cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

SABRY ISLAMIC MEDIA🇵🇸

Alh Gama shamarraniitii fi dhiirotaatiin SABRY MEDIA Isa tokko yoo ta'uu daعwaa ykn hadiisota gara garaa qophiiwwaan bashanansiisoo fi barsiisoo akkasumas bohaarsisoo qabatee dhufe jira.Join gochuun nu hordofaa. CHANNEL:https://t.me/sabry_islamic_media

Show more
Finland2 564The language is not specifiedReligion & Spirituality55 018
Advertising posts
1 420
Subscribers
+1824 hours
+937 days
+40830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namnii yeroo jalqabaaf Safaa fii marwaa gidduu fiigee eenyuu___?
Show all...
A. Ismaa'iil (Alayhissalaam)
B. Ibraahiim (Alayihissalaam)
C. Saaraa
D. Hajraa
Photo unavailableShow in Telegram
Hujjaj will spend the night in Muzdalifah without shelter.. #Hajj
Show all...
👍 1
#AHBSABIII😇 ★EID MUBARAK https://t.me/sabry_islamic_media
Show all...
#EId Mubaarak Baga Geenye Baga Geessan. Keyrii Kurnan ZulHijjaa Kana Nama Argatu Nuhaa Taasisu
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Now: Jabal Rahmah Arafat! #Hajj #Hajj2024
Show all...
Boru sa'aatii 12:20 PM irratti Khutbaan Guyyaa Arafaa afaanota 20 armaan gadiitiin ni hiikamu yoo ta'u, isaan keessaa tokko Afaan Amaariffaati. 1. English 2. Afaan Faransaayii 3. Maalaayyoo 4. Afaan Urduu 5. Afaan Faarsi/ Faarsi 6. Chaayinaa 7. Afaan Turkii 8. Afaan Raashiyaa 9. Hawusaa 10. Afaan Bengali 11. Afaan Siwiidin 12. Afaan Ispeen 13. Afaan Swahilii 14. Afaan Amaaruffaa 15. Afaan Xaaliyaanii 16. Afaan Poortugaal 17. Bosniyaa 18. Afaan Malayaalam 19. Lammii Filippiins 20. Afaan Jarmanii Sáâdíq Abdúrrahíím
Show all...
#AHBAABIII😇 ★Guyyaan har'a guyyaa guyyoota hunda caalu Mootii guyyootaa Kan tahe guyyaa "Arafaa ti"🥺. ■Marree du'aa'iin guyyaa kana hundi fedha Rabbiitiin ni qeebalamti 😊 ★Kanaafuu Guyyaa har'aa kana "Adaraa du'aa'ii" teessaniin Akka Nan dagannee 😇 #MOOTII GUYYOOTA MARAA BAGA GUYYAA "ARAFAATIIN "ISIN GAHE. #WARRA WAGGAA WAGGAAN AHLII FI OLLAA FIRAA FI UMMAATA MUSLIMAA HUNDA WALIIN DEEBI'U NU HAA TAASISU. #RABBIIF_JECHA_ISIN_JAALADHA! https://t.me/sabry_islamic_media
Show all...
#Beeki.. ✍️Irra caaltuun duaaii tan guyyaa arafaati.. ✍️Guyyaan arafaa guyyaa addaati. Nama hundaaf dhufee dabra, nama hojii gaarii hojjatte qofaaf adda taha.. ✍️Guyyaan arafaa guyyaa akka guyyaa hundaati nama itti hin fayyadamneef👌 ✍️Wanni adda isa godhu ibaadaan isa keessatti dalagamtu haalaan Rabbi biratti jaalatamtuu tahuu isiiti❤️ ✍️Du'aa'iin caaltuun tan guyyaa arafaa godhatan. Waanuma feete kheeyrii duniyaa fii aakhiraa kadhadhu. Ka ati kadhattu Allaahidha ✍️Ka na kadhadhaa isiniif qeebalaa jedhes Al-Mujiib tahuu beeki👌 ✍️Ammas irra caalaan duaaii tanuma ofiif kadhatan ta'uus quba qabaadhu🌹 ✍️Kanaafu irra caaltuun dubbii guyyaa arafaa heddumeeysuu qabnuu👇👇 لا إله إلا الله وحده لا شريك له، له الملك، وله الحمد، وهو على كل شيء قدير ''Laa ilaaha illallaah wahdahuu laa shariik lahu, lahul mulk, walahul hamdi, wa huwa alaa kulli sheeyi'in qadiir👌 ✍️Duaaii biraatis ta dura beeytu hunda guyyaa arafaa godhadhu. Duaaii naaf godhaa jettee nama kadhaturra, atummaan ifiif Rabbi kadhatuu siif caala. Rabbii kee kadhadhu nama hin kadhatin. ✍️Rabbiin worra guyyaa boruutti fayyadame cufa waan barbaadee argatu nu haa taasisu🤲 Share 👇👇 @Attaqwa3
Show all...
#Guyyaa_arafaa Ji'a zul-hijjaa irraa guyyaan saglaffaan arafaa jedhama. ▶ warri hajjii hajju bakka Arafa jedhamtutti bahuudhaan rabbii isaanii gabbaran dirree arafaa dhaabatuun bu'uurota/ruknii hajjii keessaa tokko . ▶ Warri hajjii hin dhaqin guyyaa kana soomaafii gabbartii garagaraatiin dabarsu soomni guyyaa kana soomamus dilii waggaa dabarteetiifii waggaa dhuftuu nama irraa maara. ▶ Guyyaa Arafaa maaltuu adda godha ? 👉🏽 Guyyaa rabbiin amantii islaamummaa itti guute. 👉🏽 Guyyaa rabbiin qananii isaa gabroota irratti dhangalaase. 👉🏽 Guyyaa rabbiin gabroota isaati dilii isaanii hunda araaramu. 👉🏽 Guyyaa rabbiin hedduu gabroota isaa ibidda irraa bilisoomsu. 👉🏽 Guyyaa rabbiin gabroota isaatiin warra samii keessa jiranitti ittiin dhaadatu. 《 ﺍﻟْﻴَﻮْﻡَ ﺃَﻛْﻤَﻠْﺖُ ﻟَﻜُﻢْ ﺩِﻳﻨَﻜُﻢْ ﻭَﺃَﺗْﻤَﻤْﺖُ ﻋَﻠَﻴْﻜُﻢْ ﻧِﻌْﻤَﺘِﻲ ﻭَﺭَﺿِﻴﺖُ ﻟَﻜُﻢُ ﺍﻟْﺈِﺳْﻠَﺎﻡَ ﺩِﻳﻨًﺎ 》 Rabbiin kadhatuu, Zikrii garagaraa heddummeessuu hin irraanfatin. Yaa rabbi keeyrii guyyaan arafaa qabdu hundaa nu qunnami 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 Hiriyyoota keetii share godhi. @Fursaan_Media http://t.me/Fursaan_Media
Show all...
Fursaan Media

« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ » Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.

Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Show all...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠