cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ARGANNOO.

ARGANNOO: Baga Nagaan Dhuftan!! Anaa Dhufu!😍😎 ARGANNOON: 👉 Isin Barsiisa 👉Isin Bashannansiisa 👉 Wantoota Dinqisiisoo Addunyaa keenya isin biraan ga'a Na Hordofaa. 👇👇👇👇 t.me/Argannoo3

Show more
Finland3 640The language is not specifiedReligion & Spirituality131 218
Advertising posts
202
Subscribers
No data24 hours
-17 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
▬▬▬▬▬▬▬▬ "Guyyaa miindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta! Gaafa miindaan sun xiqqoo hir'ate immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta! Yoo miindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta! Yeroo miindattiin dhumtu, atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 Roobert Mugaabee
Show all...
👍 1
Kabajamoo fi jaallatamoo maatii chaanaaalii kanaa kan taatan hundi keessan akkam jirtu nagaa keessanii jechaa Linki gadii kana cuqaasuun start erga gootaniin booda tap tap gochuun hojii on line kana hojjedhaa guyyaa muraasatu hafee carraa keessan yaalaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId1471808587 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Show all...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Toora Internetii Kitaabilee Garaagaraa Irraa Argachuu Dandeessan:- ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌍 http://gen.lib.rus.ec/ Website kana irratti Kitaabilee miiliyoonaan lakkaa'amantu jira yoo ta'u, kanniin keessaa Kitaabota seenaa, saayikoolojii, falaasamaa... 🌍 http://sci-hub.org/ Isa kana irratti immoo waraqaa qorannoo garaagaraa mil. 64 olitu jira. 🌍 https://bookboon.com/ Website kana irratti immoo free books waan ta'eef tolaan download godhattanii dubbisuu dandeessu. 🌍 http://bookzz.org/ Website kun immoo addunyaa irratti library yookiin Mana kitaabaa guddaa kan qabuu fi giddu-galeessaan kitaabilee miiliyoonaa 2.6 Kan qabudha. 🌍 http://www.allitebooks.com/ Isa kana irratti immoo Kitaabilee tekinoolojii garaagaraa argattu, fakkeenyaf programming, graphics, fi kan kana fakkaatan. share💯share💯share @Argannoo.
Show all...
Library Genesis

Library Genesis is a scientific community targeting collection of books on natural science disciplines and engineering.

Toora Internetii Kitaabilee Garaagaraa Irraa Argachuu Dandeessan:- ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌍 http://gen.lib.rus.ec/ Website kana irratti Kitaabilee miiliyoonaan lakkaa'amantu jira yoo ta'u, kanniin keessaa Kitaabota seenaa, saayikoolojii, falaasamaa... 🌍 http://sci-hub.org/ Isa kana irratti immoo waraqaa qorannoo garaagaraa mil. 64 olitu jira. 🌍 https://bookboon.com/ Website kana irratti immoo free books waan ta'eef tolaan download godhattanii dubbisuu dandeessu. 🌍 http://bookzz.org/ Website kun immoo addunyaa irratti library yookiin Mana kitaabaa guddaa kan qabuu fi giddu-galeessaan kitaabilee miiliyoonaa 2.6 Kan qabudha. 🌍 http://www.allitebooks.com/ Isa kana irratti immoo Kitaabilee tekinoolojii garaagaraa argattu, fakkeenyaf programming, graphics, fi kan kana fakkaatan. share💯share💯share      @Argannoo.
Show all...
Library Genesis

Library Genesis is a scientific community targeting collection of books on natural science disciplines and engineering.

Toora Internetii Kitaabilee Garaagaraa Irraa Argachuu Dandeessan:- ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌍 http://gen.lib.rus.ec/ Website kana irratti Kitaabilee miiliyoonaan lakkaa'amantu jira yoo ta'u, kanniin keessaa Kitaabota seenaa, saayikoolojii, falaasamaa... 🌍 http://sci-hub.org/ Isa kana irratti immoo waraqaa qorannoo garaagaraa mil. 64 olitu jira. 🌍 https://bookboon.com/ Website kana irratti immoo free books waan ta'eef tolaan download godhattanii dubbisuu dandeessu. 🌍 http://bookzz.org/ Website kun immoo addunyaa irratti library yookiin Mana kitaabaa guddaa kan qabuu fi giddu-galeessaan kitaabilee miiliyoonaa 2.6 Kan qabudha. 🌍 http://www.allitebooks.com/ Isa kana irratti immoo Kitaabilee tekinoolojii garaagaraa argattu, fakkeenyaf programming, graphics, fi kaneen niroo.
Show all...
Library Genesis

Library Genesis is a scientific community targeting collection of books on natural science disciplines and engineering.

#SEEROOTA_DINQISIISOO_KOORIYAA_KAABAA 🤣 1-Kooriyaa kaabaa keessatti amantiin kamiyyu dhorkaadha. Waaqni jira jechuun nama adabsiisa. 2-Kooriyaa kaabaa keessa tiraafikii durbaa qofaatu jira. Tiraafikiin dhiiraa hin jiru 3-Filannoon Kooriyaa kaabaa waggaa 5, 5niin geggeeffama. Garuu kaardiin filannoo maqaa nama tokkoo qofaa qaba. 4-Kooriyaa kaabaa keessatti yoo yakka hojjette amma dhaloota sadii fi maatiin hundi itti gaafatama. 5-Namni kamiyyu rifeensa isaa akkaataa mootummaan eeyyamuun qofa sirreeffata. Akka pireedizantii isaanii uffachuun ta’e rifeensa sirreeffachuun dhorkaadha. 6-Konkolaataa ykn computerii bitachuuf eeyyama mootummaa argachuu qabda. 7-Akka biyyaatti TV sadii qofaatu jira. 8-Kaalendarii isaanii bara 1912 yeroo mootiin isaanii Kim sung 2ffaa dhalatee kaasanii lakkaa’u. Amma akka addunyaa 2020 irra hin geenye bara 109 irra jiru 9-Dhiirri tokko durba waliin waa’ee jaalalaa kan inni haasa’uu danda’u yoo kan ishee fuudhu ta’e qofaadha. Gaafa guyyaa gaa’ela isaanii bakka awwaalcha Kim Sung 2ffaa daawwachuun dirqamadha. 10-Kooriyaa kaabaa keessa akka biyyoota biroo taaksii fi gibirri ummata irraa hin funaanamu. 11-Yeroo mucaan dhalatu maqaa pirezidantii isaanii baasuun hin danda’amu. Yoo osoo pirezidentiin isaanii hin muudamiin dura baasaniif ta’e maatiin maqaa mucaa jijjiiruuf dirqamu. 12-Biyyattiin rakkoo humna ibsaa waan qabduuf yeroo hundaa akka guutuu biyyaatti halkan ibsaan ni bada. 13-Maatiin ijoollee barsiifachuuf gara M/B yeroo ergu taa’umsa kennuun dirqama. 14-Uffata jiinsii bifa samii (blue) uffachuun dhorkaadha. Akka sirna impeeriyaaliizimii USA tti ilaalu. 15-Magaalaa guddoo piyongyang keessa nama eeyyemameef qofaatu jiraachuu danda’a. 16-Biyyattii keessa qaama miidhamaan hin jiru. Ni ajjeefamu. 17-Humni nama baratee 100% dha. Namni hin baranne hin jiru. 18-Raadiyoo biyyattii sagalee hiri’suu malee dhaamsuun dhorkaadha. ajaa'iba!! Kanan dubbise irraa.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhiyeenya kana namichi yeroo jalqabaaf kaleen booyyee waldhaansa baqaqsanii yaalun jijjiirameef boqote. Namni kun kaleensaa hojiin ala ta'ee kanaan dura kan namaa jijjiirratee hojjachuufii dinnaan kan booyyee jijjiirrate. Kan booyyes ta'uufii didee du'e. Maddi👇 https://bbc.in/3WA5fKP
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#NAMA_GADDISIISA Seenaa garaa nama nyaatu!😥 Waggaa 25 dura haadha manaa bakkeedhaa ijoollee lama godhattee jirtu fuudhe. Isaan booda ijoollee ishee sana guddisaa waliin umurii 25 jiraate. Ijoolleen ishee sun baratanii tokko docterii tokkoo paayileetii taa'aan. Dhumarratti haadha manaa isaa sun ijoollee ishee sana lamaan fudhattee abbaa ijoollee isheetti galte. Namichi kun garuu ijoollee sana barsiisee sadarkaa kanaan gahee dhumarratti akkas godhan. Namni kun immoo amma daandii gubbaa jiraata. Mana kiraayii illee waan kaffaluufi waan nyaatu hinqabu! Kanan dubbiserraa!! Maddi Oduu Anuma🌍👋 Seenaa garaa nama nyaatu!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Mootiin Abbaa Jifaar mana fincaanii socho’aa qabaachuu beektuu? Waggoota 120’n dura Abbaan Jifaar Lammaffaa (1861-1934) yeroo imalaaf bahan meeshaalee murteessoo qabatanii imalan keessaa tokko mana fincaanii socho’aa kana dha. Madii 👇👇👇 https://bbc.in/3JZibSO
Show all...
KANAN DUBBISE IRRAA. ... Waadaa Cabe Halkan garmalee qorru tokko irratti Abbaan qabeenyaa tokko harka qalleessa bakkee ta'u argee akkas jechuun gaafate. "Halkan akkasitti garmalee qorru kanaan yeroo as teessu sitti hin qorruu? Wayyaan uffattes baayyee haphiidha" jedheen. Itti aansunis "Asumatti na eegi mana galeen waan uffattu siif fidee dhufa" jechuun waadaa galeefii biraa deeme. Harka qalleessi kun gammachuun guuttamee akka isa eegu itti hime. Abbaan qabeenyaas mana galee hojii isaan qabamee nama kana dagata. Ganama yeroo hirriibaa ka'u nama kana yaadatee ariitidhaan isa barbaaduf yeroo deemu harka qalleessi sun qorraan lubbuun isaa darbee arge. Maddii isaanitti waraqaa barreeffame tokko dhiisaniitu ture kan darban. Abbaan qabeenyaa kunis kaasee yeroo ilaalu "Yeroo dheeradhaaf guyyoota akkasii yeroon dabarsu humna qorra kana dandamatu nan qaban ture. Har'a garuu waadaa ati naaf galte amanee jennaan humnan dhabe. Wanta gochuu hin dandeenye tasumaa namaaf waadaa hin galin. Siin si barbaachisuu dhiisuu danda'a. Namoota kaanif garuu waan hunda isaaniti." Waadaa galuu caala waadaa kabajuu ykn raawwachuutu caala.
Show all...