3 840
Subscribers
-724 hours
+177 days
-4330 days
Posts Archive
3 840
Subscribe Now 💫
Stay updated with our latest content and enjoy exclusive perks! Your subscription helps us keep delivering great content. Thanks for your support! 🙏
3 840
Anaa nyaatu giiftiikoo!
Ni jigde kaa gaarittiin
Ni deemte kaa haadhittiin...
Haadhittiin qabsoofi diddaa
Falmattuun rakkoofi bittaa!
Nutti hir'ate kaa wayyoo
Kunoo dhabne kaa aayyoo
Ilfee koo haadha kaayyoo!
Har'a miti yaa Ilfee
Bara Oromummaan cubbuu
Bara eenyummaa ofiin buluun
Nama baasiftu lubbuu...
Sagalee kee qarattee
Dirree qabsootti baatee
Deemsa bilisummaatiif
Dungoofi gaachana taate....
Dubbattee dubbachiifte
Hidhattee hidhachiifte
Falmattee falmachiifte!
Sirbituu bakka gootaa
Hiddituu akka soonsaa
Kutattuu garaa abiddaa
Adeemtuu karaa diddaa..
Giiftii ayyaanni tole
Ilfee koo yaa kiilolee!
Nagaan boqodhu! Leta Kenei Aga
3 840
Repost from N/a
Oduu Simbirtuu
Barattoota Bara kana kutaa 12ffaa Baratanii qormaata fudhattanii qabxii seensa university isin hanqate hundaaf...More
3 840
BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu.
Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et
#Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a.
3 840
Daldalli akkuma jirutti ta'ee:
- Chaayinaan Ameerikaa kokkee kan qabde barnootaani.
- Raashiyaan sodaa guddoo Ameerikaa kan taate barnootaani.
- Iraan ulee Ameerikaa jalaa kan baate barnootaani.
- Indiyaan ogeeyyii ciccimoo kan addunyaaf gumaachite barnootaani.
- Itiyoophiyaan biyya duubatti haftuu akka taatu kan godhe hanqina barnootaati.
Biyya keenya suphuu kan dandeenyu barnootaan qofa. Kanaaf, namni akka baratuuf haa jajjabeessinu!
Chaalenjii DABTARAA miidiyaa hawaasaa irratti godhamaa jiru baayyee jaaladheera. Hojii gaariidha!
3 840
Repost from N/a
Oduu Simbirtuu
Barattoota Bara kana kutaa 12ffaa Baratanii qormaata fudhattanii qabxii seensa university isin hanqate hundaaf...More
3 840
Repost from N/a
3 840
Sagantaa badhaasa irratti hirmaadhaa!
Kan 1ffaa bahe qarshii 50,000
Kan 2ffaa bahe qarshii 25,000
Kan 3ffaa bahe qarshii 10,000
Haga 10ffaatti kan bahe qarshii 500
Jalqabuuf CLICK kan jettu tuqaa!
3 840
Repost from N/a
