🩺 Design by : Sanyii Moosisaa 󱢏✔️ Contact me If you need any graphics 👇 💥 Tg
1 Y E A R A N N I V E R S A R Y Yadon Clinic 🩺 Design by : Sanyii Moosisaa 󱢏✔️ Contact me If you need any graphics 👇 💥 Tg :- @Sagni_Youth