cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

NUREDIN OROMOO

Nuredindawud

Show more
Finland3 184The language is not specifiedEducation88 134
Advertising posts
628
Subscribers
+124 hours
+37 days
+2330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

β„•π•’π•žπ• π• π•Ÿπ•Ÿπ•š /β„šπ•’π•’π•žπ• π•Ÿπ•Ÿπ•š π••π•™π•šπ•žπ•žπ•š π•œπ•¦π•Ÿ π•šπ•π•’π•’π•π•π•’π•₯𝕦 π•šπ•₯π•₯π•š π•žπ•¦π••π••π•¦π•¦π••π•™π•’π•’π•Ÿ π•ͺ𝕖𝕣𝕠𝕠 π•œπ•–π•–π•€π•€π•’π•Ÿπ•šπ•₯π•₯π•š 𝕗𝕒π•ͺπ•ͺπ•’π••π•’π•žπ•’π•’
Show all...
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Nuredindaw
Show all...
NUREDIN OROMOO

Nuredindawud

​22/09/2016 #Hubachiisa #Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:- ---------------------- Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera. Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an, #Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera. #Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha. Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha. Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna. #Xiyyeeffannoowwan; #Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba. #Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne, #Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne. #Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu.. #CARRAA_GAARII ! -BBO- πŸ”” You Tube Official πŸ”” - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | πŸ‘ Facebook  Official πŸ‘ - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ πŸ“– New curriculum πŸ“– - https://t.me/oeb_book_store
Show all...

πŸ‘ 2
πŸ‘‰ Click here for more.......
Beeksisa k/Barsiisotaa QMGO 50% hanga 69% qabdan hunda leenjii gabaabaan isinii kennamee BBO'n gara hojiitti isin bobbaasuun barbaadeeti
Show all...
Beeksisa Galmee K.Barsiisotaa MGO 50% hanga 69% qabaniif.pdf4.04 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Barsiisonni Dippiloomaa Sagantaa IDILEE, GALGALAA, GANNAA fi DHUMATORBEE barattanii eebbifamtanii fi qabxii MGO 50 fi isaan ol galmeessitanii hanga ammaa kan hin qaxaramne Hanga Waxabajjii 5/2016 galmaa'aa!
Show all...
Beeksisa Ariifachiisaa.xlsx0.64 KB
Beeksisa Haaraa.pdf3.67 KB
Guca Barattoota Qaro-dhabeeyyii Kutaa 7-12 itti guutamu.xlsx0.24 KB
Repost from Shemsu Shifa✍
Beeksisa QacarriiπŸ‘‡
Show all...
πŸ‘ 1