cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Miilto Sabboontota

Oromoon mirgi isaa sarbamee bara dhufaa darbaa harka jallootan ajjefama jiraachun ni ga'a. Kallatti dandeenyu maraan dura ni dhaabbanna. Yaada fi Gaaffi yoo qabaattan @MiiltoBot nu quunama. Channel Keenya https://t.me/SagaleeMiiltowwanii #JOIN godhaa.

Show more
Finland1 527The language is not specifiedNews & Media23 002
Advertising posts
3 965
Subscribers
-424 hours
-347 days
-16730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

โœ…Telegram akkuma Tik Tok waan addaa qabatee dhufee jira๐Ÿคฉ โญ๏ธ Telegram stars ๐Ÿ‘‰ Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. ๐Ÿ‘‰ Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan maammiloni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. ๐Ÿ‘‰ Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. ๐Ÿ‘‰ Yeroo nama 1 affeertan urjii 15โญ๏ธโญ๏ธ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=1158104462 ๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15โญ๏ธ invite bonus for you 50โญ๏ธ if you are Premium Major
Show all...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

โค 1
Itti Fayyadamaa https://t.me/major/start?startapp=1158104462 ๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15โญ๏ธ invite bonus for you 50โญ๏ธ if you are Premium Major
Show all...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

๐Ÿ’ฉ 1
Waan Kana Asitti Maxxansuun Seera Miti Garuu Ijoolleen Keenya Carraa Kanatti Fayyadamaa Linki kanaan seentani Channel isani Join gochuun Linki isiniif Kenna Link sanaan Nama yoo affertan isiniif Coin #TON lakkaa'a qabatamaatti 0.5TON irraa yeroo geessan baaftanii ilaalu ni dandeessu. Beksisarra waan jiraniif Yeroo gabaabatti dhaabbachuu mala kanaaf Amumaan itti fayyadamaa TON 1= 8USD =117 Qarshii Itiyoopiyatti Itti fayyadamaa https://t.me/wontonairdrop_bot?start=1158104462
Show all...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

๐Ÿ‘ 7๐Ÿ˜ 2
#Jaallan_Quba_Qabaadha Ppn waraan xiqqo naannoo Waraanni keenya jirutti ergitee akka booji'aman tasisun batala sanatti duuban immoo waraan guddaa qubsiifte yeroo waraanni keenya gamachuun fishiliqaa jirutti gantee rukuchuuf wixinee qabattee jirti.
Show all...
๐Ÿ‘ 16๐Ÿ˜ 4
โ˜€๏ธŽ๏ธŽMiira Dhugaa Keessa Keenya Jechaa gabaabaan ibsitee Eebboo koo Galatoomi malee waan jennu hin qabnu. Daawwaadha. https://youtu.be/Od23qS-cpfA?si=6bciXQCmx3nQoFHr
Show all...
Wallee Jaal Eebbisaa Soolan - Rabbumaaf har'a geenye !

โค 19๐Ÿ‘Ž 2
๐Ÿ‘‰โญ•๏ธ #Dhaamsa_Xiyyeeffanno_Barbaadu Bilxiginnaan waraana qabdu Lixaa Jimmaa, Bunnoo Beddelle Naqamtee fi Kk fa'a irra gara G/Galaatti, #Finfinne irraa gara Lixaa #Ambotti kan guura jirtuuf Amboof Sodaattemoo maali waan kun xiyyeeffannoon hordofaamee Qeerro fi Maddeen odeeffannoo keenya.
Show all...
๐Ÿ‘ 25โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
Waamicha Walgahii Marii Hawaasaa Jaarmayaa ABO-WBO biyya alaa Godina Awuroppa Irraa! Stockholm, Sweden Adoolessa 27/2024 July 27/2024 โœMiilto โ™ฅJOIN https://t.me/SagaleeMiiltowwanii https://t.me/SagaleeMiiltowwanii https://t.me/SagaleeMiiltowwanii
Show all...
๐Ÿ‘ 4โค 4
Roorron Abbaa Xiiqiiti Xiiqiin Abbaa Qabsooti Qabsoon Abbaa Walabummati kanumaโœ”๏ธ โœMiilto โ™ฅJOIN https://t.me/SagaleeMiiltowwanii https://t.me/SagaleeMiiltowwanii https://t.me/SagaleeMiiltowwanii
Show all...

โค 5๐Ÿ‘ 1
Yoo Akaaku Dhiiga Keessa lakkawwattan Qabaattan Hirmii baafadha hin argitani hunduu lubbun barriseera
Show all...
๐Ÿ‘ 8
๐Ÿ‘‰โญ•๏ธ Qaamni waraana fakkaatu kan WBO ofiin jedhu garuu WBO kan hin taane Uummata keessa faca'uun saamicha, Gudeeddi fi kkf raawwachaa jira. Qonnaan bula qabun maallaqa hanga Miliyoonatti gaafachaa jiru. Qaamni kun Koree Nageenya Oromiyaatin akka durfamu himamaa jira. Kanaaf hawaasni qaamni akkasii yoo isin qunname WBO idilee naannoo keessanii qunnamuun qulqulleeffadha. WBO'nis qaama maq-balleessif bobba'e kana qolachuuf caasaa sirnaa hawaasa keessatti diriirsun barbaachisaadha jenna. โœMiilto โ™ฅJOIN https://t.me/SagaleeMiiltowwanii https://t.me/SagaleeMiiltowwanii https://t.me/SagaleeMiiltowwanii
Show all...
๐Ÿ‘ 14โค 6
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.