cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ANIIR MOHAMMED OFFICIAL️

Waanin dubbadhe tokkof itti gaafatuma nan fudhaadha; garuu akka ati itti hubatte nan ilaallatu. #Gaarii_hojjettu_gaariin_si_hordofaa ✅ Join T.me/ANIIR_MOHAMMED Yaada Yo Qabattan👉 @ANEX_MHAD

Show more
Ethiopia1 774The language is not specifiedCryptocurrencies10 930
Advertising posts
13 038
Subscribers
-1524 hours
-807 days
-29330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
✅Telegram akkuma Tik Tok waan addaa qabatee dhufee jira🤩 ⭐️ Telegram stars 👉 Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. 👉 Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan maammiloni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. 👉 Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. 👉 Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=5650570895
Show all...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

https://t.me/major/start?startapp=5650570895 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Show all...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Ilaalcha boodati hafaa qabachuu kee akkataan itti beekktu yoo nama tufatedha! .......khalas @ANIIR_MOHAMMED
Show all...
YOONIIF YAADNI KEENYA SITTI TOLE #Billa_aleyka #Follow and #share also #like @ANIIR_MOHAMMED
Show all...
Ati nama qaroome jechuun nama waan namani jadhu dhageefatee wanti dhageefate San waan sirri ta'uu erga beekke ittin fayyadamuudha waan isaaf hin taane yoo ta'e ammo kan ofirra dhiisuudha ! .....khaalas @ANIIR_MOHAMMED
Show all...
Hiriyyaa kee kan kabajaa siif qabu kabaja inni maati meetiif qabu irra dhaabatee beekku dandeesa!....khaalas @ANIIR_MOHAMMED
Show all...
Jaala kiyya beekkta altokko tokko wanti irra jirtu waan sirri ta'u baatus sirri ta'e sitti muldhachuu danda'aa kanaaf check ofgodhi !....khalas @ANIIR_MOHAMMED
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
🥰 3
Nama namni hin jaallanne!! Dhaqiitii isaan wal bari gaafa itti dhiyaattu akka inni hunda isaanii caalu bartaa..
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.